12 Jan 2026, 19:33 UTC778 viewsread 28 September 2026 **** ከንብ ጋራ ኑሮ ****
በገድለ ወለተ ጴጥሮስ ላይ እንዲህ የሚል ታሪክ አለ፡፡ እምነ ወለተ ጴጥሮስ ወደ ዋልድባ ገዳም በገባች ጊዜ ለአንዲት እናት ረድእ ሆነች፡፡ እኒህ እናት ፈጽሞ ጠባይ የሚባል ያልፈጠረባቸው ነበሩ፡፡ አሁን የተናገሩትን አሁን ይሽሩታል፣ በሆነው ባልሆነው ይቆጣሉ፤ ከእርጅናቸው ብዛት የተነሣ ይነጫነጫሉ፤ ትእዛዛቸው ሁሉ ውኃ ቀጠነ ነው፡፡ በዚህ ዐመላቸው የተነሣ ማንም ከእርሳቸው ጋር ለመኖር ፈቃደኛ አልነበረም፡፡ ከእርሳቸው ጋር ለመኖር ፈቃደኛ ሆና ለረዥም ጊዜ ያገለገለቻቸው ወለተ ጴጥሮስ ነበረች፡፡
አንድ ቀን መነከሳዪያቱ ተሰባስበው ‹እንዴት ከእኒህ እማሆይ ጋር ለዚህን ያህል ዘመን አብረሽ ለመኖር ቻልሽ? …
Signed Dugassa Gemechu
12 Jan 2026, 19:33 UTC912 views4 reactionsread 28 September 2026 ትዳርም እንዲህ ነው፡፡ አኗኗሩን ነው ማወቅ፡፤ የንቧን ንድፊያ የመቀነሻውን መንገድ ነው ማወቅ፣ የማሩን አቆራረጥ መንገድ ነው ማወቅ፡፡ ደግሞምኮ አስገራሚው ገበሬው የሚከባከበው ይህቺኑ የምትናደፈውን ንብ መሆኑ ነው፡፡ የምትቀስመው አበባ ትፈልጋለች፣ ንጹሕ አካባቢ ትፈልጋለች፣ ከጉንዳንና ከአውሬ ነጻ የሆነ ቀፎ ትፈልጋለች፡፡ ግን ትናደፋለች፡፡ ደግሞም ማር ትሰጣለች፡፡ ትዳር አስደሳች ነገር ብቻ ሳይሆን አስመራሪ፣ አንገብጋቢ፣ አስጠሊታ፣ ጨጓራ አንዳጅ፣ አንጀት ቆራጭ፣ ልብ አቃጣይም ክፍል አለው፡፡ ይናደፋል፡፡ ግን ደግሞ ክብካቤም ይፈልጋል፡፡ ንጹሕ ልብ፣ ታማኝ ኅሊና፣ ቻይ አንጀት፣ ታጋሽ ሆድ፣ ጠቢብ አእምሮ፣ አሳላፊ ልቡና ይፈልጋል፡፡ ለምን ቢሉ? ማር ይሰ…
❤4
Signed Dugassa Gemechu
13 Jul 2025, 08:49 UTC≈1,100 views13 reactionsread 28 September 2026 Hojii kee hojjedhu!
“Gooftaan namootuma hundumaaf hojii kenneefii jira. Isa kennameef sana hojjechuun gahee isaati. Osoo dandahameefii akka hin hojjetamne kan godhu gocha seexanaati. Akkuma Waaqayyo hojii sana akka hojjetuuf siif eyyame, seexanni ammoo si dhoorkuuf tattaafata. Wantoota biroo nama gammachiisan siif dhiheessuuf tattaafata. Abdii biyya kanaatinis si sossoba.Galaana hamiitinis akka guutamtu si godha. Ba…
❤13
Signed Dugassa Gemechu
14 May 2025, 11:57 UTC≈1,070 views4 reactionsread 28 September 2026 Iyyaarikoos gahani,“Yoordaanosiin deema na eegi,” jedheen,“Si biraa hin hafu,” jedheen. Yoordanoos uffata isaan bakka lamatti mure cehee,Eeliyaas Eelsaadhaan “wanta narraa barbaaddu nakadhadhu,” jedheen.“Afuurri kee dachaa lama ta’ee narra haa bulu,” jedheen Eelsaan. Innis,“Yoon ani fudhatamu yoo na agarte kadhannaan kee siif ni raawwatama,” jedheen. Saragallaanibiddaa adda isaan baase. Eelsaanis yoo Eeliyaas olbahu …
👍4
Signed Dugassa Gemechu
14 May 2025, 11:57 UTC957 views4 reactionsread 28 September 2026 Raajaa Waaqayyoo Eeliyaas: Baay'ee Ajaa'ibsiisaadha!
-Rajaan kun nama due kan duaa kaasedha
-Raajan kun bara beelatti midhaan xiqqoo fi zayiita xiqqoo dhumuuf kaate kan baayyisedha
-Raajaa kana araagessatu Soorata isaa isaaf fida ture
-Raajaan kun osoo hin duin hanga yoonaa lubbuun kan jiruufi kan ol fudhatamedha
-Raajaan kun samiin akka rooba hin kennine waggaa sadiif samii kan gaadiedha
-Raajaan Kun Gooftaa Iyyasu…
❤4
Signed Dugassa Gemechu
20 Apr 2025, 10:06 UTC899 viewsread 28 September 2026 Photo
Bagaa ifaa du'aa ka'uu Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosin nagaan isin ga'ee!!!
እግዚአብሔርም ከእንቅልፍ እንደሚነቃ ተነሣ፥ የወይን ስካር እንደ ተወው እንደ ኃያልም ሰው
(መዝ 78:65)
Signed Dugassa Gemechu
18 Apr 2025, 15:32 UTC824 views1 reactionsread 28 September 2026 " ኢየሱስም ሆምጣጤውን ከተቀበለ በኋላ። ተፈጸመ አለ፥ ራሱንም አዘንብሎ ነፍሱን አሳልፎ ሰጠ።"
(የዮሐንስ ወንጌል 19:30)
🥰1
Signed Dugassa Gemechu
18 Apr 2025, 06:45 UTC895 views5 reactionsread 28 September 2026 Torbee Dhukkubbiitti Akka Nagaa Walgaafannaaf Itti Fayyadamnu
እንበለ ደዌ ወሕማም እንበለ ፃማ ወድካም አመ ከመ ዮም ያብጽሐኒ
ያብጽሕክሙ እግዚአብሔር በፍሥሓ ወሰላም አሜን፡፡
(Dhibee fi Dhukkubbii Malee, Laafinaan fi Dadhabbii Malees
Akkuma Har'aa Waggaa Har'aatiin Gammachuu fi Nageenyaan Waaqayyoon Nu Haa Gahu;
Isiniinis Haa Gahu, Ameen.)
👏5
Signed Dugassa Gemechu
18 Apr 2025, 04:43 UTC856 views1 reactionsread 28 September 2026 Hojii Gooftaa Guyyaa jimaataa
Guyyaan kun guyyaa warri ayihuudotaa badii fi cubbuu tokko malee qulqulluu kan ta'e Gooftaa
keenya Iyyasuus kiristoosiin itti fannisanidha. Egaa guyyaa har'aa Gooftaan keenyaa Iyyasuu kiristoos fayyisaa addunyaa Hundaa kan ta'e, waadaa Addaamii fi ijoollee isaaf gale
raawwachuuf fannifamee qaaraniyoo gubbaa irra oole itti yaadannudha. (Maat 27:35-75)
Dabarsee Gooftaa kan kenne yihuudaan …
👍1
Signed Dugassa Gemechu
17 Apr 2025, 05:00 UTC859 views1 reactionsread 28 September 2026 Hojii Gooftaa Guyyaa Kamisaa
Hojiiwwan Gooftaa keenyaa guyyaa kana raawwate:- Guyyaan kun guyyaa Gooftaa keenyaa
Iyyasuus Kiristoos gad of qabinsa, jaalala, ajajummaa akkasuma maalummaa tajaajilaa, barsiisaa
fi gorsaa, miilla duuka bu'oota isaa dhiqe waan ta'eef guyyaa miilla dhiqaa jedhama.
Duuka bu'ichi qulqulluun Yohaannis "Iyyasuus miilla isaanii dhiqee wayyaa isaa fudhatee, iddoo
isaatti erga deebi'ee booddee, "…
❤1
Signed Dugassa Gemechu
16 Apr 2025, 05:18 UTC653 views6 reactionsread 28 September 2026 Hojii Gooftaa Guyyaa Roobii
Guyyaa kanati hojiiwwan raawwataman keessaa:- Guyyaan kun guyyaa angafoonni lubootaa fi
barsiisonni seeraa Gooftaa akkamitti akka qaban itti mari'ataniidha. Kanaaf guyyaa "walii
galtees" jedhame ni waamama. walii galteen kunis kan taasifame bartoota keessaa tokko kan
ta'ee Yihuudaa wajjin yoo ta'u walii galteen kun murtee hammeenyaaf ture.Walii galtee kana
erga raawwatee booda gara gooftaa…
👍5❤1
Signed Dugassa Gemechu
15 Apr 2025, 05:36 UTC766 views10 reactionsread 28 September 2026 Hojii Gooftaa Guyyaa kiibxataa
Guyyaan kun hojiiwwan Gooftaa keenyaa guyyaa wiixataa hojjeteefi dubbate irratti gaaffii warri Ayuudootaa dhiyeesaaniifi guyyaa inni deebii itti kennedha. Sababuma kanaaf guyyaan kun guyyaa gaaffii fi baruumsaa jedhamees beekama. Gaaffii kanas warreen barreessiitotaa fi fariisotaan kan gaafatame yoo ta'u barumsa barsiiftu, raajii raawwattu fi warreen gurguran mana kiristaanaa keessaa ka…
👍6❤3👎1
Signed Dugassa Gemechu
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @BaAOT. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.