26 Aug 2026, 11:34 UTC29 views3 reactionsread 26 August 2026 Marsaa 3fffaa
Baayina nama=15
Carraa 1ffaa= 1000.
Carraa 2ffaa= tikeeti 1 tola.
Qarshii=100 qofaan.
CBE=. 1000306962004.
B.T.M
1.
2.
3.
4.Abdii✅✅
5.Abrish✅✅
6.Tase ✅✅
7. Tigist ✅✅
8.Teedii ✅✅
9.
10.
11.Fetene✅✅
12.Balinesh✅✅
13.
14.
15. Ababa ✅✅
Kan Boruu bahuu.
Carraa keessan qabadha.
@B09t1 dubbisaa
❤3
23 Aug 2026, 20:32 UTC143 views6 reactionsread 26 August 2026 JIRAACHUUDHAAF
• Nama kaayyoo taate, waan adeemtuf beekaa dha.
• Nama mul'ataa taate, waan hojjettuuf bu'aa isaa dursii argi.
• Nama karooraa taate, waan kaayyoof mul'ata kee ta'e tooran hojjedhu.
• Nama hojii taate, kaayyoo fi karoora kee irratti hojjetaa cimaa ta'aa.
• Obsa qabaadhu hin ariifatin firii hojii fi mul'ata keetii arguuf.
Ejjennoo Cimaa fi Guddaa ta'e kan addunyaa kana injifattee ittiin addunyaa k…
❤6
19 Aug 2026, 18:36 UTC259 views8 reactionsread 26 August 2026 GORSA QAJEELTOO MILKAA'INA JIREENYAA:
1. Eessaan dhufe, Eessattin deema, Maaliifin uumamee bari.
2. Seera uumaa (natural law) kabaji.
3. Yeroo hunda dhugaa dubbadhu, haqaan hojjedhu.
4. Amala gaarii, namooma, amanamummaa, naamusa kkf qabaadhu.
5. Jibba dhala namaa kamuu ofirraa balleessi.
6. Nama miidhuu irraa fagaadhu.
7. Karaa qaxxaamuraa fi daba cubbuu irraa fagaadhu.
8. Amantii qabaadhu, Rabbi kadhachaa sodaa…
❤8
13 Aug 2026, 15:16 UTC370 views7 reactionsread 26 August 2026 Haalli tokko illee, akkaataa jabina sammuu keenyaa irratti hundaa’uun namaaf garaagarummaa guddaa qabaachuu danda’a.
Yeroo sammuun keenya dadhabaa ta’u, rakkoon xiqqoon illee waan hin danda’amne fakkaachuu danda’a; sodaachuu ykn dafnee abdii kutachuu dandeenya.
Yeroo sammuun keenya madaalawaa ta’u, haala sana tasgabbiidhaan ilaalla; rakkoo sana akka qormaataa furuu dandeenyuuttis ilaalla.
Garuu yeroo sammuun keeny…
❤7
6 Aug 2026, 15:55 UTC480 views10 reactionsread 26 August 2026 #GATII_OFII_BEEKUU
Yeroo tokko namni waa’ee #gaggeessummaa irratti #leenjii kennuuf jedhu qarshii abbaa dhibbaa haaraa ta’e tokko ol kaasee, “Namoota #leenjitan kana keessaa namni dhuma leenjii kana irratti qarshii kana fudhattanii galuu barbaaddan jirtuu?” jedhee gaafate. Namoonni hedduun harka ol kaasan.
Itti fufee #qarshii sana harka isaatiin sukkuumee erga jedhee booda ammas tarii isa baay’ee sukkuumame kana na…
❤10
4 Aug 2026, 15:25 UTC431 views5 reactionsread 26 August 2026 Qabeenya qabduun jireenya kee hin safarin. Jireenya Onnee namoota siif rifataniin, kolfa ati uumte, fi jaalala ati qooddatteen safari.
— Jireenyi dhugaan waan qabduun osoo hin taane, bu'aa gaarii ati jireenya namoota biroorratti fiddeen madaalama.
🖌@BarsiisaaAy
❤5
24 Jul 2026, 14:40 UTC711 views7 reactionsread 26 August 2026 "POWER of VISION"
Maddi rakkinaa inni guddaa fi hangafaa namoota sirrii iddoo dogoggoraa taa'aniini dha. Namoota abjuu nama biraa keessa jiraatan ykn jiraachuun ofii isaanii dadhabsiisan. Rakkinni rakkoo tahee umurii akka dheeratu kan taasisu isaan ofii isaanii ilaalcha nama biraan of bocani dha. Ofii isaanii dhiisuu nama biraa ta'anii namoota ofii isaanii dibamaniin dha.
Namni ati mootii taata, ati doktora taata f…
❤7
23 Jul 2026, 19:26 UTC534 views3 reactionsread 26 August 2026 File
Maqaa Barsiisota qormaata seensa univ darbanii
❤3
21 Jul 2026, 13:23 UTC≈1,610 views2 reactionsread 26 August 2026 Onnee si jaalatu gonkumaa hin miidhin. Sababni isaas tarii onneen sun lammata si jaallachuu hin danda'u ta'a.
━━━━━━━━━━━
@BarsiisaaAY
❤2
19 Jul 2026, 09:53 UTC≈1,660 views7 reactionsread 26 August 2026 𝗦𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗱𝘂𝗯𝗯𝗶𝘀𝗶
"Milkaa'inni xumura miti; kufaatiin immoo dhuma miti. Wanti guddaan itti fufanii deemuu dha."
— Winston Churchill
"Barnoonni meeshaa addunyaa itti jijjiirtan isa humna guddaa qabu dha."
— Nelson Mandela
"Wanti Har'a ati gootu boru kee ni murteessa."— Mahatma Gandhi
"Namni of moo'ate, nama kuma moo'ate caala."
— Lao Tzu
"Carraan hojii cimaa uffatee dhufa; kanaaf namoonni hedduun isa hin bee…
❤7
15 Jul 2026, 18:57 UTC722 views7 reactionsread 26 August 2026 Kophummaa filachuu.
Jalqaba irratti, kophaa ta'uu jaallachuun "dhibee" ykn "amala badaa" sirreeffamuu qabu qofa miti. Saayinsii sammuu (Psychology) keessatti namoonni amala akkasii qaban "Introverts" (Namoota yaada fi humna isaanii keessoo isaaniitii argatan) jedhamu.
Namoonni amala kana qaban:
• Kophaa isaanii yoo ta'an humna argatu, yaadni isaanii ni boqota.
• Bakka namni baay'een jirutti dafanii nuffu ykn hum…
❤7
10 Jul 2026, 00:28 UTC655 views3 reactionsread 26 August 2026 #Choice • Chance • Change
Jireenyi guyyaa guyyaan filannoo nuuf dhiheessiti. Filannoon keenya immoo gara murtiitti nu geessa. Addunyaa kana irratti tarkaanfiin kamuu murtoo irraa eegala.
Osoo hin murteessin dura, waan murteessitu sana haalaan hubachuun isa hangafadha. Yeroo ga'aa fudhattee itti yaaduudhaan dhimmicha gadi fageenyaan xinxali!
Jireenya kee keessatti murtoon tuffatamu hin jiru. Murtoon xiqqoo hin qabd…
❤3
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @BarsiisaaAY. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.