8 Oct 2025, 10:13 UTCβ1,470 views12 reactionsread 9 August 2026 Photo
Ramaddiin Barattootaa Yuunivarsiitii galanii ifoome
Ministeerri Barnootaa marsariitii ramaddiin Yuunivarsiitii ittiin ilaallamu ifoomseera.
Haaluma kanaan barattoonni qabxii darbiinsaa argatan Yuunivarsiitii itti ramadaman marsariitiiwwan argaman gadiin ilaallachuu kan dandaβan taβuu ibseera.
Marsariitii https://student.ethernet.edu.et
Teeleegraamii @moestudentbot
ππππππ @qubee_koo
ππππππ @qubee_koo
β‘ γ
€ βγ
€ β¦
β€12
Signed ππͺπ―π΄
8 Oct 2025, 07:11 UTCβ1,200 views3 reactionsread 9 August 2026 Qabxiin seensaa Rimiidiyaalaa ifoome.
Barattoonni bara barnootaa 2018 damee saayinsii uumamaa fi hawaasaatiin qabxii %49.5 gadi galmeessanii garuu ulaagaalee armaan gadii guutan sagantaa Rimiidiyaalaa irraa fayyadamoo akka taβan Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ulaagaalee kunneenis
1. Filannoo hunda (dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa) keessatti barattoonni sagantaa Rimiidiyaalaa hordofuuf dhibbeentaa 33 fi isaa ol β¦
β€2π1
Signed ππͺπ―π΄
30 Sept 2025, 18:27 UTCβ1,220 views6 reactionsread 9 August 2026 Photo
#kutaa_12ffaa
Qabxiin darbiinsaa 300 ture 297 taβe.
Barattoota qabxii qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 dhibbeentaa 49.50 - 49.99 fidan qabxiin isaanii gara dhibbeentaa 50tti siqsamuun akka darban akka taasifamu murtaaβe.
Ministeerri ministeera barnootaa Pirofeeser Birhaanuu naggaan barattoonni qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 dhibbeentaa 49.50 - 49.99 fidan qabxiin isaanii gara dhibbeentaa 50tti siqsamuun akka darbaβ¦
β€6
Signed ππͺπ―π΄
24 Sept 2025, 08:42 UTCβ1,210 views5 reactionsread 9 August 2026 Photo
Waamicha
Yuunivarsiitii Debaarq
Yuunivarsiitiin Debaarq barattoota waggaa 4ffaa barnoota Eeybifamoo (regular) kan taβan bara barnootaa 2018 (semester) tokkoffaa guyyaa galmee isaanii Fulbaana 22 fi 23/2018 A.L.I akka tahe tahe beeksisee jira.
Galmeen adabbii waliin Fulbaana 26/2018 A.L.I akka taβu ibsameera; barnootniis Fulbaana 26/2018 A.L.I ni jalqaba jedhameera.
Suura 3 (sadii) kan baayβinni isaa 3Γ4 fi lakkooβ¦
π3β€2
Signed ππͺπ―π΄
22 Sept 2025, 10:32 UTCβ1,120 views3 reactionsread 9 August 2026 Photo
Beeksisa
Barattoota bara barnootaa 2017 Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa darban hundaaf;
Barattoonni bara barnootaa 2017 Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa darbanii fi yunivarsiitiiwwan mootummaa Ministeera Barnootaa jala jiran keessatti buβuura baasii qoodamuun (iskoolaarshiipii) barachuuf fedhii qaban filannoo yuunivarsiitii fi muimmee isaanii karaa bakka buβoota mana barumsaa isaanii hanga Fulbaana 14, 2018ttiβ¦
β€3
Signed ππͺπ―π΄
15 Sept 2025, 12:32 UTCβ1,250 views1 reactionsread 9 August 2026 Warri network sin rakkiseef karaa @Melesebirhanuz maqaaf Adm. No keessan erguu dandeessu
β€1
Signed ππͺπ―π΄
15 Sept 2025, 12:23 UTCβ1,250 views5 reactionsread 9 August 2026 Photo
#Buβaan qormaata kutaa 12ffaa amma gadhiifameera
Ilaallachuuf Registration No fi maqaa keessan galchaa
πππππππππ
1. Marsaariitiiα‘ https://result.eaes.et
2. teelegiraamaα‘ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)α‘ 6284
ππππππ @qubee_koo
ππππππ @qubee_koo
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
π2π2β€1
Signed ππͺπ―π΄
15 Sept 2025, 09:22 UTCβ1,230 views3 reactionsread 9 August 2026 Photo
Buβaan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera
Ilaallachuuf
πππππππππ
1. Marsaariitiiα‘ https://result.eaes.et
2. teelegiraamaα‘ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)α‘ 6284
ππππππ @qubee_koo
ππππππ @qubee_koo
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
β€3
Signed ππͺπ―π΄
14 Sept 2025, 14:02 UTCβ1,250 views4 reactionsread 9 August 2026 Photo
Grade_12
Remedial
Bara kanaas sagantaan barnootaa Foyyaa'insaa ykn remedial akka jiru prof Birhaanuu Naggaa dubbatan.
Kan bara darbee caalaa qabxii darbiinsaa olkaasuun remedial akka kennamuus ibsan.
Barattoota hangam takkaatu remedial dhaaf dhiyaata kan jedhu hin murtoofne jedhan.
"Bara kana barattootni carraan remedial kennamuuf hin murtoofne. Dhibbarraa 40-50 kan jedhu irratti marii irra jirra" jedhan.
Bara β¦
β€4
Signed ππͺπ―π΄
14 Sept 2025, 14:01 UTCβ1,050 views3 reactionsread 9 August 2026 Photo
Qormaati yoom gadhiifama?
Qormaati kan gadhiifamu guyya boruu haga saβa 6:00 tti taβuu ministeerri barnootaa beeksiseera.
ππππππ @qubee_koo
ππππππ @qubee_koo
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
β€3
Signed ππͺπ―π΄
14 Sept 2025, 13:54 UTCβ1,010 views3 reactionsread 9 August 2026 Ministeerri Barnootaa akka beeksiseetti, barattoonni bara 2017 A.L.I. Caamsaa keessa Qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan keeysaa 48,929 yookaan 16.6% buβaa darbiinsaa argachuu isaanii ibseera.
Dhiira: 30,451 (9.9%)
Dubartii: 18,478 (6.7%)
Bara kanaas barnootni sagantaa fooyya'iinsa ykn remedial akka jiraatu ministry barnootaa ibse.
ππππππ @qubee_koo
ππππππ @qubee_koo
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ β¦
β€3
Signed ππͺπ―π΄
14 Sept 2025, 13:53 UTC987 views1 reactionsread 9 August 2026 Photo
Ministeerri Barnoota qormaata kutaa 12ffaan walqabachuun ibsa kenne.
Bara kana barattoonni dhibbeentaan 8.4 darbuu kan beeksise ministeerichi barri kun isa bara darbeerra fooyyaβaa taβuu ibseera.
Naannoowwan lakkoofsaan barattoota hedduu dabarsa walduraa duubaan Finfinnee, Naannoo Harari fi Naannoo Amaaraadha jedhameera.
Bara kana barnoota saayinsii uumamaan naannoon Oromiyaan qabxii olaanaa galmeessiteetti.
Bifβ¦
β€1
Signed ππͺπ―π΄
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @qubee_koo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.