23 May 2026, 10:26 UTC513 views9 reactionsread 7 August 2026 > "Wanti jalqaba humna sammuu (yaaduun) laaffisu... Kunneen viidiyoo gaggabaaboo (Shorts/Reels) kan miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti argitandha. Viidiyoowwan gaggabaaboo jijjiiraman kunneen dafanii sammuu namaa hihhiran. Sammuun daqiiqaa 5 ol gadi fageenyaan akka hin yaadne dhorku. Hafuu fi waan tokko irratti xiyyeeffachuu hin danda'u."
> Hubannoo fi hubannoon nuffisiisaa (obsa dhabuu), dadhabina sammuu fi obsa dβ¦
π6β€3
Signed Muaz
19 May 2026, 18:18 UTC626 views6 reactionsread 7 August 2026 7β£ DudhaaleeβΌ .
βοΈ Qajeeltoowwan torban kana yoo guddifatte; nama jabaa Rabbiin biratti jaalatamu, namoota biratti kabajamu, ejjennoo ifaafi jabaa qabu taata.
1β£ Garaa kee irraa osoo itti hin amanin "eeyyee" hin jedhin:
π· Nama gammachiisuufi nama mufachiisuuf qofa waan itti hin amanne fudhachuun fakkeessituu si taasisa. Amantii kee malee "eeyyee" jechuun suuta suutaan keessoo kee ajjeesa. Dhuma irrattis geggeessaa β¦
β€4π2
Signed Muaz
16 May 2026, 03:19 UTC633 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @risalaTubeFile
File, posted without a caption
Signed Muaz
26 Dec 2025, 11:02 UTCβ1,330 views16 reactionsread 7 August 2026 Photo
β π π π β
πIbnu al-Qayyim Rabbi rahmata haa godhu akkana jedhe:
π₯ Hayyoonni badii balbala jannataa taa'u
Jecha isaaniitiin Gama jannataatti namoota afeeruu,
Garuu gocha isaaniitiin ammoo gara Jahannamaatti isaan afeeruu.
π Yeroo Afaan isaanii namootaan Kottaa jedhu :
π± Gochi isaaniimmoo Isaan hin dhaggeeffatinaa! jedha:
π Osoo wanti isaan itti waaman dhugaa ta'ee, .
isaanis jalqaba deebii itti kennu turan.β¦
β€12π4
Signed Muaz
24 Dec 2025, 14:30 UTCβ1,120 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
π²πΌπ΄π©π°π° π¨πΉπ©π¨π¨:
Ajaa'iba Uumaa Rabbii Lafee Malee
Kumbiin Arbaa tokkoo akkamitti mukaa gurguddaa ol kaasuuf cimaa taΚΌuu dandaΚΌa,
taΚΌus, saantima xinnoo tokko fudhachuuf hamma sirrii taΚΌuu akka dandaΚΌu yaaddee beektaa?
Kumbiin Arbaa kun funyaan dheeraa qofa miti; innis walitti makamuu hidhii fi funyaan gubbaa yoo ta'u, toora walxaxaa maashaalee 40,000 ol of keessaa qaba.
Kan caalaa kan nama ajaa'ibu lafee tokkollee oβ¦
π5
Signed Muaz
24 Dec 2025, 07:46 UTC990 views6 reactionsread 7 August 2026 Photo
Muazzin Masjiida Nabiyyii Faayisal Al-Nu'maan guyyaa kaleessaa du'aan addunyaa kanarraa boqote.
Sheek Faayisal Madiinaa keessatti dhalatee naannoo amantii geengoo qoβannoo Qurβaanaa fi waamicha salaataatiin marfame keessatti guddate.
Umurii isaa waggaa 14tti Masjiida Nabiyyii keessatti azaana gochuu kan jalqabe yoo ta'u, hanga har'a guyyaa du'a isaatti gahee kanatti itti fufeera.
Jireenya isaa guutuu Mu'umintootaβ¦
π3π’2β€1
Signed Muaz
22 Dec 2025, 08:20 UTC851 views7 reactionsread 7 August 2026 π¨πππ«΅
Murtoo kee tokko osoo hin mirteeffatin dura wantisun πππππππ moo πππππππ taβuu isaa kan ilaaltu yootaate atikaraa sirrii irra jirtaπ.
π5π₯°2
Signed Muaz
21 Dec 2025, 10:53 UTCβ1,010 views11 reactionsread 7 August 2026 πΆπππ ππππππ π
ππππππππππ πππππππππππ πππππππ πππππ πππ
ππβ»οΈ
Muβminnπ addunyaa kana bakka hojii fi ibaadaa godhata, aakhiratti buβaa isii akka haammatutti,
Sababiin isaas Aakhiraan bakka jireenyaa dhaabbataa yoo taβu, addunyaan garuu bakka jireenyaa darbaa yeroo gabaabaa keessatti xumuramtu qofaadha.
Mu'uminni yeroo hundumaa Womti inni ofitti himuu qabu Akka duniyaan biyya keessatti hafan hintaane Akka kara deemaa taβ¦
π7π₯°3β€1
Signed Muaz
20 Dec 2025, 10:20 UTCβ1,200 views12 reactionsread 7 August 2026 βοΈπππβοΈ
β»οΈπ
πππππ‘πππππ ππππππππ πππππππ πππππ ππππ‘π‘ππβοΈ
πRafiitiin waamicha lubbuu ofii owwaachuudhaa,
Salaannimmoo Waamicha Rabbii ol'aanaa ta'ee owwaachuu waan ta'eefi.
πHirribni gosa du'aarraa tokkoo,
Salaannimmoo jireenya Waan ta'eef.
πHirribni qaamaaf boqonnaa kenna,
Salaannimmoo lubbuudhaaf boqonnaa kenna waan ta'eef.
πHirriba Mu'uminnas ta'ee kaafirris nirafani,
Salaata garuu Mu'umintoota qofaatu salaaβ¦
β€11π1
Signed Muaz
19 Dec 2025, 12:19 UTC861 views3 reactionsread 7 August 2026 πΊπππππ (ππππ‘π’π’)βπππππβπ’,
bakkuma bu'e habu'uu.
Yoo warra isaaf malu irratti bu'e, isaan silaayyuu haqa godhatuu hafudhatani.
Yooworra isaaf hin malle irratti yoo buβes immoo Rakkoo hin qabu situ gaarii ojjachuu haqa godhata toltuu hojjachuutu sirraa tola situ haqa godhata.
β π¨πππππ ππππ π¨πππ πΏπππππ
π2β€1
Signed Muaz
18 Dec 2025, 06:56 UTC977 views7 reactionsread 7 August 2026 Garmalee arjoomuun
Namoonni arjummaa keetti fayyadamanii akka sitti xabatan taasisa.
Garmalee dhiifama gochuu daneessuun
Namoonni dhiifama heddummeessuu keetti qabatanii Akka situffatan akka sixiqqeeffatan taasisa.
πHundaanuu jiddu galeessa ta'uutu barbaachisaadhaπ
π6β€1
Signed Muaz
17 Dec 2025, 13:07 UTC985 views7 reactionsread 7 August 2026 βοΈπππβοΈ
πShirri dugda kee duubaan Sitti Xaxamu hundi fuula Rabbii duratti hin dhokatu.
Bakka ati hin jirretti yoo si ganan illee Rabbimmoo ni arga.
Osoo ati hin beekin yoo sirratti Sobanillee wanti dhageettii Rabbii jalaa bahu hin jiru.
Si miidhuuf shira xaxanillee Rabbiin kee sirratti hin dhiisu.
Kanaaf sobni lafarra turee Umrii dheerachuun Waan Rabbi dhiisee callise Akka sitti hin fakkaanne.
Akkasumas miidhamβ¦
π5β€2
Signed Muaz
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @B_islaamummaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.