19 Sept 2026, 11:23 UTC231 views9 reactionsread 19 September 2026 โ
oduu ispoortii harโaa
๐ฌ๐งpiriimiyer liigii ingilaandii
tottenhaam ๐ aston viillaa
braayitan ๐ arsenaal
evertoon ๐ ipswiich
niwkaastil ๐ haal
notinghaam foorest ๐ kooventrii
harโa maanchistar yuunaayitid, maanchistar siitii fi liivarpuul hin taphatan; taphoonni isaanii boru gaggeeffamu. yuunaayitid fulhaam waliin, siitii sunderlaand waliin, liivarpuulis buurnimaawuz waliin wal argama.
๐ช๐ธ la liga ispeen
osasuuna โฆ
โค4๐2๐2๐1
Signed Abe Man
15 Sept 2026, 17:50 UTC946 views20 reactionsread 19 September 2026 Photo
๐จBREAKING
Kapiteeniin garee biyyaalessaa Kolombiyaa Jeems Ruudrigez, umrii waggaa 35tti kubbaa miilaa irraa soorama ba'eera๐ !!
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
๐ฅ SHARE โค @oro_Isportii1
๐ฅ SHARE โค @oro_Isportii1
โค13๐3๐2๐1๐ฅฐ1
Signed Abe Man
15 Sept 2026, 16:40 UTC972 views11 reactionsread 19 September 2026 Photo
โ
Who Scored akka baasetti taphattoota ciccimoo 11n Liverpool fi Tooteenhaam keessa bahan.
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
๐ฅ SHARE โค @oro_Isportii1
๐ฅ SHARE โค @oro_Isportii1
๐6โค5
Signed Abe Man
15 Sept 2026, 14:23 UTC995 views12 reactionsread 19 September 2026 Photo
๐ฎ JJ Gabri'eel kilabicha gadhiisuuf gaaffii kan dhiheesse yoo ta'u, Maanchistar Yunaayitid garuu hanga ganna dhufutti kontiraata waan qabuuf gaaffii isaa kuffiseera.
โญ Mariin sadarkaa olaanaa garee lamaan gidduutti taasifamaa kan jiru yoo ta'u, fedhiin JJ kilabicha gadhiisuu dha.
โญ Preseason keessatti daqiiqaa tapha gahaa argachuu dhabuunis sababa murtee kanaa keessaa isa tokko.
[Laawurii Wiitwel]
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
๐ฅ โฆ
๐9๐3
Signed ๐ญ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐ฅท
15 Sept 2026, 13:59 UTC948 views11 reactionsread 19 September 2026 Photo
๐ฎ Dargaggeessi akaadaamii man united JJ Gabriel Maanchistar Yuunaayitid gadi lakkisuu barbaada.
๐ Taphataan kun waliigalteen isaa klabicha waliin jiru akka haqamuuf boordii gaafateera.
๐ JJ Gabriel Maanchistar Yuunaayitid gadi lakkisee ba'uuf waan dhihaatef, walitti dhufeenyi maatii isaafi klabicha gidduu jiru haala garii irraa jiraachuu dhabuun isaa ibsameera!
๐ Haata'u malee, Maanchistar Yuunaayitid haala kana โฆ
โค6๐ฅฐ3๐2
Signed ๐ญ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐ฅท
13 Sept 2026, 08:29 UTC813 views13 reactionsread 19 September 2026 โ
GABAASA ODEEFFANNOO ISPOORTII KALEESSAA!
โฝ๏ธ PIRIIMIYER LIIGII INGILAANDI:
๐ด Arsenal 2โ0 Sunderland: Gunners-oonni jalqabbii waqtii kanaa 100% eeggachuun, taphoota 4 irraa qabxii 12 guutuu walitti qabataniiru.
๐ต Chelsea 2โ2 Hull City: Klabiin Chelsea dirree isaatti qabxii lama yeroo gubu, Hull City'n qabxii tokko madaalawaa fudhateera.
๐ด Liverpool 0โ0 Fulham: Liiverpuul dirree Anfield irratti qixa ba'uun qabxiiโฆ
โค6๐3๐2๐ฅฐ2
Signed Abe Man
10 Sept 2026, 11:41 UTC920 views14 reactionsread 19 September 2026 Photo
๐จ ๐๐๐๐๐
๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐
๐ด๓ง๓ข๓ฅ๓ฎ๓ง๓ฟMaanchistar Yunaayitid Harโa galgala Saabaah waliin Champions League irratti taphata. Yunaayitid waggoota muraasa booda gara dorgommii guddaa Awurooppaa kanaatti deebiโeera.
๐ BU'AA TAPHOOTA DARBANII
๐ซ๐ทPSG Slovan Bratislava 6โ1 moโachuun Champions League jalqabe. Feeraan Toorres goolii sadii galche. ๐ฅ
โฝ๏ธBaarseloonaa Feyenoord 5โ1 moโachuun Champions League keessatti jalqabโฆ
๐7โค4๐2๐1
Signed ๐ฟ๐ ๏ธ
10 Sept 2026, 07:43 UTCโ1,970 views11 reactionsread 19 September 2026 Photo
Taphoota Chaampiyoons Liigii Awurooppaa Har'a Taphataman;
01:45 | Fenerbaachee vs Roomaa
01:45 | PSV vs Shaaktaar
04:00 | Baayer Muunik vs Boodoo/Glimt
04:00 | Komoo vs Aarbi Leipzig
04:00 | Maan Yuunaayitid vs Saabaah
04:00 | Slaaviyaa Praag vs Leens
๐ฅ SHARE โค @ODUUISPORTII1
๐ฅ SHARE โค @ODUUISPORTII1
๐6โค3๐1๐1
Signed ๐ญ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐ฅท
9 Sept 2026, 14:01 UTC792 views14 reactionsread 19 September 2026 ๐จODEEFFANNOO ISPOORTII HARโAA
โ
CHAMPIONS LEAGUE
โก๏ธMaanceester Yunaayitid Champions Leagueโtti deebiโuuf qophii xumuraa irra jira. Luuk Shaw garuu leenjii dhumaa irratti hin argamne; haalli isaa tapha jalqabaa irratti shakkii keessa jira.
โก๏ธBaarseloonaa harโa Feyenoord waliin, Atleetikoo Maadriid immoo tapha isaa Champions League jalqabaa taphata. Akkasumas Naapoolii vs Arseenaal, Liiverpool vs Atleetikoo Maadriid โฆ
โค7๐3๐2๐1๐ฅฐ1
Signed ๐ญ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐ฅท
9 Sept 2026, 13:42 UTC783 views11 reactionsread 19 September 2026 Photo
๐ฃ๏ธ Maayikel Kaariik waaโee taphattoota Mancheester yunaayitid
๐ฃ๏ธ Luuk Shaw: Harโa boqonnaa dabalataa isaaf kennine; boru haala isaa ni ilaalla. Kun rakkoo itti fufaa jiru miti.
๐ฃ๏ธ Maatiyaas De Liit: Leenjii gaarii hojjechaa jira. Haala gaarii irra jira, yeroo dhihootti gara gareetti akka deebiโu abdii qabna.
๐ฃ๏ธ Beenjaamiin Sheeskoo: Fiitness isaa eeggachaa jirra. Dilbata goolii ajaaโibaa galcheera; amma sadarkaa โฆ
๐5โค2๐ฅฐ2๐1๐1
Signed ๐ญ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐ฅท
8 Sept 2026, 14:51 UTC439 views14 reactionsread 19 September 2026 Photo
Kaadhimamtoonni Badhaasa Ballon dโOr bara 2026 30n:
1 ๐ช๐ธ Pau Cubarsรญ
2 ๐ด Jude Bellingham
3 ๐ช๐ธ Marc Cucurella
4 ๐ซ๐ท Ousmane Dembรฉlรฉ
5 ๐ต๐น Bruno Fernandes
6 ๐จ๐ด Luis Dรญaz
7 ๐ง๐ท Gabriel Magalhรฃes
8 ๐ณ๐ด Erling Haaland
9 ๐ด Harry Kane
10 ๐ฒ๐ฆ Achraf Hakimi
11 ๐ช๐ธ Lamine Yamal
12 ๐ฌ๐ช Khvicha Kvaratskhelia
13 ๐ง๐ท Marquinhos
14 ๐ธ๐ณ Sadio Manรฉ
15 ๐ฆ๐ท Lautaro Martรญnez
16 ๐ซ๐ท Kylian Mbappรฉ
17 ๐ต๐น Nuno Mendes
18 ๐ฆ๐ท Lionel Messi
19 ๐ซ๐ท Michael โฆ
โค6๐3๐2๐2๐ฅฐ1
Signed ๐ญ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐ฅท
8 Sept 2026, 03:59 UTC494 views10 reactionsread 19 September 2026 Photo
โ๐ช๐บ Taphoota shampiyoons Liigii Awurooppaa guyyaa har'a taphataman;
01:45 | Ateens vs Laask
01:45 | Kilab Biruuj vs Astonviilaa
04:00 | Doortumund vs Viyaariyaal
04:00 | Poortoo vs Maanchistar Siitii
04:00 | Liil vs Beetis
04:00 | Riyaal Maadriid vs Intar Miilaan
โฝ๏ธ Taphoota karabaa'oo Kaappii guyyaa har'a taphataman
03:45 | Boornmaawuz vs Liinkoolan Siitii
03:45 | Paalaas vs Miidalsibroow
03:45 | Leeytan Ooriyentโฆ
โค4๐ฅฐ3๐2๐1
Signed Abe Man
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @oro_Isportii1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.