3 Aug 2026, 16:17 UTC166 viewsread 7 August 2026 تجمّع أقارب العروس والعريس، وقادة قبيلة قريش، وهم يتبادلون التحيات بفرحة استعدادًا لبدء الاحتفال. في تلك الليلة، وقف أبو طالب، عم العريس، وسط الحشد، وعندما أدرك كبار قريش أنه سيخطب، ساد الهدوء المكان.
بدأ أبو طالب خطبته بكلمات مليئة بالبلاغة قائلاً: "يا رب العالمين، يا من أكرمنا بنسب إبراهيم، وبارك لنا في ذرية إسماعيل، ويا من جعلتنا حماة البيت، ومستقبلي الزوار، نحمدك ونشكرك." ثم تابع قائلاً: "هذا ابني محمد، على الرغ…
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
3 Aug 2026, 16:15 UTC158 viewsread 7 August 2026 Miidiyaa hawaasaa kana irratti saffisi namoonni barruu nama tokkoo itti screen-shot gochuuf ariifatan yeroo tokko tokko na ajaa'iba. Yaada namni tokko barreese ofumaayyuu osoo hin hubatin, osoo hin qoratin, isaan akka kaameraa maanii ta'aniitti qac-qac godhanii kuusaa keessa kaayuuf saffisi isaan godhan nama ajaa'iba.
Gariin isaanii, osoo dogongorree waan tokko maxxansinee xiqqoo turree "sirreeffamee jira" jenne…
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
25 Jul 2026, 13:37 UTC432 viewsread 7 August 2026 "Kiristaanonni yeroo baqatanii dhufan simanneerra"
*****
Nuti Itoophiyaanonni durii irraa kaasee amantiiwwan garaagaraa hordofaa turre. Jalqaba irratti, hordoftoonni amantii Yihudii Bahaa Giddugaleessaa irraa baqatanii gara biyya keenyaatti yeroo dhufan, kabajaan simanneerra. Isaanis amantii isaanii lallabuu jalqaban. Namaa muraasni keenya amanticha fudhatan.
Sana booda, akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 330, Kirist…
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
22 Jul 2026, 13:08 UTC444 viewsread 7 August 2026 እርር ድብን! Gubadhaa Du'aa!
Cadho iyo ciil u gubada! U dhinta!
⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔
አንዳንዱ "ተበደልኩ" እያለ የራሱ መብት እንዲከበር ሲጮኽ የሚውል፣ ሌላው ተነስቶ 'የእኔም ጥያቄዎች እነዚህ ናቸው' ማለት ሲጀምር ግን ለቅሶውን አቁሞ 'እንዴት እነዚህን ጥያቄዎች ትጠይቃላችሁ?' እያለ መራገምና መሳደብ ይጀምራል። ተከታዮቹን ስድብና እርግማን እንዲያዋጡ ያስተባብራል።
የሚገርመው ደግሞ እርሱም እንደ አንተው የመብት ጠያቂ እንጂ ምላሽ ሰጪ አለመሆኑ ነው። ገና በመጠየቅህ ብቻ እንዲህ የሚበሳጭና የሚንጨረጨር አካል፣ ጥያቄዎችህ ምላሽ ቢያገኙ አልያም ራሱ የሥልጣን ወንበር ላይ ተቀምጦ ጥያቄዎችን መመለስ ያለባት የመንግስት አካል…
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
21 Jul 2026, 07:50 UTC342 views3 reactionsread 7 August 2026 "Biyyi kun kan eenyuuti? " Lammii moo saboota? "
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
Marii dhimma ijaarsa biyyaa irratti marii biyyoolessaa jalqabnee jirra. Gaaffiin marii keenyaa inni jalqabaa "Biyyi kun kan eenyuuti? Lammii moo saboota? "jedha ture. Barreeffama kana isiniif qoode isinis akka irraa dubbattaniif. Keeyyatni fi yaadichi komishinii marii osoo hin taane kan dhuunfaati. Dubbisa gaarii.
"Biyyi kun kan eenyuuti? "Gaaffiin" jedh…
👍2💯1
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
21 Jul 2026, 07:50 UTC359 viewsread 7 August 2026 Waliigalteen biyyoolessaa dhugaa kan dhugoomuu danda'u gaafa lammiin kamuu amantii ykn sabummaa isaatiin mirga walqixxummaa qabaate qofa.
@Jabalu
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
17 Jul 2026, 05:33 UTC317 viewsread 7 August 2026 Yeroo tokko qofa hin ta'u, waggootarra deema.
5) Bu’aan isaa madda galii fi hiyyummaa, umrii, sadarkaa barnootaa, qacarrii fi dhimmoota wal qabatan of keessaa qaba. Kutaalee hawaasaa adda addaa fayyadamtoota yookiin qaama miidhamtoota gochuudhaaf carraa olaanaa qaba.
6) Wantoota karoorfaman keessaa bu’aawwan ijaarsa daandii, wal-qunnamtii geejjibaa, ijaarsa manaa, uumuu magaalaa, sadarkaa magaalaa, ibsaa fi sarara …
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
17 Jul 2026, 05:33 UTC417 views1 reactionsread 7 August 2026 3)Naannoolee, godinaalee fi aanaalee gogaa bal'aa qabaniif,humna namaa fi baajata bal'ina isaaniitiin wal madaalu ramadamuu qaba.
4) Census keessatti lakkooftuu kutaa hawaasaa hundarraa akka lakkaa’amu, akkasumas lakkooftuun afaan, aadaa fi xiinsammuu naannoo sanaa beekan akka lakkaa’aman gochuun barbaachisaadha.
5) Ummanni naannawa sana jiru odeeffannoo sirrii ta’e galmaa’uu isaa mirkaneeffachuu akka danda’uuf, se…
💯1
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
17 Jul 2026, 05:33 UTC329 viewsread 7 August 2026 Baay'inni muslimoota Ethiopia " ሞች" godhe.
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
Dhimmi dhugaa ummata Muslima Itoophiyaa dhimma lakkoofsa waraqaa irratti dhaabbatanii miti; dhimma lubbuun jiraachuu, haqaa fi walqixxummaati. Sababoota hedduutu jira kan hawaasni bara 1999 E.L. census onnee guutuun hin fudhanneef.
"Muslimoonni waan hijaaba uffataniif baay'ee fakkaatu"
💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢
Bu’aan seensaa bara 1999 kun tooftaa lakkoofsa ummata muslima…
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
16 Jul 2026, 15:16 UTC197 viewsread 7 August 2026 Jibbiinsa Islamaa: Beekamtii Kennuun Irratti Qabsaa'uu
⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔⛔
Jibbiinsi Islamaa (Muslimaa) biyya keenya keessatti seenaa, caasaalee mootummaa fi hariiroo hawaasummaa keessatti deddeebi'ee of ibsuun, uummata keenya irratti miidhaa hunda-galeessa geessisaa tureera.
Jibbiinsi Islamaa biyya keenya keessatti jiraachuun isaa ifa ta'us, dhimmi kooti jedhee xiyyeeffannoodhaan kan hin ilaalleef malee, bara miidiyaa ha…
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
16 Jul 2026, 15:16 UTC328 viewsread 7 August 2026 6. Jechamoota Loogii Qaban: "Islama biyyi isaa Makkaa, amora biyyi isaa waarkaa" fi jechamoota fakkaatan durii qabee hamma ammaatti uummata Muslima hin ta'in muraasaan bal'inaan itti fayyadamuu.
Fakkeenyaaf: Hawaasichaa keessatti "Islama biyyi isaa Makkaa, amora biyyi isaa waarkaa" kanneen jedhan fi Muslima seenaa fi abbummaa biyya isaa irraa moggeessan jireenya guyyaa guyyaa keessatti itti fayyadamuu. Jibbiinsi …
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
16 Jul 2026, 15:16 UTC376 viewsread 7 August 2026 Sifaa kanaan marii biyyaalessaa irratti dhimmi jibbiinsa Islamaa fi Muslimaa sirriitti ka'ee furmaanni kennamuu qaba.
Furmaanni Maali?
📶📶📶📶📶📶📶
Furmaata qabatamaa gochuuf hawaasni Muslimaa dhaabbata siivikii fi miidiyaa dijitaalaatiin gurmaa'ee mirga isaa dammaqinaa fi karaa seera qabeessaan kabachiisuu qaba. Jijjiirama ilaalchaa fiduufis sirna barumsaa fi kitaabota seenaa keessatti bakka bu'insa jal'ate kan sirreess…
Signed ╰Sᴀɪᴅ LᴇᴀᴅᴇR╮
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Alrisala1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.