17 Aug 2026, 17:26 UTC425 views3 reactionsread 28 August 2026 Photo
Of-eeggannoo
Loltoonni murna Bilxiginnaa karoora sakattaa W30 jedhu qabachuun Lixa Wallaggaa aanaa Qilxuu Kaarraa irraa kallattii ganda Guyyoo Daallee, Waandii Daallee, Agamsa Bal'aa fi Daandii Guudii jedhuun amma halkan kana kallattiin magaalaa keessaa sochii gochuu qabattee halkan kana baatee waan jirtuuf uummanni bal'aan of tiksaa!
#Akeekni isaanii riphanii namoota miidhuu, butuun dirree waraanaatti erguu fi kann…
🔥3
8 Aug 2026, 07:17 UTC731 views9 reactionsread 28 August 2026 Photo
Bakakkaa Birgeed! One PKM And Many AKM, yoom Eessattii dhiisi. hiikameeraa!
❤6🔥3
3 Aug 2026, 05:20 UTC846 views4 reactionsread 28 August 2026 Dubbii qamadii Yuukireen biyya alaatti ergamaa lammilee Yuukireen lubbuu gaaga'e xiinxali, Shimallis Abdiisaafaa uummata biyya keessa beelessaa alatti ergaa jirra isa jedhan ilaali, akkaataa amma naannoon Tigiraay itti of bulchaa jirtuu fi lol-a naannoo Oromiyaaf Amaa-raa ilaali. Qaala'insa jireenyaa, akkasumas lol-a Sudan keessa seenuu Xoophiyaa xiinxali. Dubbiin deemee faana gamtaa Sooviyet hordofaa jira!!
👍2🔥2
3 Aug 2026, 05:20 UTC694 views1 reactionsread 28 August 2026 Bara 1989 dhumarraa eegalee sosochiin gaafilee hiree murteeffannaa, walabummaa fi ofiin of bulchuu sabootaa fi sablammoota gamtaa soviyet keessa jiraataniin gaafatamuu eegale. Bittaa Baaltik jala kan jiraata turan, Estonia, Latvia fi Lithuanian nuti yeroo Staliin aangoo qabate humnaan weera-ramnee malee biyya walabaa turre jechuun gaaffii jabeessan. Gaaffileen isaanii xiyyeeffannoo addunyaa akka argatuuf ji'a Aug, 23…
❤1
3 Aug 2026, 05:20 UTC367 viewsread 28 August 2026 Guutuu addunyaatti warra lixaa kan waraa-nan, biyyota Soshaalistiin bara deggersi taasifameef ture. Birjinev(Brezhnev) soviyeetota gatii guddaa kan baasise lo-la Afgahan 1979 kan eegalchiise yemmuu ta'u, soviyet soshaalitii waraa-na Afganistaan kan Ameerikaan deggeramu lol-toota Mujahidii irraa eeguuf jettee kan bante akka salphaatti xumuramuu kan hin dandeenye ture. Irra caalaa waraa-na Vetinamiin gaaga'amni guddaan…
3 Aug 2026, 05:20 UTC254 viewsread 28 August 2026 Yeroo kana lammiileen Gamtaa Soviyet, Russia, Yukireen, Belarus, Joorjiyaa fi k.k.fn waliin ta'uun, aarsaa guddaa kaffaluun waraa-na Hitl-eer biyya isaanii keessa ariyuu irra darbanii hanga magaala Barliinitti deebisanii halee-luudhaan alaabaa isaanii handaara magaalota Barliin irratti miira injifannootiin gadi dhaabuun mirmirsan.
Gamtaan Sooviyet lammilee ishee 20M ol weera-ra kanaan dhabdeetti. Yeroo sanatti biy…
3 Aug 2026, 05:20 UTC299 viewsread 28 August 2026 Seenaa Gamtaa Sooviyeet Rashiyaa hubachuuf jalqaba irratti Sooviyeetiin kan bakka buute seenaa Raashiyaa hubachuutu barbaachisa! Yeroo sana waggoottan dura, Bara 1917 Raashiyaan mootii Nikolas 2ffaadhaan bulaa turte. Lammileen biyya sanaa Nikolaas 2ffaa akka ergamaa waaqaatti ilaalu turan. Raashiyaa geggeessuuf dibamee waaqa biraa kan sabichaaf ergame jechuun dubbatamaafii ture. Namichi aangoo eenyuuf illee utuu hin…
2 Aug 2026, 11:52 UTC491 viewsread 28 August 2026 Waraa-nni seeraan hin taaligamne, injifachuu dhiisiiti, karaa injifannoo hin bahu!
Meeshaa waraa-naa ammayyaawaa hidhatus dursee yoo kaayyoo lol-uuf sammuu keessa hin qabaanne inni akka daakuu qilleensa irratti ol darbameeti. Hedduminni isaa yoo tokkummaa fi kaayyoo irratti calalamuun hin hundoofne innoo akka tuuta goondaa tooraan yaatuu miilli irra ejjeteeti!!
2 Aug 2026, 07:24 UTC586 views3 reactionsread 28 August 2026 Video
Safuu dha boo
Bireen Lola kaabaa Itoophiyaatti eegalee bakka isaalle quba hin qabu garagalee warra gaazexessaa gaafata 😜🤣
😁3
1 Aug 2026, 17:05 UTC499 views5 reactionsread 28 August 2026 Odeessa Waraana Kaabaa
Waraanni Biraanu Julaa kan booji'aamu malee booji'uuf hin leenjine lola salphaa TDF waliin godheen hanga ammatti loltoonni K/Abiyyi 350 TDFn qabamaniiru.
🫴Yaa Oromoo lola si hin ilaallanneetti dhiiga kee hin dhangalaasin.
🔥4👍1
1 Aug 2026, 17:02 UTC442 views6 reactionsread 28 August 2026 Photo
Oduu Gama Sudaan Nu Dhaqabe
Waraanni mootummaa Sudaan kan Jeneraal Al-Burhaaniin hoogganamu dhiheenya kana haleellaa cimaa waraana Amity(RSF) irratti raawwateen diroonota hedduu Itoophiyaa keessatti Omishaaman haleellaa fi ajjeechaaf gara Sudaan ergaman kuffisuu isaa gabaase jira.
Dirooniin kunneen ammoo Itophiyaa keessatti wal-ta'iinsa UAE (United Arab Emirates) Omishaaman kan ergaman ta'u ragaa suuraa waliin wal …
🔥4❤2
31 Jul 2026, 08:53 UTC529 views4 reactionsread 28 August 2026 Photo
Keenya Oluuma
WBO'n Zoonii Madda Albuudaa kaadhimamtoota haaraa yeroo dheeraaf leenjii waraanummaa fi siyaasaa kenaafii ture xumuruun dirqama ittii aanutti bobbaaseera
Injifannoo Uummata Oromoof
❤4
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @BoojiaaCaalii. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.