26 Aug 2026, 09:09 UTC62 viewsread 5 September 2026 Gufuu Daandii Irraa Kaasi!
Bara durii ture! Mootii tokkotu dhagaa guddaa tokko daandii namoonni irra deeman irra keessise. Akkuma kun ta'eenis, bakka ta'e dhokatee, namni dhagaa kana karaa irraa kaasu yoo jiraateef daawwachuu eegale.
Namoonni baay'een arganiima irraa goranii darbuu turan. Gariin immoo, maaliif akka mootichi karaa qulqulluu ta'een eegsisuu dhiise wal harkaa fuudhanii ceepha'u. Garuu, isaan keessaa …
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
23 Aug 2026, 15:07 UTC96 viewsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
23 Aug 2026, 14:41 UTC92 views1 reactionsread 5 September 2026 #Ameen_jedhaa!!
Mucaa hiriyyaakoo tokkotu taa'ee aara. Bira deemeen maal taate jennaan, "Waan bareedaa tokko barreessee, 'Ameen jedhaa jedheetan ture, hamma ammaa namni ameen jedhe hin jiru. Isa ilaaleen taa'ee aaraa jira" naan jedhe. Asiif achi ilaaleen, "Meerre namoonni suni eessa jirun" jedhe. FB irratti akka ta'e na hubachiise. Ajaa'ibsiifadheen, "Akka isaan ameen hin jenne akkamiin dhageesseree, gurrakee waliin…
❤1
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
17 Aug 2026, 18:13 UTC133 viewsread 5 September 2026 🚀🚀🚀🚀✈️🚀🚀🚀🚀
"Galiin Keenya Har'aa Boruu Keenya Murteessa!!"
🎯🎯🎯🎯💪🎯🎯🎯🎯
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
15 Aug 2026, 07:13 UTC147 views1 reactionsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
🥴1
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
14 Aug 2026, 18:22 UTC127 viewsread 5 September 2026 Forwarded from @ethio_moePhoto
ማስታወቂያ
የትምህርት ሚኒስቴር ለልዩ አዳሪ ትምህርት ቤቶች (Special Boarding Schools) ርዕሰ መምህራን ለመቅጠር ሐምሌ 20/2018 ዓ.ም. በበይነ መረብ (Online) ባወጣው የቅጥር ማስታወቂያ መሠረት ከዚህ በታች ስማችሁ የተጠቀሰ አመልካቾች ለፈተና የተመረጣችሁ ስለሆነ ማክሰኞ ነሐሴ 12 ቀን 2018 ዓ.ም. ከቀኑ 8:00 በትምህርት ሚኒስቴር ዋና መሥሪያ ቤት አዳራሽ ተገኝታችሁ የጽሑፍ ፈተና እንድትወስዱ እናሳውቃለን።
ማሳሰቢያ፦ ተወዳዳሪዎች ለፈተና ስትመጡ የሥራ ልምድ መረጃ፣ ዋናውን የትምህርት ማስረጃ (Original) እንዲሁም በቅጥር ማስታወቂያው ላይ የተጠቀሱትን ሌሎች አስፈላጊ ዶክመንቶች ዋናውንና ኮፒውን (Original & Copy)…
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
14 Aug 2026, 18:22 UTC112 views1 reactionsread 5 September 2026 Namoota mana barumsaa bultii addaa(Special Boarding School) barsiisuuf ministeera barnoota biratti "Online" dhaan galmooftan qormaataaf waamamtan kunooti!!
🫡1
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
14 Aug 2026, 14:12 UTC157 views1 reactionsread 5 September 2026 OSOO DALDALA HIN JALQABIN GAAFFILEE 3N KANA DEEBISI
1. Gaaffii 1ffaa: "Ani Rakkina Kami Fura?" (The Problem)
Namoonni baay'een yommuu daldala jalqaban "Meeshaa akkamii gurguruu danda'a?" jedhanii yaadu. Kun dogoggora jalqabaati! Gabaan meeshaa kee hin bitu, furmaata rakkina isaanii bitata malee.
2. Gaaffii 2ffaa: "Maamiltoonni Kiyya Eenyu Fa'i?" (The Customer)
Hundatti gurguruu hin dandeessu. Meeshaa ykn tajaajila …
😡1
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
11 Aug 2026, 16:13 UTC133 viewsread 5 September 2026 Link ☝🏼☝🏼 kana barnoota teekinoloojiif itti fayyadamuu dandeessu!
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
11 Aug 2026, 16:12 UTC127 viewsread 5 September 2026 https://www.youtube.com/@M3schools
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
9 Aug 2026, 18:51 UTC144 viewsread 5 September 2026 Photo
Namni kitaaba kana hinqabne jiraa? Ni barbaadduu pdf isaa?
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
5 Aug 2026, 14:39 UTC194 viewsread 5 September 2026 Photo
Fayyaduu danda'a!!
Signed 🎯 Megersa Desta🚀
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @milto_04. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.