19 Jan 2026, 07:44 UTC≈4,630 views69 reactionsread 4 September 2026 Sadiyoo Maanee osoo baanee hin taphanne tahe ni salphanna ture jedhe.
Leenjisaan Senegaal hin taphatiinaa jedhe. Maaneen garuu koottaa bahaa taphadhaa jedhe. Maaneen sababa isaa ibseera.
Maaneen Afrikaa salphina oolche jedhamuun faarfamaa jira. Leenjisaan isaanii murtoo isaa kanaaf gaabbeeraa? warri Morookoo maal jedhan?
👉👉 https://bbc.in/4jK6ws8
❤54👍15
3 Oct 2025, 18:22 UTC≈6,160 views32 reactionsread 4 September 2026 Finfinnee Durii fi Amma: Kitaabni Hayyootni 14 qorannoon tumsanii barreessan maal hima?
Bu'aa qorannoo kanaa keessaa tokko Finfinneen har'a Oromoo harka hin jirtu jedha.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c5y4w8v3wq5o?at_campaign=ws_whatsapp
❤30👍2
3 Oct 2025, 18:03 UTC≈5,050 views8 reactionsread 4 September 2026 Finfinnee Durii fi Amma: Kitaabni Hayyootni 14 qorannoon tumsanii barreessan maal hima?
Bu'aa qorannoo kanaa keessaa tokko Finfinneen har'a Oromoo harka hin jirtu jedha.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c5y4w8v3wq5o?at_campaign=ws_whatsapp
❤8
3 Oct 2025, 18:03 UTC≈4,130 views14 reactionsread 4 September 2026 Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp waraana Gaazaa xumuruu irratti karoorri baasan ''Baha Giddugaleessaa keessatti nageenya waaraa'' fiduuf humna qaba jedhan.
Karoora qabxii 20 of keessaa qabu Waayit Haawusitti michuusaanii Neetaaniyaahuu waliin ibsan.
Qormaanni guddaan karoora Tiraamp eeggatu maali? Tiraamp Gaazaaf maal karoorse?
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cp8w41gnnpyo?at_campaign=ws_whatsapp
❤10👍2😁1😢1
3 Oct 2025, 18:02 UTC≈3,150 viewsread 4 September 2026 Tibbana Horroo Guduruu Wallaggaatti hidhattoota 'WBO' 160 ol mootummaatti harka kennachuu himame.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cqje8ykrqw4o?at_campaign=ws_whatsapp
3 Oct 2025, 13:25 UTC≈2,850 views3 reactionsread 4 September 2026 Koofii Ofee jedhama. Lammii Gaanaadha garuu Iskootilaand keessatti 'Mootii' ofiin jechuun bosona keessa jiraata.
Namni kun lafti Iskootilaand lafee keenya jechaa jira.
Garuu tibba kana waa ta'eera.
Daawwadhaa!
https://bbc.in/48NDnJ9
❤3
29 Sept 2025, 13:26 UTC≈3,100 viewsread 4 September 2026 Arsenaal bara dorgommii 2023-24 irraa kaasee kubbaa koornaa irraa dhitame irraa galchii 36 lakkoofsisuu danda'eera. Kubbaa koornaa irraa dhiitamu gara galchiitti jijjiirun kilaboota kaan caalaa dachaa 15 Arsenaal milkaa'adha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E2FhtPr
29 Sept 2025, 13:25 UTC≈2,870 views1 reactionsread 4 September 2026 Maanchister Yuunaayitid hiree Ruuben Amoorim irratti ibsa kenne.
Deeggartoota kilebichaaf hiika akkamii qaba?
👉👉 https://bbc.in/4nBUeDl
👍1
24 Sept 2025, 22:41 UTC≈2,890 views2 reactionsread 4 September 2026 Tiraamp Yaa'ii UN, Niw Yoorkitti gaggeeffamaa jiru irratti ji'a torba keessatti waraana torba biyyoota gidduutti gaggeeffamuuf ture dhaabeera jedhan.
Isaan keessaa waraana Itoophiyaa fi Masiriin walirratti banuuf jedhan dhaabeera jechuun dubbatan.
Dhuguma Tiraamp waraana jalqabuuf jedhe dhaabsisan jiraa? Maaliif akkas dubbatan?
👇👇 https://bbc.in/3VtBEkx
❤2
24 Sept 2025, 22:40 UTC≈2,520 views2 reactionsread 4 September 2026 Ka'umsi haasaa Pireezidant Hasan Sheek Mohammuud kanaa maali?
https://bbc.in/4gK9prG
❤2
24 Sept 2025, 22:39 UTC≈2,370 viewsread 4 September 2026 Hugoo Ekitikee 'dhiifama' gaafate, leenjisaa Arni Sloot waan 'gaddeebii' godhe jedhe
Wanti morkii waancaa Karabaawoo eda galgalaarratti ta'e maali?
👇🏽
https://bbc.in/46n4p8Q
29 Jul 2025, 19:05 UTC≈4,160 views20 reactionsread 4 September 2026 Waa'ee qorataa hawwaa beekamaa Ameerikaan biyyasheetii ari'attee garuu Chaayinaa addunyaarratti beekkamtii akka argattu taasisan, qorataa Shiyaan Shinisan kana beektuu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ae09sUI
❤15👍5
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @BBC_NEWS_Afan_Oromoo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.