20 Mar 2026, 08:09 UTC68 viewsread 8 August 2026 EID MUBARAK!
Akka hin deebinetti
Guyyaa qiyaamaa male
Keessummaan nurra ture
Osoon quufamin gale
,,,
Baatiin keyriif barakaa
Jiini caalu hundarra
Nu sooree adeemekaa
Galaa qabu dugdarraa
,,,
Gammachuun simannee
Gaddaan adda baanee
Kan dhufu haa geenyu
Warra milkii taanee......
,,,
Murteessaa hiree namaa
Soora qaamaa qalbiiti
Ramadaana soomanuun
Baraa kennaa Rabbiiti
,,,
Fedha Rabbii guddaatiin
Biyya duniyaarra teeny…
Signed Abdulbasit A/Temam
7 Sept 2025, 18:25 UTC123 viewsread 8 August 2026 Photo
#Gaaddiddaa'uufi diimachuu ji'aa‼️
Guutummaa Itoophiyaatti gaaddiddaa'uufi diimachuun ji'aa mul'ateera.
Har'a galgala sa'aatii 12:28 yeroo lafti ji'a haguuguu jalqabderraa eegalee gaaddiddaa'uun akkasumas sa'aatii 2:30tti diimachuun ji'aa mul'ateera.
Gaaddidduun ji'aa kun Itoophiyaan ala biyyoota Afrikaa biroo, Awustiraaliyaafi Eeshiyaa kutaalee muraasatti nimul’ata jedhamee eegama.
Signed Abdulbasit A/Temam
14 Aug 2025, 18:13 UTC131 viewsread 8 August 2026 Photo
Filannoon Majliisa Biyyaalessaa boru eegala jedhe Boordiin Raawwachiistuu Filannoo Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa.
Walitti Qaban Boordii Filannichaa Dooktar Abdulaaziiz Ibraahim ibsa kennaniin, Filannoo Majliisa Biyyaalessaaf galmeen filattootaa fi hojiileen filannoon duraa hojjetamuun xumuramuu himaniiru.
Wayita ammaa qophii boqonnaa filannoo xumuruun gara filannootti ce’ameera jedhan.
Haaluma kanaan …
Signed Abdulbasit A/Temam
28 Jul 2025, 14:38 UTC133 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
Jimmaa💚 #Nooru_Baga_Nagaan dhuftan!
Dr Abiy Ahmed Ali fi Ministirri Muummee Xaaliyaanii Ji'oorjiyaa Meeloonii daawwannaa hojiif Magaalaa Jimmaa galan👌
Ummanni Jimmaas simannaa ajaa'ibaa taasiseefii jira.
❤1
Signed Abdulbasit A/Temam
18 Jun 2025, 08:05 UTC129 viewsread 8 August 2026 File
Kalaandara Leenjii Ganna 2017.pdf
Signed Abdulbasit A/Temam
5 Jun 2025, 18:15 UTC173 viewsread 8 August 2026 Photo
Hordoftootni Amantaa Islaamaa Martii Baga Ayyaana Iid-Al-Adahaa (Arafaa) bara hijiraa 1446 ffaa Nagyaan Geessan.
Eid Mubarek.
Signed Abdulbasit A/Temam
26 Mar 2025, 17:24 UTC163 views2 reactionsread 8 August 2026 #Fazzakir - 27/Ramadan :
Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan
📖 Qur'aanni halkan murtii( halkan leeylatal qadrii) keessa buufame jechuun: akkami?
1• Qur'aanni halkan leeylatul qadrii sana keessa yeroo jalqabaaf buufame.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
2• Qur'aanni kun waliigala/hunduma isaa loowhal-mahfuuz irraa fuudhamee halkan darajaa/gatii guddoo qabdu keessa samii lafatti gadi aantutti buufmee, achirraa hanga a…
👍2
Signed Abdulbasit A/Temam
19 Mar 2025, 18:08 UTC123 viewsread 8 August 2026 Photo
Sagalee waamicha uztaaz Raayyaa haaraa
Signed Abdulbasit A/Temam
6 Mar 2025, 23:07 UTC151 viewsread 8 August 2026 #Fazzakir - 6/Ramadan :
Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan.
Yeroo obboleessi kee kan muslimaa haxxifate : “Tokkoon keessan yeroo haxxifate ‘Alhamdu Lillaah’ (faarun kan Rabbiiti) haa jedhu.
Obboleessi ykn hiriyyaan isaa ammoo ‘yarhamukaAllaah’ (Rabbiin rahmata siif haa godhu) haa jedhuun. Yoo inni ‘yarhamuka Allaah’ jedheen, haxxifataan deebisee ‘yahdiikumullaahu wayuslihu baalakum’ (Rabbiin isin haa qaje…
Signed Abdulbasit A/Temam
2 Feb 2025, 08:16 UTC206 viewsread 8 August 2026 Photo
Dorgommiin Qur'aanaa fi Azaanaa Aduunyaalessaa marsaa 2ffaan kan biyyoonni 60 ol irratti hirmaatan bor ganama Istaadiyemii magaalaa Finfinneetti gaggeffama. Ganama sa'aa 12:30 irraa eegaluun gara istaadiyemii seenuun ni jalqabama, isinis akka irratti argamtan waamamtaniittu!
በሀገራችን ለሁለተኛ ጊዜ የሚካሄደውና ከ60 በላይ ሀገራት የተወጣጡ ተወዳዳሪዎች የሚሳተፉበት አለማቀፍ የቁርኣን እና አዛን ውድድር ነገ በአዲስ አበባ ስታዲየም ይደረጋል። ተመልካቾች ከጠዋቱ 12:30 ጀምሮ ወደ ስታዲየም የሚገቡ…
Signed Abdulbasit A/Temam
18 Dec 2024, 06:02 UTC173 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
Baankonni biyya alaa gara Itiyoophiyaa akka seenaan heyyamame.
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 11ffaa har’a gaggeesseen labsii baankonni biyya alaa damee faayinaansii Itoophiyaa keessa akka seenan jedhu raggaasiseera.
Labsii kanaanis baankonni biyya alaa:-
👉 Dameelee hundeessuu,
👉 Waajjira bakka bu’aa banuu, ykn
👉 Baankota biyya keessa jiran irratti aksiyoona bitachuun akka danda'an kan hayyamuu…
👍1
Signed Abdulbasit A/Temam
9 Dec 2024, 13:38 UTC134 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @jimmacteofficialFile
Beeksisa Ariifachiisaa Kaadhimamtoota Barsiisotaa Bu'uura Boruu (BSTD) Ganna 2016 KBB Jimmaatti Leenjii Gabaabaa Fudhattanii KBB Jimmaatti Barumsa itti fufuuf carraa argattanii turtan keessaa muraasni hojiitti akka ramadamtaniif carraan waan dhufeef guyyaa gaafa 01/04/2017 waaree booda sa'a 10:00 irratti CARRAA waan kaastaniif .sa'a jedhame kanatti akka argamtan cimsinee isin beeksifnapdf
Signed Abdulbasit A/Temam
Showing the 12 most recent of 13 posts we hold for @AbdulbasitAb886. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.