6 Dec 2025, 06:57 UTC≈5,050 views82 reactionsread 28 August 2026 Photo
Hamid Muudee: English - Oromo Dictionary App
Dictionary Afaan Oromoo kan yeroo dheeraaf tajaajila ture, bifa applicationtti qophaawee jira. Applikaashiniin kun kaka'umsa dictionary Hamid Muudee irraa fudhachuun isa bira dabree, jechoota 300,000+ ol of keessaa kan qabuudha, akkasumas makmaaksoota (proverbs) 5,000+ ol of keessaa kan qabuudha.
Qabiyyee Application:
- Jechoota 300,000+
- Daily Words (Jechoota Guyyaa G…
❤58👍18👏6
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈1,310 viewsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Fooramiin Xaanaa 11ffaa magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffamu nageenya Afrikaa irratti akka xiyyeeffatu himame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KCxRY8J
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈1,710 views0 reactionsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Arsenaal injifachuun dursummaa Piriimer Liigii itti fufuu? Liiverpuul kufaatii tibbanaa keessaa baha jedhamee eegama. Maan Yuunaayitid dirree isaa irratti ni mo'ataa?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0QTwO69
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈1,980 views2 reactionsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Korporeeshiniin Albuudaa Itoophiyaa fi dhaabbanni 'Sunbird' Baayo-inarjii Afrikaa, Itoophiyaa keessatti damee anniisaa haaromfamuun waliin hojjechuuf sanada walhubannoo mallatteessaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9dLK1DX
👍2
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈1,450 viewsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Ofii dhiheenya keessa baqattoonni Itoophiyaafi Ertiraa Awurooppaa galuuf maaf Beelaaruus filatu laata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NtklmFh
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈1,970 views3 reactionsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Filannoon waliigalaa Itoophiyaa marsaan 7ffaa Waxabajjii 1 bara 2026 akka filatamu Boordiin Filannoo Itoophiyaa yaada dhiyeesseera. Boordichi yaada dhiyeesseen wal qabatee gaggeessitoota paartilee gargaraa wajjin marii taa'eera.Filannoon waliigalaa Itoophiyaa marsaan 7ffaa Waxabajjii 1 bara 2026 akka filatamu Boordiin Filannoo Itoophiyaa yaada dhiyeesseera. Boordichi yaada dhiyeesseen wal qabatee gaggeessitoota paart…
❤3
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈4,360 views9 reactionsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Imbasiin Itoophiyaa Biraaselsi jiru '''ibsi waloo' Gamtaa Awurooppaa fi Masirii rakkoo kan qabuu fi kan isa mufachiise ta'uu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OYkcEZj
❤9
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈5,130 views21 reactionsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Raashiyaan wiirtuu annisaa nukilaraa [nuclear power plant (NPP)] Itoophiyaa keessatti ijaaruuf akka jirtu Itoophiyaatti ambaasaaddarri Raashiyaa EvgeniiTerekihiin himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SKEUOcz
❤20👍1
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈1,330 viewsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Yewubdaar Li'ul magaala Walisootti dhalattee, Guddinnii fi barnootnisheemmoo Magaala Sabbataatti. Kitaabota lama Bu'uurawwan Tiyaatiraa fi Waadaa jedhaman barreessitee gabaarra oolchiteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mWK6BUV
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈1,490 views1 reactionsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Namoonni tokko tokko yoo haala soorata isaanii irratti jijjirama gochuu fi mi'eessituuwwan umamaatti fayydamun ddibee kaansarii irraa fayyusaanii dubbatan dhagahamu. Kun hangam dhugaadha kan jedhe mee waliin haa ilaallu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5pxGDAW
❤1
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈2,550 views1 reactionsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Arsenaal injifachuun dursummaa Piriimer Liigii itti fufuu? Liiverpuul kufaatii tibbanaa keessaa baha jedhamee eegama. Maan Yuunaayitid dirree isaa irratti ni mo'ataa?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0QTwO69
😁1
25 Oct 2025, 04:19 UTC≈1,590 views4 reactionsread 28 August 2026 Forwarded from @BBCAFANNOROMOO
Muftii olaanaan Sheek Saaliih Al-Fawuzaan Dura taa'aa Mana Maree Hayyootaa fi Pirezidantii Mana maree Qorannoo Saayinsii fi Ifta ta'uun hojjetu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/guhMBSs
❤3👍1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @BBC_Afaan_oromo_official1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.