13 Jun 2026, 16:33 UTC728 views13 reactionsread 7 August 2026 Raawwachiistota Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Bara 2018 Irraa Maaltu Eegama?
------------
BBO - Waxabajjii 06/2018 Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa (Kutaa 6ffaafi Xumura Barnoota Sad. G/G (Kutaa 8ffaa) bara 2018 #Waxabajjii 08 -12 /2018 kennamu ilaalchisee Namoota Qormaata Raawwachiisan (#Qindeessaa Kilaastara Qormmaataa, #Itti_Gaafatamaa_Buufata Qormaataa, #Supparvaayizaroota Qormaataafi #Qort…
❤12👏1
10 Jun 2026, 13:43 UTC860 views5 reactionsread 7 August 2026 Hogganaan BBO Dr. Tolaa Bariisoo Haala Waliigalaa Barnootaafi Qormaatilee Bara 2018 Irratti Miidiyaaleef Ibsa Kennan.
----------
BBO - Waxabajjii 02/2018 Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo haala walii galaa barnootaa bara 2018fi Qormaatilee Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa,, Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaafi Qormaata Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sad. 2ffaa Bara 2018 ilaalchisuun g…
❤5
7 Jun 2026, 16:39 UTC532 views5 reactionsread 7 August 2026 BEEKSISA
Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif
#Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban.
------------------
BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu.
#1_Kan_Heyyamaman
Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ …
❤5
5 Jun 2026, 17:06 UTC542 views2 reactionsread 7 August 2026 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Teeknooloojii Adeemsa Baruu Barsiisuu Gargaaru Hojiirra Oolchuuf Yaalii Xumuruu Beeksise.
--------
BBO - Caamsaa 28/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Appilikeeshinii adeemsa baruu barsiisuu teeknooloojii hubannoo nam-tolcheen(Artificial Intelligence)n deeggaramu(#Agentic_AI_Teacher_Assistant) jedhamu misoomsuun hojiirra oolchuuf Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa yaaliif filataman keess…
❤2
31 May 2026, 15:15 UTC540 views4 reactionsread 7 August 2026 #YAADACHIISA
#Barattoota_Kutaa_12ffaa Bara 2018tiif
-------------------
Liinkiin "exam1.ethernet.edu.et " Shaakala Qormaataa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Yaadachiisuu Ta'a.
-------------
BBO - Caamsaa 20/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 Kompitara Bu'uureeffamee (CBT) Marsariitiin (Online)'n kennamu sababeeffachuun Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa Qormaata Shaakalaa Caamsa…
❤4
29 Apr 2026, 20:48 UTC679 views4 reactionsread 7 August 2026 Manneen Barnootaafi Barsiisota Sagantaa Tutoriyaalii Barattootaaf Kennaa Jiran Galateeffataman 👏🎓📚
BBO- Ebla 19/2018 📅: Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo, Manneen Barnootaafi Barsiisota qabxii barattoota isaanii fooyyessuuf barattoota 12ffaa, kutaa 8ffaafi 6ffaa sagantaa tutooriyaalii qopheessuun kennaa jiran galateeffataniiru. ✅
Keessattu, barsiisota barattoota isaanii yeroo boqonnaa isaanii k…
❤4
25 Nov 2025, 20:56 UTC≈1,290 views17 reactionsread 7 August 2026 Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Garee Kubbaa Miilaa Manneen Barnootaa Itiyoophiyaa Bakka Bu'an Adaamaatti Argamuun Jajjabeessan.
...........
BBO- Sadaasa 16/2018 Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo Garee Kubbaa Miilaa Manneen Barnootaa Itiyoophiyaa bakka bu'uun dorgommii Shaamiyoonshiippii Kubbaa Miilaa Manneen Barnootaa Afirikaa (#CAF_African_Schools_Football_Championship) biyya #Ugaandaa irra…
❤10👍7
8 Nov 2025, 13:02 UTC≈1,040 views10 reactionsread 7 August 2026 #Dorgommiin_Kalaqa #Saayinsiifi_Teeknoloojii Barattootaafi Barsiisota. Sad.2ffaa bara 2018 Gaggeeffamaa Jira
.....................
BBO, Onkoloolessa 29/2018 Dorgommiin Kalaqa Barnoota Saayinsiifi Teeknooloojii calalliin akka naannootti taasifamu guyyaa har'aa magaalaa Adaamaatti jalqabee jira. Kabajni guyyaa saayinsiifi teeknoloojii bara kanaa mootoo "#Guyyaa_Saayinsii_addunyaa_nageenyaafi #Misoomaaf/#World_scien…
👏4❤3👍3
8 Nov 2025, 12:34 UTC882 views5 reactionsread 7 August 2026 Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti Manni Barnootaa Bu'uura Boruufi Sad. 1ffaa Eebbifame.
................
BBO- Onkololeessa 29/2018 Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti Manni Barnootaa Bu'uura Boruufi Sad. 1ffaa bakka tokkotti hammate dhaabbata miti mootummaa 'Assembly of God' jedhamuun ijaarame har'a bakka hoggantootni BBO, Bakka Bu'aan kaantibaa, Hog. Waajjira Barnootaa, bakka bu'ootni dhaabbatichaafi hawaasni magaalichaa arg…
❤2👍2👏1
29 Oct 2025, 22:31 UTC793 views3 reactionsread 7 August 2026 #Beeksisa
#Barattoota_Sagantaa_Remedial'f Dabartan Hundaaf -Iddoo Ramaddii ilaalladhaa
...............
BBO - 19/02/2018 Barattootni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 fudhattanii qabxii Sagantaa Remediyaalaa isin hordofsiisuu danda'u galmeessistan Dhaabbata Barnootaa Itti Ramadamtan liinkii asii gadii banuun akka ilaallattan Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
#Hubachiisa:- Dhaabbatni itti ramadamtan hanga W…
❤3
25 Oct 2025, 17:05 UTC767 views3 reactionsread 7 August 2026 File
Qajeelfama Barnoota Fagoo(Distance) Haaraya Fooyya'e Bahe Lakk. 2. 2018 E.C
❤3
21 Oct 2025, 15:10 UTC779 views3 reactionsread 7 August 2026 Photo
Beeksisa Qaccarrii
Waajjirri Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Barsiisota Appilaayidiin Yuunivarsiiitii Mootummaa irraa eebbifamanii hojii barsiisummaa hojjachuu dorgomsiisee qaccaruu barbaada. Kanaafuu namoonni ulaagaa suuraa irratti mulatu guuttan dorgomuu dandeessu.
❤3
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @Biiroo_Barnoota_oromiyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.