Finfinnee, Mudde 23/2022 – Humnoonni nageenyaa mootummaa halkan sa’aatii mana jireenyaa Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa godina Shawaa Bahaa magaala Maqiitti argamu cabsanii seenuun erga saamanii booda fi ilmasaanii tokko too’annoo jala oolchuu, Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa Addis Standarditti himaniiru. Miseensonni humnoota nageenyaa mootummaa halkan sa’aa 5 hamma ganama sa’aatii 12tti qe’eesaanii sakatta’aa turuun qarsh…

Channel
AANOLEE-POST
@Aanoleepost
On this record: Growth · Engagement · Posts · Citations · Cite this entry
431subscribers
-1 since we began measuring on 6 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1001206197692 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @Aanoleepost |
| Created | Between 1 March 2018 and 31 August 2021— estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 6 August 2026 |
| Last confirmed live | 14 August 2026 |
| Measurements held | 3 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 14 August 2026 |
| On Telegram | t.me/Aanoleepost |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 14 Aug 2026, 17:37 | 431 | -1 |
| 6 Aug 2026, 23:47 | 432 | no change |
| 6 Aug 2026, 23:35 | 432 | first reading |
Engagement
20 posts held, back to 30 July 2022 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 pageof Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 20 posts for this entry, the most recent from 23 December 2022. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
Recent posts
Arjantiinaan 3-0n dursaa jirti
https://t.me/Aanoleepost ሰበር ዜና: ቅዳሴ በዎላይትኛ ሊጀመር ነው =========================== በኢትዮጵያ ኦሮቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተክርስቲያ የዎላይታ አገረ ስብከት ከንጉሥ ጦና ዱንጉዛ ጥለት የተሰራ አዲሱ የሰንበት ተማሪዎች ማሊያ ነው። ቀይ-ቢጫ-ጥቁር! ይህ በእንዲህ እንዳለ ቅዳሴ በዎላይትኛ እንደሚጀመር ተነግሯል። የገፁ ቤተሰብ ይሁኑ!
Finfinnee! Artist. Daddaraaroo Taakkalaa dhukkubsatee osoo Mana yaalaa deddeebi'aa jiru akka lakkoofsa habashaatti gaafa guyyaa 03/03/2015 magalaa Finfinnee Galaanitti humnoota mootummaatiin qabamee ukkaamfamuun hanga ammaatti bakka buuteen isaa hin beekamiin jira jedhu maatiin isaa. Maatii fi hiriyyoonnisaa bakkatti hidhan barbaadne waan dhabneef yaaddoo guddaa keessa waan jirruf hadaraa sagalee nuuf ta'aa jedhu.
#inbox #Ammee Ganamaa kessaa sa'a 12:30 ttii Waraan Mootummaa PP RIB fi Faannoo Konkolaataa 190 olii fi Meeshaa Gurguddaa ZU 23 Hidhate geedoofi Jajjii giddu bulte ammaa gara Magaalaa Naqamtee deema jirti Qeerroon keenya Adaara hordofii Godha
#Yuunivarsitii_Amboo #OB SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA 🌐MARSAARIITII🌐 WWW.ABDIISABAA.COM 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot
Humni waraanaa bilxiginnaa Amboo keessatti barattoota ukkaamsee dhabamsiisaa jira. Ajjeechaa sukkaneessaa finxaaleyyiin Amaaraa ilmaan Oromoo irratti raawwataniif Murni pp ilmaan Oromoo mormii gaggeessan barattootaa fi barsiisota qabee ukkaamsaa jira. Guyyaa har’aa Mudde 12/2022 magaalaa Amboo keessatti barattoota hedduu humni waraanaa murna bilxiginnaaf ergamu qabee ukkaamsuu gabaasaan SQ qaqqabee jira. Barattoota …
Qeerroof hawaasni Oromoo iddoo hundaatti kaampaanii diinaaf PP kanneen PPn diinagdee irraa argaattu, kanneen akkaa ~ maddaa Albuudaaf daldala isaarratti bobbaa'aan, ~ trading habashootaf kanneen share PP waliin dalagaan ~ waarshaa bishaan dhugaatiif highland raabsu, ~ kaampaanii dhugaatii alkoolii fi dhugaatii lallaafaa(habasha, giorgis, castel beer fi Pepsi, coca fikkf) ~waldaalee geejjiba(konkolaattoota Akka O…
Dirre Dawaa! Gumaa Saqqataa Gem guyyaa kaleessaa Dirre Dawaa keessatti humnota tika mootummaatin qabamuun isaa beekameera. Hanga ammaatti achuma keessatti hidhamee jira jedha odeessi. Nama rakkoo saba isaa dubbatu hidhuun bu'aa isiniif hin qabu. Haqa sabichaa dubbachuun yakka miti, warra haqa ukkaamsutu yakkamtoota malee!
Shaashamannee ! -------- Shaashamanneeti Barattootii Yuunivarsiitii Riift Vaaliy baratan hedduun guyyaa hiriira balaaleffannaa mootummaa nama nyaataan mormuuf bawan irraati dararaafi hidhaan guddoon dhaqqabeera .Barattoota mana hidhaati dararamaa jiran keessa kan maqaa arganne kunooti. 1 Liiban Duubaa 2 Duuba Guyyoo 3 Qabballisoo Diidaa 4 Xummee Abkuulaa kan jedhamaniidha.Barattooti garuu laakkofsaan baayyee ta'…
#Ofeeggannoo • "Hattoota saantima birrii tokkoo birrii kumaatamaan bitna jedhan irraa of eeggadhaa" jedhe Baankiin Biyyaalessaa. Poolisii gama isaatiin "namni gocha kana raawwatee argame seeraan gaafatamaAfaanota'jedheera. Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa gowwoomsitoota saantima birrii Itoophiyaa tokko qarshii kumaatamaan bitanna jedhan irraa akka of eegan akeekkachiiseera. Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa ibs…
#GaddaOnnee_Nama_Cabsu Oromiyaan hardha Nama Guddaa dhabde! Abbaa Aartii fi Afaan Oromoo akkasumas Qabsaayaa Mirga Namoomaa Dr. Kabajaa Artisti Alii Birraa Du'aan Addunyaa kanarraa boqachuun Gadda Guddaadha. Artisti Aliin bu'aa bayii bara jireenyasaa keessatti bara Afaan Oromoo balaaleffatamu keessa qaanqee Aartii Oromoo akka hin dhaamne lubbuu itti horee, hardha Afaanii fi Artiin Oromoo Dhalootatti akka dabartu nama…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Aanoleepost. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 14 August 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“AANOLEE-POST” (@Aanoleepost), 431 subscribers as measured 14 August 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/Aanoleepost.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.