26 Aug 2026, 10:40 UTC≈1,060 views8 reactionsread 28 August 2026 Bu'aa Boonsaa Barsiisotaafi Maatii Barattootaa.
BBO - Hagayya 20/2018 Cabiinsa Qulqullina Barnootaa Fayyisuuf Hojii Walitti Fufiinsaafi Kutannoo Hojjatameen Waggoota Shan keessatti fooyya'insi abdachiisaan mul'ateera.
Kanaafis, Barsiisotniifi Maatiin Barattootaa Gahee Leencaa Taphataniiru. Galatoomaa!
Daandiin dheeran kan hafu ta'us, qindoomina hawaasaafi mootummaatin waggoota dhihootti keessaa bahuuf abdii gud…
❤7👏1
26 Aug 2026, 04:50 UTC≈1,200 views1 reactionsread 28 August 2026 • Weebsaayitiin: https://result.eaes.et
• Telegraamiin: https://result.eaes.et/telegram
• Ergaa Gabaabaan (SMS): https://result.eaes.et/sms
❤1
Oromia Education Bureau pinned a photo
25 Aug 2026, 13:30 UTC≈2,060 views20 reactionsread 28 August 2026 Photo
"Barattoonni galagala sa'aatii tokko irraa kaasee bu'aa isaanii ilaallachuu danda'u"
Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa
Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 yoom akka ifoomu fi, barattoonni karaaleen ittiin ilaallachuu danda'aan ibsameera.
Gama biraatiinis barattoonni komii qaban qaamaan dhufuun osoo isaan irraa hin eegamiin karaa website kanaa seenuun https://result.eaes.et/complaint komii …
❤14👍4🔥2
25 Aug 2026, 11:12 UTC≈1,700 views16 reactionsread 28 August 2026 Barataa Saadam Abdulaaziiz Eenyu?
Finfinnee, Hagayya 19,2018 (FMC)- Barataa Saadam Abdulaaziiz Umar qormaata biyyaalessaa kutaa12ffaa damee saayinsii Hawaasaan akka biyyaatti qabxii olaanaa kan galmeessedha.
Saadam bara kana Saayinsii hawaasaan qabxii 576.25 galmeessuun sadarkaa biyyaalessaatti sadarkaa 1ffaa irra jira.
Barataa Saadam Abdulaaziiz Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Cirootti kan dhalate yoo t…
👍9❤7
25 Aug 2026, 11:11 UTC≈1,450 viewsread 28 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
24 Aug 2026, 19:45 UTC≈1,820 views22 reactionsread 28 August 2026 Barattoota Qaxalee Qabxii Qormaata Biyyolessaa Olaanaa Galmeessisan! Maqaafi MB Kam Irraa?
BBO - Hagayya 18/2018 Oromiyaa Galaana Hayyootaa Taasifna yoo Jennu Hawwaasa Barnootaa(Barsiisaafi Hoggansa Barnootaa Keenya) fi Ummata Keenya Abdanneeti!
Bara 2017 MBIBBA Dodolaa akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessise, bara 2019 MBBA WMO dhiiraan, MBIBBA Dodolaa immoi dubaraan akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessisuun…
❤21🔥1
Oromia Education Bureau pinned a photo
22 Aug 2026, 18:59 UTC≈2,770 views27 reactionsread 28 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤27
22 Aug 2026, 15:21 UTC≈2,980 views29 reactionsread 28 August 2026 Photo
#Oduu_Ammee!
Firiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ibsame.
BBO - Hagayya 16/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoomse.
Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan.
Kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%)
Oromiyaa keessatti, barattoota qormaata fudhatan keessaa 20,877 (10.53%) qormaata darb…
❤19👍8🔥2
22 Aug 2026, 15:20 UTC≈2,350 views8 reactionsread 28 August 2026 Beeksisa
Guyyaan_Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Federaalaa Galuu Barbaadanii Dheerate.
BBO - Hagayya 15/2018 Guyyaan Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Federaalaa Kutaa 9ffaafi 10ffaa hanga Hagayya 20/2018tti dheerachuu Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa beeksiseera.
Kanaafuu, Barattootni kanaan dura hin galmaa'iniifi ulaagaa gaafatame guuttan hanga Hagayya_20/2…
❤6👎1🥰1
19 Aug 2026, 16:12 UTC≈2,890 views15 reactionsread 28 August 2026 Ministeerri barnootaa barattoota kutaa 8ffaaf waamicha dhiyeesse
Ministeerri Barnootaa barattoota bara barnootaa 2018 kutaa 8ffaa xumuraniif waamicha seensa mana barnootaa bultii addaa federaalaa gochuun bara barnootaa 2019 manneen barnoota bultii addaa afur dabalataan hojii akka eegalan beeksiseera.
Gorsaa ministeerichaa Pirofeesar Kindiyyaa Gabrahiwot ibsa kennaniin, ministirichi barattoota qaxalee omishuuf bara…
❤14🤔1
Showing the 12 most recent of 38 posts we hold for @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_BBO. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.