9 Sept 2026, 03:02 UTC80 viewsread 10 September 2026 Gaaddisaa Haayilee
Tasammaa Ittaanaa
Gammachiis Nagaasaa
Eeliyaas Gammachuu
Haayilee Mangistuu
Abrihaam Immiree
Deeggarsa taasistaniif Waaqayyo isiniif haagalmeessu (Tarii deeggartanii warra rasiitii hin ergines eebbi kun nii ilaallata)
Warri hafnes hanga dandeenye haa gargaarru,
''Waaqayyo isa qaburra bulee kenna, isa fudhaturra bulees fudhata''
''Iyyasuusis, uummata baay'ee argee isaaniif gadde. Dhukkubsattoota…
Signed H A
7 Sept 2026, 18:17 UTC126 views1 reactionsread 10 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
😢1
Signed H A
7 Sept 2026, 18:17 UTC120 viewsread 10 September 2026 Humna keenyaan olta'e
Barsiisaa Gurmeessaan, gocha harka namaatiin summaa'e 5/12/2014tti. Yaaliin fayyaa isaaf taasifamus humnasaa ol waan ta'eef, Mana-Kiristaanaa bakka Haayaat Tsabal jedhamutti karaa haadha manaa isaafi Qomos Abbaa Haayileyesuus Tasfaayeetiin gargaaramaa turus, turtii waggaa lamaa booda humnaan oltaanaan gara bakka dhalootasaa Qellem Wallaggaatti deebi'uu dandeerra. Dhibee summaa'uu kanaan, gurris…
Signed H A
7 Sept 2026, 15:51 UTC97 viewsread 10 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed H A
7 Sept 2026, 15:50 UTC64 viewsread 10 September 2026 Cimsaa ofqabaatii ofqoradhaa, yaada keessanis cimsaa qabadhaatii qoradhaa. Gatiiwwan keessan qalbeeffadhaa! Qajeeltoo ittiin hoogganamtanirrattis buusaa-baasaa yaadaas. Jaalalli gara-laafinaafi qajeelinaa gara laphee keessaniitti akka galuuf eeyyamaa. Isin kan gara-laafina jaal’attan taanaan, jaalalaa wajjin waliintokkoomtu, yoo Waaqayyoon jaal’attan ammoo gara-laafinaa wajjin waliintokkoomtu. Jalqabarratti kan dhufu…
Signed H A
7 Sept 2026, 15:50 UTC69 viewsread 10 September 2026 Kakuu Haaraatiif jaalalli Waaqayyoo, ajaja garmalee adda ta’e miti. Ajaja Kakuu Moofaa keessattis akkasuma ture. Kitaaba Seera Keessa Deebii keessatti akkas jennee dubbifna:- “Atis Waaqayyo Waaqakee guutuu lapheekeetiin, guutuu lubbuukeetiin, guutuu humnakeetiin jaal’adhu!” SKD. 6:5. Kun, akka qoosaa jaalala Waaqayyoo isa lapheekee keessatti argamu miti. Kunoo maal waan baay’ee salphaa ta’aa. Ajajni kun, laphee gonka…
Signed H A
7 Sept 2026, 15:50 UTC84 viewsread 10 September 2026 “Jaalleenkoo kan kooti, anis kan isaa ti” WWC. 2:16
(Abunni Shinoodaa, kitaaba isaan waggaa haaraaf barreessan keessaa, kutaa-2)
Akka Gooftaan si duukaa jiru kan ati beektu akkasittidha. Haala kana keessatti jecha Raajicha Eeliyaasitti akkan gammadun siif caqasuu jaal’adha:- “Fuulasaa dura kanan dhaabadhe Waaqayyo Waaqa jiraataa isa kan Isiraa’eel” 1Moot. 17:1. Inni, utuu addaan hinkutin Waaqayyo dura dhaabachuun isa…
Signed H A
7 Sept 2026, 15:50 UTC102 viewsread 10 September 2026 Lubbuukee Waaqayyotti kenni. Ati hariiroo Waaqayyoo wajjin qabdu keessatti waan hooda yookiin ormi wayii gara keessa keetti akka galuuf hin eeyyamin. Guutuu lapheekeetii kan Waaqayyoof kennituuf kan murteessite ta’i. Ani, yaadonni alatoon, miironni diigamoon yookiin cubbuun keessummaa tokko gara kootti seenuun hariiroon Waaqayyoo wajjin qabu akka na duraa gara-dabarsan hinbarbaadu. “Jaalleenkoo kan kooti, anis kan is…
Signed H A
6 Sept 2026, 17:48 UTC124 views2 reactionsread 10 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
🙏2
Signed H A
6 Sept 2026, 17:47 UTC117 viewsread 10 September 2026 Hariiroon jaalalaa kun kaninni beekamu, yaadota-jaalalaa, miirotaafi miirota gad-fagoonidha. Kana jechuun gama biraan, namni tokko kaninni kadhatu, waan jaalalaan Waaqayyoon yaaduufi isa argachuutiif waan gomja’uufidha. Inni kaninni kana taasisu, ajajni muraasni akkanni kadhatuuf waan isa dirqisiisuuf yookiin sammuusaa isa isa quqquuqu jalaa miliquuf jedhee miti. Yookaan ammoo, inni kaninni kadhatu, kadhannaan akkasu…
Signed H A
6 Sept 2026, 17:47 UTC81 viewsread 10 September 2026 Fakkeenyaaf:- Ani, monoksoonni biyya Hindi kan isaan irratti hirmaatan: ofqabuuf, sirnaaf bitamuuf, fayyaa isaanii eeggachuutiif kan isaan hojjetan waa’ee Shaakallii Yoogaa waan baay’ee dubbiseera. Haa ta’u maleessaa, shaakalliiwwan isaanii kunniin, jaalala Waaqayyoo wajjin wal hinqabatu. Isaan raawwatee jaalala Waaqayyoo wajjin hariiroo hinqabani. Jaalala Waaqayyoof qaban irraan kan ka’e warra soomaniifi utuu Waaqay…
Signed H A
6 Sept 2026, 17:47 UTC85 viewsread 10 September 2026 “Jaalleenkoo kan kooti, anis kan isaa ti” WWC. 2:16
(Abunni Shinoodaa, kitaaba isaan waggaa haaraaf barreessan keessaa, kutaa-1)
Jaalleenkoo kan kooti, anis kan isaa ti jechi jedhu kaninni agarsiisu, hariiroon Waaqayyoofi lubbuu namaa gidduu jiru, kan jaalalaa ta’uusaa ti.
Hariiroon namoonni baay’een Waaqayyoo wajjin qaban kaninni xumuramu, ajajamuu irratti dha. Namni yoo kan seerota Waaqayyoo gaaddisiifatu ta’eefi y…
Signed H A
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @BarumsaHafuuraaf. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.