23 Oct 2025, 17:47 UTC≈3,740 views42 reactionsread 7 August 2026 Photo
OFFICIAL
Gooli Eegaa 3ffaa Manchester Siitii Kan Ta'e Scott Carson Kubbaa Miilaa Dhaabuu Isaa Beeksisee Jira
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf @AbdiiSabaaIspoortii hordofaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤28👏5👍3😨3😱3
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
23 Oct 2025, 15:28 UTC≈3,230 views9 reactionsread 7 August 2026 Photo
BREAKING
Lionel Messin kontiraata haaraa haga 2028 mana Inter Maayaamii keessa isa tursiisu mallatteessee jira.
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf @AbdiiSabaaIspoortii hordofaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤8👏1
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
23 Oct 2025, 14:34 UTC≈2,720 views6 reactionsread 7 August 2026 Photo
Jarmii Frimpong sababa midhaman torbee muraasaaf dirre irraa akka faagatu Arnee Isloot mirkannesseera
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf @AbdiiSabaaIspoortii hordofaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤5😁1
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
22 Oct 2025, 15:39 UTC≈2,690 views11 reactionsread 7 August 2026 Photo
Haarii Maagweer taphataa cimaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 8ffaa ta'uun filatameera! ✍️
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf @AbdiiSabaaIspoortii hordofaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤9🔥2
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
21 Oct 2025, 09:58 UTC≈2,250 views9 reactionsread 7 August 2026 Photo
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa galgala har'aa taphatamu.
01:45 🔰 Baarseloonaa Olompiyaakoos waliin
01:45 🔰 Kayrat Almati Pafoos waliin
04:00 🔰 Arsenaal Atleetikoo Maadriid waliin
04:00 🔰 Baayer Livarkusaan PSG waliin
04:00 🔰 Kopeenhaven Doortumaand waliin
04:00 🔰 PSV Naapoolii waliin
04:00 🔰 Sent Gloose Inter Milaan waliin
04:00 🔰 Viyaariyaal Maanchister Siitii waliin
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf …
❤8👎1
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
19 Oct 2025, 18:18 UTC≈2,140 views19 reactionsread 7 August 2026 Photo
Tapha cimaa pirimeer liigii ingilaand torbee 8ffaa amma xumurameen Maan Yuunaayitid goolii 2-1n Liivarpuul injifachuu danda'eera.
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf @AbdiiSabaaIspoortii hordofaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤10😁5👏4
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
19 Oct 2025, 05:25 UTC≈2,070 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
Piriimeer Liigii Inglaand
10:00 🔰 Tootenhaam Astonvilaa waliin
12:30 🔰 Livarpuul Maan Yunaayitid waliin
🇩🇪Bondasliigaa Jarmaan
10:30 🔰 Firaaybarg Firaankifert waliin
12:30 🔰 Sent Pawuli Hofaniyeem waliin
🇪🇸Laaliigaa Ispeen
09:00 🔰 Elchee Atleetik Bilba'oo waliin
11:15 🔰 Seltaavigoo Riyaal Soosedaad waliin
01:30 🔰 Levaantee Riyoo Vayakanoo waliin
04:00 🔰 Hetaaffee Riyaal Maadriid waliin
🇫🇷Liigii Faransaay
10:00 🔰 L…
❤5
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
19 Oct 2025, 05:24 UTC≈1,820 views3 reactionsread 7 August 2026 Photo
Taphoota kaleessa taphataman
🇬🇧Piriimeer Liigii Inglaand
Notinghaam 0-3 Cheelsii
Biraayteen 2-1 Niwkastil
Barnileey 2-0 Liids Yunaayitid
Paalas 3-3 Bornmaawuz
Maan Siitii 2-0 Everteen
Sandarlaand 2-0 Wolviis
Fulhaam 0-1 Arsenaal
🇩🇪Bondasliigaa Jarmaan
Hadaniyeem 2-2 Werderbireemen
Koleny 1-1 Ogisbarg
Meenz 3-4 Baayer Livarkuseen
RB Leepzing 2-1 Hambarger
Wolfisbarg 0-3 Stuutgaart
Baayer Muuniik 2-1 Dortumand
🇪🇸Laal…
❤3
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
17 Oct 2025, 16:05 UTC≈1,790 views6 reactionsread 7 August 2026 Photo
Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 8ffaa.
✔️Sambata
08:30 🔰 Notinghaam Cheelsii waliin
11:00 🔰 Biraayteen Niwkastil waliin
11:00 🔰 Barnileey Liids waliin
11:00 🔰 Kiristal Palas Bornmaawuz waliin
11:00 🔰 Maan Siitii Everteen waliin
11:00 🔰 Sandarlaand Wolviis waliin
01:30 🔰 Fulhaam Arsenaal waliin
✔️Dilbata
10:00 🔰 Tootenhaam Astonvilaa waliin
12:30 🔰 Livarpuul Maan Yunaayitid waliin
✔️Wiixata
04:00 🔰 Westha…
❤6
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
17 Oct 2025, 16:04 UTC≈1,890 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
Raafiinyaan tapha darbii Elkilaasikoo irratti gara dirree akka deebi'u leenjisaan Baarseeloona Haansii Filiik mirkanessanii jiru
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf @AbdiiSabaaIspoortii hordofaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤5
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
17 Oct 2025, 16:03 UTC≈1,810 viewsread 7 August 2026 Photo
Peep Gaardiyoolaa,Omaar Maarmuush fi Raayaan Ait Nuur shaakala eegalaniiru,garee keessatti hammatamuuf dhiyaataniiru,Koovaatich immoo taphaaf qophiidha,Roodriin ammaaf qophii miti jechuun dubbateera.
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf @AbdiiSabaaIspoortii hordofaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
16 Oct 2025, 15:09 UTC≈2,010 views16 reactionsread 7 August 2026 Photo
Kiristiyaanoo Roonaaldoon taphataa cimaa taphoota gulaallii waancaa addunyaa marsaa kanaa ta'uun filatameera.
Odeeffannoo Ispoortii qofa argachuuf @AbdiiSabaaIspoortii hordofaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
❤11🔥5
Signed F³ 😅❄️🔥☠️
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @AbdiiSabaaIspoortii. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.