6 Aug 2026, 04:37 UTC215 views9 reactionsread 7 August 2026 ጾመ ፍልሰታ(ሱባኤ ሐዋርያት)
✍️Hagayya 1 irraa eegalee hanga 14 duuka buutonni du'aa ka'uu fi olbahuu haadha keenya dubree Maariyamii arguuf kan itti subaa'ee qabataniidha.
✍️Subaa'een yeroo kadhannaa,soomaa,yeroo waaqayyoon waliin itti dubbatan fi dhiifama cubbuu itti argataniidha.
✍️Addaam subaa'ee qabatee waan kadhateef "ilmoo ilmoo kee irraa dhaladheen dhufee si fayyisa", waadaa jedhu waaqayyoo irraa argateera(Kitaaba Qala…
❤9
Signed Dn Warkina Merga
25 Jul 2026, 04:44 UTC866 views12 reactionsread 7 August 2026 AYYAANA ERGAMAA QULQULLUU GABRI'EELII
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
🌿Adoolessa 19 guyyaa itti ergamaa qulqulluu Gabri'eelin Qirqoos fi haadha isaa Iyyaluxaa bishaan danfaan akka isaan hin gubanneef isaan oolchedha.
✍️Kitaabni sinkisaaraa guyyaa kana dubbifamu akka ibsutti Iyyaluxaan mootii jalaa baqachuuf mucaa ishee Qirqoos fudhattee Room irraa kara biyya biraatti godaantus achittis mootii dheessitu kana argite.Innis waa'ee waaqeffa…
❤12
Signed Dn Warkina Merga
13 Jul 2026, 07:06 UTC910 views13 reactionsread 7 August 2026 አብርሃሙ ሥላሴ
✍️Adoolessa 7 guyyaa Sillaaseen tokkummaa fi sadummaa isaatin mana Abrihaam itti seenedha.Kunis bu'uura seera uumamaa 18÷1-16 irratti barreeffamee jiruun akka armaan gadiitti dhiyaateera.
✍️Abrihaam walakkaa guyyaa yeroo inni dunkaana isaa fuuldura taa'ee jirutti sillaaseen muka ejersaa cinaatti isatti mul'ate. Yeroo ilaaluu sadi ta'uu isaanii hubate.Itti deemee fuuldura isaanitti kufee isaan simate. "Fuuld…
❤12🔥1
Signed Dn Warkina Merga
11 Jul 2026, 05:42 UTC794 views12 reactionsread 7 August 2026 ጼጥሮስ ወጻውሎስ
1,Qulqulluu Pheexiroos
✍️Beetasaayidaatti abbaa isaa Yoonaa jedhamuu fi haadha isaa sanyii Simi'oon taate irraa dhalate.Kanaaf maqaan isaa jalqabaa illee Simi'oon jedhama.
Obboleessa isaa Indiriyaas waliin Galiilaatti qurxummii kiyyeessaa guddate.
Waggaa 55tti gooftaan isa waame.
"Ati jiraataa ilma Waaqayyooti", jedhee gooftaaf ragaa bahuu isaatin kattaa jedhameera.
✍️Yohaannis fi Yaa'iqoob waliin duuka bu…
❤12
Signed Dn Warkina Merga
6 Jul 2026, 16:01 UTC≈1,220 views11 reactionsread 7 August 2026 WAXABAJJII 30
DHALOOTA YOHAANNIS CUUPHAA
✍️Guyyaa kanatti gadaamessa haadha isaa keessatti gooftadhaaf kan sagadee fi laga yoordaanositti gooftaa kan cuuphe Yohaannis cuuphan dhalateera.Abbaa isaa Zakkaariyaas fi haadha isaa Eelsaabex irraa arjummaa waaqayyoon bara dulluma isaanii keessa kan dhalateedha.
✍️Maqaan isaa "Yohaannis" akka jedhamu afuurri qulqulluun dursee Eelsaabexif ibseera.Abbaan isaas yeroo sanatti du…
🥰8❤3
Signed Dn Warkina Merga
5 Jul 2026, 14:02 UTC779 views10 reactionsread 7 August 2026 ዘመነ ክረምት በኢትዮጵያ
Waqtii Gannaa Itiyoophiyaatti
✍️Waqtiilen bakka afuritti qoodamu.Isaanis መጸው (Birraa),ሐጋይ
(Bona),ጸደይ(Arfaasaa) fi ክረምት(Ganna) jedhamu. Akka lakkoofsaa mana kiristaanaa ortodoksii tawaahidoo Itiyoophiyaatti waxabajjii 26 kaasee hanga fulbaana 25 kan jiru waqtii gannaa jedhamee beekama.Waqtii roobaa,midhaanii,yeroo itti biqiloonni marganiidha.Laftis biqiloota magariisa kanaan yeroo itti faayamtuudha.
✍️…
❤10
Signed Dn Warkina Merga
3 Jul 2026, 10:17 UTC≈1,100 views17 reactionsread 7 August 2026 An amma iyyuu in dhufta jedheen qara ilaalaa jira.[Luqa 15:-20].
Bakka kee duraatti deebi'i, jaalala anaaf qabdu duriis itti fufi , biyyi lafaa si marartee narraa adda hin ba'in wanta darbuun hin goyyomfamin[1Yoh 2:-15--17].
Kanaaf ati maal irraa akka kufte yaadadhu. Qalbii jijjiirradhuutii hojii kee kan duraa sana hojjedhu. Yoo ati qalbii jijjiirrachuu baatte immoo ani sittin dhufa; baattuu ibsaa keetiis iddoo is…
❤17
Signed Dn Warkina Merga
3 Jul 2026, 10:17 UTC≈1,150 views7 reactionsread 7 August 2026 Jaalala kee Isa duraa!💞
👉 Dubbisi!
"Jaalala kee isa jalqabaa waan dhiisteef
waanan sirratti jibbun qaba" [Mul 2:-4].
✍️Abbaan kee uumaan kee inni siif du'e , inni siif yaadu akkas siin jedha:-
"Jaalala kee isa jalqabaa waan dhiisteef waanan sirratti jibbun qaba, Ni yaadattaa dur yeroo daa'imummaa kee irraa kaastee mana koo keessa tajaajilta ture.Ni faarfatta waa'ee maqaa koof faarfattee faarfattee hin quuftu ture.…
❤7
Signed Dn Warkina Merga
18 Jun 2026, 12:33 UTC≈2,010 views9 reactionsread 7 August 2026 WAXABAJJII 12
AYYAANA ERGAMAA QULQULLUU MIKAA'ELII
✍️Mikaa'el jechuun kan akka waaqayyoo hin jiru jechuudha.Tokkos ergamaa injifannoo jechuudha[Mul 12÷7].
Israa'eloota dursee kana'aan kan galche isadha.akka Amaaleqeenota injifatuuf Iyyaasuu kan gargaare,akka Gooliyaad injifatuuf Daawit kan gargaare,Izqi'eel raayyaa Sanaakireem irraa kan oolche,Soosinnaa barsiisota sobaa Ayuudotaa irraa, akkasumas Daani'eel leencan ny…
❤9
Signed Dn Warkina Merga
11 Jun 2026, 20:28 UTC≈1,540 viewsread 7 August 2026 File
https://t.me/DooniiNoh
Signed Nugusa Abdi
6 Jun 2026, 06:01 UTC≈2,180 views6 reactionsread 7 August 2026 Faarfannaa kana seenaa dhaggeeffadhaa; faarfannaa baay'ee Namatti toludha. Obboleessa keenyas haa jajjabeessinu.
'UTUU HIN BEEKIN'Faarfannaa Ortodoksi Tewaahidoo Haaraa Afaan Oromoon (F...
https://youtube.com/watch?v=p-CS0D_Sv7Q&si=oWktphujkaHiarae
👍4🥰2
Signed Nugusa Abdi
30 May 2026, 15:02 UTC≈1,300 views3 reactionsread 7 August 2026 በዓለ ጰራቅሊጦስ
#Du'aa ka'uumsa booda guyyaa 50'ffaan guyyaa itti afuurri qulqulluun duuka bu'ootaaf bu'eedha.Afuurri qulqulluun maali?
1.Uumaa addunyaa kanaati.
✍️Lafti yeroo uumamtu afuurri waaqayyoo lafa irratti buufatee akka isheen bishaan irratti jabaattu taasiseera.[Uum 1÷3]
Iyoobis afuurri waaqayyoo na uume jdheera.[Iyo33÷4]
Namnis yeroo uumamu afuurri waaqayyoo itti waan baheef kan inni jiraataa ta'eef.[Uum 2÷6].
…
❤3
Signed Dn Warkina Merga
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @DooniiNoh. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.