11 Jul 2026, 17:02 UTC335 viewsread 7 August 2026 Qeerroo Oromoo Mataa tuutaa tan biyya keessattis mootummaa diinaa isaanii tahen falmanii, dadhabnaan deeggarsa biyya ambaa itti kadhatanii, ofiif warreegamanii Saba isaaniitiif dukkanaa ibsuuf gammoojii Yamanii ka'anii, gammoojiii Soomaaliyaa osoo qaxxaamuruuf jadhan Kokkee Waraana Ziyaad Barree jidduuti qarqabamuu mudatan kana keessa dargaggoo Onneen Gaaraa, Goota Lapheen sibiilaa tahe tokkootu ture, Ramadaan.
Lolt…
Signed Kiyu
11 Jul 2026, 17:02 UTC377 views5 reactionsread 7 August 2026 Goota Elemoo Qilxuutis tahe, Hundee Dhaabaa, Taaddasaa Birruutis tahe Laggasaa waggii dura waggoota meeqa dursee sabaaf warreegamuun billiqqii biiftuu qabsoo bilisummaa Oromoo dhiigaan addeesse kana maqaan isaa hanga kaafamuu qabu osoo hin dhawamiin awwaalamee hanga ammaa hafuun isaa waan Hedduu nama gaddisiissuu dha!!. "Sa'aa Abbaan Gaafa Cabse Ambitti ija jaamsitti" ja'anii mitiree!!.
Seenaan bara baraan Goota Goot…
❤4🥰1
Signed Kiyu
11 Jul 2026, 17:02 UTC279 viewsread 7 August 2026 #Qeerroon_Qabsoo_Bilisummaa_Oromoo_Hammayyaa_Keessatti_Jalqaba_Warreegame_Eenyuu?.
#RAMADAAN MAALIIF DAGATAME?.
Gootichi Oromoo Soorreessi Jaarraa Abbaa Gadaatiis tahe miseensoonni Qeerroo ganamaa hanga ammaa lubbuun jiran tokko tokko waa'ee hundeessuu ABO, eegallii qabsoo bilisummaa Oromoo fi wa'ee Qeerroo Ganamaa hogu haasawan yoo dhageessan maqaa dargaggoo tokkoo irra daddeebi'anii ni kaasu. Dargagg…
Signed Kiyu
11 Jul 2026, 17:02 UTC244 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Kiyu
23 Jun 2026, 18:05 UTC597 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Kiyu
23 Jun 2026, 18:05 UTC536 views3 reactionsread 7 August 2026 20. Aadam Muhammad Alii(Laafaa)
21. Ahmad Nuur Alii(Arroo)
22. Ahmad Nuur Hassan
23. Abdulkariim Muhammad Ana's(Jifaaraa)
24. Muhammad Sheek Hassan(Nibarbaannaa)
25. Aadam Abubakar(Moluu)
26. Ahmad Muhammad Abdurahmaan
27. Muhammad Ibraahim Waday(Shantam Shubbisaa)
28. Ahmad Nuur Muussaa Na'ee
29. Abdallaa Bakrii
30. Muhammad Alii
31. Ahmad Umar Abdallaa
32. Ahmad Haashii
33. Hajjii Maamoo
34. Ramadan Husseen Kaliil
…
❤2👏1
Signed Kiyu
23 Jun 2026, 18:05 UTC480 views1 reactionsread 7 August 2026 #Goottan_Gootarra_Dhiiraa!!
TARREE MAQAA QEERROO GANAMAA 36!!
Goototni ilmaan Ituu, Afran Qalloo, Humbannaa, fi Arsii Shanan barreentummaa keessaa Afur bakka bu'u. Akkumma beekamu Sirna mootummoota Naf*anyaa darban keessatti akka Saba tokkotti wal ijaaruun sossoo'uu dhiisiiti, akka nama dhuunfattuu ani Oromoodha jatte, eenyummaa kee afaan guutattee himatte jiraachuun yeroo warreegama nama gaafatu ture. Haa tahu Garu…
❤1
Signed Kiyu
25 Feb 2026, 21:27 UTC≈1,190 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Kiyu
25 Feb 2026, 21:27 UTC≈1,110 views9 reactionsread 7 August 2026 SEENAA INJINAR TASFAAHUUN CAMADAA
Kutaa 2ffaa
Yakka dharaa miseensummaa ABOtiin himatamee jireenya mana dukkaanaa waggaa fi ji’a sadiin duubatti Adoolessa bara 2008 mana murtiitti kan dhiyaate Tasfaahuun Camadaa, gaafa 31/03/2010 dhaddacha barcuma ilmaan Tigraayiin guutameen murtii hidhaa umurii guutuun akka hidhamu itti murteeffame. Du’a isaa arguun malee murtii kamiinuu quufuu kan hin dandeenye mootummaan wayyaane…
❤8🔥1
Signed Kiyu
12 Jan 2026, 17:56 UTC≈1,360 viewsread 7 August 2026 https://t.me/Accepttelegramstarsbot?start=_tgr_kjF7qYw5YjI0
Signed Kiyu
5 Jan 2026, 17:44 UTC≈1,540 views4 reactionsread 7 August 2026 Sooddoon lafa abbaasaa Oromoorra kan jiraatuufi aadaasaa kabajee kunuunsee eeggatee hidda sanyii Oromoo Oromummasaatiin boonudha.
👇👇👇👇👇👇👇👇
Chaanalii fulla facebooki
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid0dxqLdupQWwmXq68rEv5gUjdhzsdYC3EsgbDi8PU92sp8eNYXHBB2urCsFhmZrFebl&id=100070310832056&mibextid=Nif5oz
❤2👍2
Signed Kiyu
5 Jan 2026, 17:44 UTC≈1,310 views8 reactionsread 7 August 2026 #Sadan_Sooddoo
Tuulamni Ijoollee sadii qaba.Isaanis Daaccii, Bachoo fi Jillee dha. Yeroo mara namooti hedduun gaafa maqaa Sooddoo jedhu dhagayan akka qomoo Guraageetti kan ilaalan hedduu dha. Sooddoon ijoollee sadii godhatee lafasaa maqaasaatiin moggaafatee irra jiraachaa ture. Sadan ijoollee sooddoo; Odituu, Ummee(Tum’e) fi Liiban jedhamu. Isaan kunniinidha kan har’a sadan sooddoo jedhamanii beekaman. Lafti Sooddoo …
❤7👍1
Signed Kiyu
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @kiyaahusen. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.