14 Aug 2026, 14:27 UTC36 viewsread 14 August 2026 Forwarded from @oduuspoortiifPhoto
π¨ Haarii Amaas ganna kana Maanchistar Yunaayitid gadhiisuuf kan jiru yoo ta'u, maddeen akka jedhanitti carraan gurgurtaa isaa dabalaa dhufeera.
Noorwiich Siitiin liqiidhaan mallatteessisuuf fedhii guddaa qaba. Yunaayitid yoo xiqqaate mirga deebi'ee bitachuu of keessa qabuu barbaada
[saamuelluckhurst]
πππππβͺ @oduuspoortiif
πππππβͺ @oduuspoortiif
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅
Signed π
°οΈπ
±οΈE MAN
14 Aug 2026, 11:26 UTC45 viewsread 14 August 2026 Forwarded from @oduuspoortiifPhoto
β
Leenjisaan Maanchistar siitii, Enzoo Mareeskaan , tapha koministii Shiildii akka tapha michummaatti akka hin ilaalle ibseera.
"Tapha kana akka tapha michummaatti hin ilaalu, waancaa injifachuuf ni carraaqna" jedhe Maareskaan.
"Nuti Maanchistar Siitii dha" jedhan leenjisaan, "Arsenaal irraa garagarumma qabnu hir'isuuf yaaluu qabna" jedhaniiru.
Leenjisaan kun Roodriin gara garee deebiβuu isaa kan ibse yoo taβu, gβ¦
Signed π
°οΈπ
±οΈE MAN
14 Aug 2026, 11:20 UTC52 viewsread 14 August 2026 Forwarded from @oduuspoortiifPhoto
β
HERE WE GO
Miikaa Guutsi gara PSG
[Fabrizio Romano]
πππππβͺ @oduuspoortiif
πππππβͺ @oduuspoortiif
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
Signed π
°οΈπ
±οΈE MAN
14 Aug 2026, 11:06 UTC50 viewsread 14 August 2026 Forwarded from @oduuspoortiifPhoto
β
Kilabni Kaaba Landan Arsenaal, Jarrel Quansah Baayer Leeverkuusan irraa bitachuu barbaada jedhameera.
Kilabni Bundasliigaa Jarman Baayer Leeverkuusan taphataa kana gurguruuf fedhii akka hin qabne ibsameera.
Taphataan IngilizJarrel Quansah Arsenaaliitti makamuu barbaada jedhamee gabaafameera.
Gama biraan, Liivarpuul taphataa kana Yuuroo miiliyoona 7οΈβ£0οΈβ£n bitachuu kan dandeessisu seerri sun xumurameera jedhameerβ¦
Signed π
°οΈπ
±οΈE MAN
14 Aug 2026, 07:57 UTC50 viewsread 14 August 2026 Forwarded from @oduuspoortiifPhoto
Tiijaanii Raayindariis Alqaadsaay keessatti waggaa 4tti doolaara miiliyoona 100 π° argata!
πππππβͺ @oduuspoortiif
πππππβͺ @oduuspoortiif
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
Signed π
°οΈπ
±οΈE MAN
14 Aug 2026, 07:12 UTC62 views3 reactionsread 14 August 2026 Forwarded from @oduuspoortiifPhoto
πΉ Braadlii Baarkoolaan Liivarpuul waliin hanga 2032tti kan isa tursiisu waliigaltee waggaa 6 mallatteessuuf dhihaateera. Kafaltiin jijjiirraa Yuuroo miiliyoona 125 ta'a!
π[ Nikoloo Shiiraa ]
πππππβͺ @oduuspoortiif
πππππβͺ @oduuspoortiif
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
π3
Signed π
°οΈπ
±οΈE MAN
14 Aug 2026, 06:52 UTC63 viewsread 14 August 2026 Forwarded from @oduuspoortiifPhoto
π¨ Maanchistar Siitiin saffisaan tarkaanfii fudhachuu fi gaaffii Cheelsiin jijjiirraa paawundii miiliyoona 120 gaafate guutuu qaba. Yoo kana hin taane, Enzoon Cheelsiitti kan hafu ta'aa.
Hanga galgalaa sa'aatii 1:00 qofa yeroo qabu β°
π- [Faabiriziyoo Roomaanoo]
πππππβͺ @oduuspoortiif
πππππβͺ @oduuspoortiif
β‘ γ
€ βγ
€ β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
Signed π
°οΈπ
±οΈE MAN
11 Aug 2026, 12:11 UTC270 views12 reactionsread 14 August 2026 File
β
Baay'een keessan, (comment) irratti appi kubbaa ittin ilaluu nuuf gadhiisaa jechaa turtan.nuttis Appii interneetii xiqqoodhaan qofa ilaaluu dandeessan isiniif fidnee jirra. Kanaan ilaaluu dandeessu.
React godhaa qofa.
π9β€3
Signed Abe ManοΈ
8 Aug 2026, 21:11 UTC422 views5 reactionsread 14 August 2026 Video
Goolii Uiniizee
Udiniizee 1- 0 Barcelona
β€5
Signed ΰΏπ―ππ π»ππππΆππΉπα
5 Aug 2026, 11:50 UTC529 views8 reactionsread 14 August 2026 Video
Thaayilaanditti taphataa ganna 24 bakakkaan itti buhee ajjeese!πππ³π³
π8
Signed ΰΏπ―ππ π»ππππΆππΉπα
2 Aug 2026, 21:53 UTC531 views2 reactionsread 14 August 2026 Video
Goolii sadaaffaa liidsππ
β€2
Signed ΰΏπ―ππ π»ππππΆππΉπα
2 Aug 2026, 21:47 UTC462 views2 reactionsread 14 August 2026 Video
Goolii liids lamaaffa
Liverpool 2-2 liids Yunaayitid
β€2
Signed ΰΏπ―ππ π»ππππΆππΉπα
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @oduuspoortif. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.