20 Aug 2023, 13:16 UTC≈35,400 viewsread 7 August 2026 Photo
Atileetii sifan hassan atileetoota Itiyoophiyaatiin dhiibamuu himatti. Abshir boqonnaa itti aanutti hin injifattaa. Intala gootaa!
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0muRvCSxgwfxZ1ne17RzQMea5vdUpraKYnZNrXByGqqaf7jpDAj3VSWqhZnKcVi96l/
Signed Dine Mohammed
3 Aug 2023, 20:46 UTC≈13,600 viewsread 7 August 2026 Tigiraayitti: labsii duguuggaa Sanyii raawwatan. Daa’imman hedduu gudeedan; dargaggoo hedduu ammoo boolla tokkotti rashanan.
Benishanagulutti: Oromoo Matakkal, Gumiziifi sinaashaa diguugan.
Qimaantiifi Wallootti: lubbuu ilmoo namaatti geeraran. Dhukkubsataa ambulaansiirraa buusaniitu jeeji’an. Manneen amanataa hedduu abiddaan barbadeessan.
Biyya keessa qofa miti; ollaattis hiixatanii Sudaaniifi Itiyoophiyaa walitt…
Signed Dine Mohammed
27 Jul 2023, 15:18 UTC≈7,750 viewsread 7 August 2026 Gadda guddaa: nama guddaa tokko dhabne har'a. Kichuun ganaa lafaa ol guddatu yoo karaatti hafu arguu caalii wanti qalbii nama cabsu hin jiru!
Yeroo hunda biyya keenya keessatti lubbuun namoota qulqulluu akka hin beekkamnee fi nama hin bekkamneen galaafatamti!
Dhiigni miskiinaa dhangala'eetuma hafa.
Qaamni seeraa garuu qorannoo mana yaalaa irraa argatanis isoo ummataaf hin ibsin irra diddibanii ukkaamsanii bira darb…
Signed Dine Mohammed
9 Jun 2023, 18:13 UTC≈7,830 viewsread 7 August 2026 https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid034cC6gzBnADsqH5gro9TYhJdmD2CMHYtyckTbHPoieUm56ZbpWScbaN3fiocqzqFAl/
Signed BULLOO
20 May 2023, 12:12 UTC≈8,000 viewsread 7 August 2026 Oromiyaan gadda irra jirti😥
Nama hidhaa fi doorsifni gadi qabuu dadhabde har'a duuti gadi qabde...
👉https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02xfjP9BqnaE1kk1cCmMQTBhusg17wDLVDEcosdMqK4YzMFdNwHqvRVFGRjYK5wbdnl/?app=fbl
Signed BULLOO
23 Apr 2023, 18:32 UTC≈23,600 viewsread 7 August 2026 https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0jcLzdgGPNpS7TU2u2kk7JYyPxHqFUi2ZDtUdCZiM7HV3QMnAbKU2GCcsT7ixGwhWl/?app=fbl
Signed BULLOO
1 Apr 2023, 19:39 UTC≈7,860 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @FaaizaaIliyaasPhoto
Nagaan koottu
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/530130056002648/
Signed BULLOO
9 Mar 2023, 17:18 UTC≈8,540 viewsread 7 August 2026 Madaalli humnoota siyaasaa Oromoo fi Amaara gidduu dhugaa seenaarratti hundoofte dhoosanii walitti himuun herregachuu malee imaammata mimmiliqqee fi wal sossobbiitiin hin dhugoomu. Aangoo tikfachuun Oromoof amanamuu fi tokkummaa isaa tiksanii of duuba hiriirsuudhaan qofa dhugooma.
Signed BULLOO
8 Mar 2023, 14:27 UTC≈7,150 viewsread 7 August 2026 Akkam jirtu oromoo koo account haaraan dhufneerraa fuula instagram koo link kana banuun follow godhaa🙏 otoo hin goone hin darbinaa👇👇
https://instagram.com/etanahabte23?igshid=ZDdkNTZiNTM=
Signed BULLOO
8 Mar 2023, 09:15 UTC≈6,690 viewsread 7 August 2026 OPDOn waan ummanni dide gochuurraa ofqusachuu qabdi. Ummata dhaggeeffadhaa!
Signed BULLOO
11 Dec 2022, 17:38 UTC≈10,200 viewsread 7 August 2026 Abiyyi Ahimad faa gaafa Wallagga deemanii Lammaa wajjin Kubbaa miillaa taphatanii muudii qabatan tokko yaadattuu?
Waltajjii achi ture irratti wanti inni dubbate tokko jira. "Wallaggi kun guddaadha. qabeenyas Guddaa qaba. Mootummaa Naannoo mataasaa ta'uu danda'a..." jedhe. Yeroo sanatti Haasaa balaafamaa Oromiyaa diigudha jennaan, "Mootummaa addunyaan Nobelii badhaaste qeeqxan, hinaaffaadha....." jettee duuriyyeen nu …
Signed BULLOO
11 Dec 2022, 17:32 UTC≈7,560 viewsread 7 August 2026 Gaaffiin Oromoon finfinnee irraa qabu Alaabaa OPDO keessatti Fannifachuu miti.
Ajandaa Abiyyi fi Shororkeessitoonni, Karaa Dallaalotaatiin qabsoo Abbummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo bacancarsuuf dhimma itti bahaa jiranidha. SIRNI ALAABAA OROMOO WALLAGGA KEESSAA BUQQISEE KAN Nifxinyaa DHAABU FINFINNEE KEESSAtti NUUF HIN FANNISU. qabsoo Oromoo gadi xiqqeessuu irraa of haa qusannu .
#OromooHaaBaraarru
#OB
#SaveOromia
Signed BULLOO
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @BontuBekele. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.