9 Aug 2026, 08:02 UTC501 views12 reactionsread 12 August 2026 Photo
✍Ani Dheebotadha; Ati waraabduu warqeetii, ilmi kee bishaan jireenyadha.
✍Ani nama boolla irra darbuu dha; Ati riqicha; Mucaan kee bakka gammachuuti.
✍Ani hiyyeessa; ati Kuusaa ulfinaati; Ilmi kee faaya qaaliidha.
✍Ani madaa’aadha; Ati qaruuraa qorichaati, mucaan kee qoricha.
✍Ani qullaa dha; Ati meeshaa huccuu ti, mucaan kee uffata gonkumaa hin dulloomnedha."
(Abbaan Giyoorgisiin kan karaa Sadiin ofiisaa, Gooftaa f…
❤12
11 Jul 2026, 10:27 UTC≈2,090 views14 reactionsread 12 August 2026 #Ifoota_Biyya_lafaa
#Phaawuloos_fi_Pheexiroos
Manni Kiristaanaa keenya yaadannoo wareegamtota qulqulloota lamaan kanaa gaafa Adoolessa 5iin ni yaadatti. Ayyaanni kun Mana Kiristaanaa keenya keessatti maqaa "Ayyaana Duuka bu'oota" ykn Urjiiwwan mana kiristaanaa ykn Ifoota biyya lafaa, jedhamuun waamama. Guyyaan isaa waggaa waggaan dhaabbatadha. Manni kiristaanaa keenya guyyaa kanaa ciminaa fi jabina duuka bu'oota ka…
❤10👍4
9 Jul 2026, 09:06 UTC≈1,780 views20 reactionsread 12 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤20
6 Jul 2026, 07:19 UTC≈1,950 views25 reactionsread 12 August 2026 #Gorsa_Kana_Mee_Dubbisi!
"Nama jaallachuun keessan jaalala dhugaa haa ta'u, waan hamaa jibbaa, wanta gaarii ta'etti qabamaa jiraadhaa! Jaalala obbolummaatiin ho'isaa wal jaalladhaa; walii keessaniif ulfina kennuudhaaf wal dorgomaa!
Waan dhimma baasuudhaaf hin dhibaa'inaa! Hafuura gubaa(humna qabu) qabaadhaa! Gooftichaafis of irraa bu'aa hojjedhaa! Abdii qabdanitti gammadaa; rakkina obsaa; Waaqayyoon kadhachuuttis …
❤21👍4
6 Jul 2026, 07:19 UTC≈1,300 views1 reactionsread 12 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍1
5 Jul 2026, 07:03 UTC≈1,780 views14 reactionsread 12 August 2026 🍃🍃Abjuu Yooseef fi obboloota isaa.
✍Ilmaan Yaaqoob keessa tokko kan ta’e Yooseef namaa abjuu fi mul'ataa guddaa qabu ture. Yooseef abbaa isaa biratti obboloota isaa kanaa caalaa nama jaallatamaadha. Akka jaallatamuus kan isaa taasise immoo adeemsa fi mul'ata isaadha. Abjuun isaa nama guddafi geggeessaa ta'uu ture. Jaalalli abbaan isaa isaaf qabuufi abjuun inni fulduraatti ta'uuf abjoote Yooseefiin qormatni gudda…
❤9👏5
5 Jul 2026, 07:02 UTC≈1,190 views0 reactionsread 12 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
17 Jun 2026, 14:43 UTC≈2,720 views35 reactionsread 12 August 2026 Gorsa Simbiraa
Namichi tokko simbira bareedduu tokko saaphana keessatti qabe ajjeesuuf osoo jedhu du'a isheen dura jecha tokko ykn lama akka dubbattuuf eyyama gaafatte.
Akkasiis jette " Maaloo nan hin ajjeessin, gorsa barbaachisoo sadii siif kennaa. Gorsi inni jalqabaa wanta harka kee keessa jiru hin lakkisiin. Inni lammaffaa wanta ta'e hundaaf hindhiphatin" erga jette booda callistee.
Gorsa isa sadeeffaa akka itt…
❤28👏5🥰2
11 Jun 2026, 07:12 UTC≈2,770 views31 reactionsread 12 August 2026 #Iccitii_Jireenyaa
Barsiisaan barattoota isaatiin akkas jedhe
" Qormaanni guyyaa har'a baay'ee cimaadha. Barsiisonni mana barumsa kana, jirra ofiin jedhaniyyu osoo qoramanii hojjechu hindanda'an." Jechuun itti dubbata
Barattoonnis baay'ee nahan, hin sodaatan. Dhugumayyuu qorumsichi baay'ee itti ulfate. Barattooni cimoodha jedhaman illee gaaffii tokko osoo hin hojjetin walakkaan sa'aati darbe.
Kun osoo jiruu bara…
❤29🥰2
11 Jun 2026, 07:12 UTC≈2,180 views5 reactionsread 12 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤5
10 Jun 2026, 09:21 UTC≈2,270 views14 reactionsread 12 August 2026 Photo
Yaa namaa! Kan si miidhu qabeenya dhabuu ykn hiyyummaas miti. Nama kan miidhu yaada hamaadha. Yaadni ykn lapheen hamaa immoo qabachuufi dhabuun kan dhufu miti.
Yaadni hamaa lapheewwan hamoo kan biraa dhala. Ibiddi ibidda dhaluun akkuma mukoota hedduu gubu lapheenis akkasuma.
Ati yaa namaa! Kana beeku ni jaallatta? Hojiin gaarii ykn hojiin hamaa uumamaan kan argamu miti. Isaan kun hundi yaada gaarii ykn yaada hamaa…
❤11🥰3
7 Jun 2026, 06:14 UTC≈2,320 views10 reactionsread 12 August 2026 “ደጋግመህ ኃጢአት ብትሠራም ደጋግመህ ንስሐ ግባ፡፡ ቤተክርስቲያን ሐኪም ቤት እንጂ ፍርድ ቤት አይደለችምና፡፡”
ቅዱስ ዮሐንስ አፈወርቅ
Irra deddeebitee cubbuu hojjettus irra deddeebi'ii gaabbii gali. Manni kiristaanaa mana yaaladha malee mana murtii mititii!
Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee
#Dilbata_gaarii
https://t.me/Araaraat
❤10
Showing the 12 most recent of 21 posts we hold for @Araaraat. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.