25 Aug 2026, 10:18 UTC≈1,070 views4 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @noorelectroniiicsPhoto
Hp zbook
-Core i7
-11th generation
-Storage 512GB SSD
-16GB RAM
-4GB NVIDIA Graphics Card
-14” screen size
=Suitable for graphics design and video editing
=Price 98k
Call 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
❤4
15 Aug 2026, 16:58 UTC≈1,990 views22 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @Orobook
"#Ni_danda'aa?"
"Namni garaacha (Stomach )malee jiraachuu ni danda'aa?" Tokkotu akkana jedhee na gaafate. Deebii isaa siniifis haa qoodu.
Sababoota garagaraaf garaachi guutummaa guutuutti baafamuu (Total gastrectomy) danda'a. Yeroo kana, ujummoon nyaataa (Esophagus) gara mari'immaan qal'aatti (Small Intestine)-tti qabsiifaama. Haala kanaan nyaanni ujummoo nyaataa irraa gara mir'immaan qal'aatti kallattiin darba…
👍14❤6🥰2
29 Jul 2026, 15:43 UTC≈3,030 views1 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @noorelectroniiicsPhoto
=Hp elitebook 840 G7
=Core i5
=10th generation
=Storage 512GB SSD
=8GB RAM
=14 inch screen
=Keyboard light
Price 60,000
Call ☎️ 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
❤1
28 Jul 2026, 13:01 UTC≈2,310 views11 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @drabdiadugnaPhoto
Namni tokko wal-qunnamtii saalaa marsa tokko (single act of unprotected sex) keessatti carraan inni dhukkuba #HIV qabamuu 0.08% dha. Kan vaayirasii tiruu gosa B (#HBV) garuu 20–30% dha!
Look at how dangerous it's 😳
Fayyaa hin dhabinaa!
Dr Abdi Adugna (MD)
👍6❤5
28 Jul 2026, 12:14 UTC≈2,000 views1 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @drabdiadugnaPhoto
Har’a Guyyaa Kulkula Tiruu Addunyaa (World Hepatitis Day) ti!
Guyyaan kunis waggaa waggaan akka addunyaatti Adoolessa 28 (July 28) kabajama.
Kaayyoon isaa hubannoo waa’ee kulkula tiruu, keessumaa kulkula tiruu vaayirasiin (viral hepatitis) dhufu uumuu fi babal’isuudha. Kana malees, dhukkuba kana ofirraa ittisuuf, qorannoo yeroo yerootti gaggeessuu, talaallii dhukkubicha ittisuuf gargaaru dursanii fayyadamuu, karaalee…
❤1
25 Jul 2026, 20:00 UTC≈2,390 views15 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @Orobook
#ARGATINNUU_LAATA...?
Abbaa manaafi haadha manaadha. Edda wal fuudhanii waggoota 12 lakkoofsisanii jiru. Haga kana waliin jiraatanillee, dhala godhachuu hin dandeenye. Kun madda dhiphina isaanii yeroo hundumaati. Si'a tokkollee ta'u, dhala dhabuun isaanii kun ajandaa isaanii hin ta'iin oolee bulee hin beeku. Dhiphachuu qofaanis hin dhiifne. Yeroo yerootti mana yaalaa deemuun furmaata barbaadaa turanii jiru. Wareega …
❤11👍4
25 Jul 2026, 12:11 UTC≈2,570 views3 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @noorelectroniiicsPhoto
iPhone 12 Pro Max
Storage 128GB
Batteryhealth 91%
Price 63,000
☎️ 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
👍3
24 Jul 2026, 07:14 UTC≈2,280 views4 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @noorelectroniiicsPhoto
The HP EliteBook 830 G8 is available with the following specifications:
- Processor: Intel Core i5, 11th Generation
- Storage: 512GB SSD
- Memory: 16GB RAM
- Display: Touchscreen with 360-degree rotation
- Lightweight laptop
Price: 80,000
Contact Number: 0979579737
Links:
- TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b
- Telegram: https://t.me/noorelectroniiics
- Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=6156868…
❤4
18 Jul 2026, 05:48 UTC≈3,330 views4 reactionsread 2 September 2026 https://youtu.be/RmhAcb4uMoo?si=HdSOPkWYh1kxix2j
❤4
18 Jul 2026, 05:48 UTC≈2,720 viewsread 2 September 2026 https://youtu.be/zDp4p-Fjv-8?si=4Pz5a-_YzKaKRa_P
3 Jul 2026, 05:09 UTC≈4,300 views11 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @drabdiadugnaPhoto
☕ Good news for coffee lovers!
A new study of more than 350,000 people found that higher coffee consumption is linked to significantly lower risks of serious liver diseases — including cirrhosis and liver cancer.
People who drank 5+ cups a day had:
✔️ 32% lower risk of cirrhosis
✔️ Nearly 50% lower risk of liver cancer
Even better? The benefits were seen with both caffeinated and decaf coffee — and even among thos…
❤9👍2
21 Jun 2026, 18:36 UTC≈4,590 views11 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @drabdiadugna
Taphataan Kubbaa Miilaa Turkii Gani Çatan Simbira Du'a Irraa Baraare
Istaanbuul, Turkii — Taphataan kubbaa miilaa Turkii Gani Çatan yeroo tapha kubbaa miilaa amateurii tokko keessatti raawwii isaa nama ajaa'ibsiiseen qalbii namoota hedduu harkise. Taateen kun gaafa Guraandhala 22, 2026 yeroo Finalii Play-Off Liigii Amateurii Kutaa 1ffaa Istaanbuul, naannoo Zeytinburnu keessatti gaggeeffamaa turetti mudate.
Yeroo ta…
❤11
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @Afrowisdom1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.