26 Jun 2026, 17:10 UTC892 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
#MoH
Akka Ministeerri Fayyaa beeksisetti qormaatni gahumsa ogummaa (Licensure Exam) eebbifamtoota ogummaa fayyaa kanneen qormaata ba'iinsaa Waxabajjii 2018 A.L.I. fudhatan, dhuma ji'a Adooleessaa 2018 A.L.I. keessatti kennamuuf karoorfameera.
Kanaafis, galmeen qormaatichaa yeroo dhihoo keessatti akka jalqabu Ministeerichi ibseera.
Eebbifamtoonni ogummaa fayyaa kanneen Waxabajjii keessa qormaata ba'iinsaa fudhattan…
❤1
25 Jun 2026, 18:59 UTC859 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
#UniversityofGondar
Yuunivarsitiin Goondar Hayyuu Ameerikaa Donald Carl Johanson, kan lafee qaamaa namaa “Dinqinesh” (Lucy) argateef, digrii kabajaa Doktora Saayinsii (Honorary Doctor of Science) kenneera.
Yuunivarsiitichi barattoota muummeewwan barnoota garaagaraa jalatti barsiise namoota kuma 4 ol ta’an eebbisiiseera.
Eebbifamtoonni kunneen digrii jalqabaa (Bachelor's Degree), digrii lammaffaa (Master's Degree),…
❤4
25 Jun 2026, 15:22 UTC726 viewsread 7 August 2026 Photo
#RayaUniversity
Yuunivarsiitiin Raayyaa dameewwan barnootaa garaagaraatiin sagantaalee Digirii Jalqabaa fi Digirii Lammaffaa (Postgraduate) jalatti barattoota barsiisaa ture har'a eebbisiiseera.
Eebbifamtoota keessaa 295 isaanii Digirii Jalqabaa irraa kan eebbifaman yoo ta'an, isaan keessaa 292 immoo qormaata ba’iinsaa dhaabbiilee barnoota ol'aanaa ( ExitExam) sadarkaa biyyaatti kennamu milkiin darbuu isaanii ibsam…
25 Jun 2026, 15:21 UTC710 viewsread 7 August 2026 Photo
#WallagaUniversity
Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota muummee barnootaa addaa addaa jalatti gosa barnootaa garaa garaan barachaa turan 920 yeroo 21ffaaf eebbisiiseera.
Eebbi kun Sagantaalee barnootaa garaagaraan, moodaaliitii addaa addaan akkasumas sadarkaalee olaannoon (Advanced, yookiin 'MA' fi 'MSc'n akkasumas Digrii Dooktorummaadhaan (PhD) kan barachaa turanidha. Haaluma kanaan, digrii jalqabaan barattoota…
23 Jun 2026, 17:54 UTC764 views2 reactionsread 7 August 2026 Photo
#EHPLE
Qormaanni madaallii gahumsa ogeessota fayyaa boru Waxabajjii 17, 2018 A.L.I irraa eegalee guyyoota sadeen walitti aananiif kan kennamu ta'a.
Qormaatni boru kennamu kunneeniis:
# Yaala Waliigalaa (Medicine)
# Fayyaa Hawaasaa (public health)
# Saayinsii Laaboraatorii Meedikaalaa
# Midwaayifarii (Midwifery)
# Teeknooloojii Raadiyooloojii Meedikaalaa
# Narsii Fayyaa fi Yaala Daa’immanii
Qoratamtoonni har’a ibs…
❤2
23 Jun 2026, 17:53 UTC709 views3 reactionsread 7 August 2026 Photo
#QormaataBa'umsaa #ExitExam
Bu'aan Qormaata Ba'umsaa Dhaabbilee Barnoota Olaanoo (Exit Exam) bara 2018 kan SaneWaxabajjii 04-12/2018 keessa kenname ifa ta'eera.
Qoramtoonni bu'aa qormaata isaanii toora intarnetii https://result.ethernet.edu.et jedhu irratti seenuun ilaallachuu ni danda'u.
Jalqaba liinkii olitti kaa'ame cuqaasuun, itti aansee 'Exit Examination' kan jedhu jalaa 'View Results' kan jedhu tuquun, achi …
❤2👍1
20 Jun 2026, 12:40 UTC945 views3 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Grade12th
Sagantaa Yeroo Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa sagantaa yeroo qormaata biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 ifoomseera.
Barattoonni qormaata isaanii karaa Online/Computer-Based Testing (CBT) fudhatan, qormaata isaanii marsaa jahaan (6) akka fudhatan tajaajillichi ibseera.
~ Marsaa 1ffaa irraa hanga 3ffaatti barattoonni Saayinsii Uumama…
❤2👏1
18 Jun 2026, 18:01 UTC881 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Yuunivarsiitiin Woldiyaa sagantaalee Digirii Sadaffaa (PhD) haaraa sadii jalqabuuf haal-duree xumuree jira.
Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Yuunivarsiitii Woldiyaa sagantaalee Digirii Sadaffaa (PhD) haaraa sadi banuuf, gamaaggamtoota Yuunivarsiitichaatiifi Yuunivarsiitii biroo irraa dhufan bakka argamanitti madaallii sirna barnootaa gaggeesseera.
Sagantaaleen Digirii Sadaffaa (PhD) haaraan banaman:
● PhD in Artific…
❤1
18 Jun 2026, 13:44 UTC≈1,170 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Qormaanni Xumuraa Kutaa 8ffaa bara 2018 har'a kennamuu jalqabee jira.
Naannoo Oromiyaattii fi magaala Finfinneetti qormaanni Xumura barnoota sadarkaa giddugaleessaa kutaa 8ffaa akka har'a ganama 3:00tti eegalameera.
Qormaatichi :-
Naannoo Oromiyaatti kilaastara 1,226tti barattoota kuma 400 fi kp uma 30 fi 001 ta'aniif Waxabajjii 11 hanga 12, 2018tti kan kennamu ta'a jedhameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA…
❤1
12 Mar 2026, 21:31 UTC≈2,050 views7 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Update
#ExitExam
Gadhiifamee jira !!
Akkuma galgala isin beeksifne odeeffannoon muraasni mullachaa turan akkuma argisiisu barattootni baayyeen bu'aa isaanii qormaata bahiinsaa walakkaa waggaa 2018 ilaallachaa kan jiraniidha.
Dhimma kana ministeerri barnootaa gad bahee ifatti ifoomsuu baatuus barattoonni hangi tokko Yuunivarsiitii gara garaa irraa ilaallatanii kan jiran tahuu adda baafnee jirra. Garuu ammatti webs…
❤7
20 Feb 2026, 23:05 UTC≈2,140 views7 reactionsread 7 August 2026 Photo
#ExitExam
#Qajeelfamoota_Qormaatichaa
Qormaanni Ba’umsaa (Exit Exam) walakkaa waggaa 2018, Guraandhala 17/2018 eegalee guyyoota saddeetiif ni kennama.
Naamusa barattoonni qormaaticha fudhatan hordofuu qaban:
➫ Barattoonni qoraman kutaa qormaataa keessatti bilbila, sa’aatii harkaa miimoorii qabu, kaalkuleetara saayintifiikii, waraqaa eenyummaa kan biroo akkasumas meeshaa waraanaa kamiyyuu qabatanii argamuu hin danda…
❤6🔥1
20 Feb 2026, 10:43 UTC≈1,620 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Exit_Exam_Schedule
#Jigjigaa
Kun Sagantaa qormaata bahiinsaa ( Exit Exam ) Yuunivarsiitii Jigjigaati. Qormaata akka biyyaatti gurraandhala 17-27/2018 kennamuuf Bifa suuraa irratti mullatu kanaan Yuunivarsiitichi baasee jira.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @AbdiiSabaa_University irratti hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDIISABAA_University 📡
❤1
Showing the 12 most recent of 12 posts we hold for @ABDIISABAA_University. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.