23 Jun 2026, 10:19 UTC≈4,060 views38 reactionsread 12 August 2026 ⚽️ 2026 WORLD CUP — WATCH IT LIVE! ⚽️⚽
You can watch the World Cup TV channel via the Yahsat satellite – completely free, with no subscription required! 🆓📡
Not only that, but you can also access a selection of channels via the Ethiopian satellite (NSS-12 - 57°E) – watch a variety of programs! 🎥
💎 But if you want the FULL EXPERIENCE...
With a very small subscription – you get more than just the World Cup:
✅ Premier L…
❤27👍9👏2
17 May 2026, 14:55 UTC≈7,690 views89 reactionsread 12 August 2026 ╭── ⋆⋅♡⋅⋆ ──╮
💘 Mee waa sitti himuu
🥀 Jaalalan siif qabu
🌍 Haala kam keessatti
Hin fedhu si dhabuu
🫀 Raabsituu dhiigakoo
🧠 Sammuu koo ajajjaa
🌙 Si hin argin oollaan
💔 Qalbiin na fajajaa
╰── ⋆⋅♡⋅⋆ ──╯ ✨
❤62👍15🤔6👎3🥰3
17 May 2026, 08:55 UTC≈7,270 views59 reactionsread 12 August 2026 🌸✨ Kanin taajjabe irra! ✨🌸
🖤 “Jaalali kan amanamu malee,
kan jechootaan ibsamu qofa miti.
Sababni isaas rawwachuutu jabaata malee,
dubbachuun salphaa waan ta’eef…” 🕊️
🌿 Guyyaa gaarii qabaadhaa ✨
✍️ Hewan
❤46💯7👍6
4 May 2026, 15:07 UTC≈9,250 views39 reactionsread 12 August 2026 Photo
💭 Jaalalli dhugaa yeroo hundaa cinaa kee dhaabbata...
⚽️ Akkuma kubbaan miilaa sirraa fagaachuu hin dandeenye!
💰 Mallaqa xiqqoodhaan kubbaa miilaa karaa TVii📺 mana keessaniin LIVE✅ dawwachuu ni dandessa!
Akkamitti 🤔 yoo jettef salphadha channel keenya join godhi!
🔗https://t.me/sptvsports
🔗 https://t.me/sptvsports sana booda fayidaale arman gadii olii argachuu dandessa
✅ GSeek HD Sports — sagantaalee tamsaasa …
❤35👍3🔥1
27 Apr 2026, 16:10 UTC≈8,150 views49 reactionsread 12 August 2026 Maal nan goone miili koo 😔
Miilli koo isheen babatteen
Biyya hin beekne nan dhaxee 🌍
Harratuu na kabalchite
Nan joore, nan joore ka
Foon maddin na qoore ka
Nan joore, nan jawwisee 😞
Foon maddi koo haphise ..
✍️Biya
❤42👍7
23 Apr 2026, 16:33 UTC≈10,300 views62 reactionsread 12 August 2026 Photo
Gadadoo jiruu koo 😔
Osoo ijaan argituu
Yeroo jaalalli koo 🌹
Si keessaa margitu 🌱❤️!
Jiraachuun hubadhe 🤍
Jaalalli inni haqaa 💎
Dakkuu koon tuffanne 😞
Dhabdee dhimma maqaa? 🤔
Ossoo si hamatanii 🚫
Oduu namaarra tartee 🗣️
Nama guutuu na goote 🙌
Na keessatti of agartee 🪞❤️!
Giiftii mootii jaalalaa 👑
Ishee onneen qulqulluu 🤍
Abshir woliin guddanna 🌱
Takkumallee bubbullu 💨
Bakka yaanne ni geenya 🎯
Hiikkannee hibboo jir…
❤51🔥6👍5
17 Feb 2026, 20:17 UTC≈12,300 views91 reactionsread 12 August 2026 Photo
Ramadan Mubarak
Qur'aanni qulqulluun
Baatii keessa bu'eedha
Sansalataan hidhamee
Kan sheyxaanni gu'eedha!
Nu qulqulleessuu dhufe
Baatee saamunaa zambii
Iimaana nuuf dabalee
Nu barsiisuufi dambii!
Tola rabbii keessaa
Geenye Kan baranaa
Alhamdulillaah jechuu
Hin dagannu jarana!
Murteessaa jireenyaa
yookaanimmoo du'aa
Kayriisaa sammachuuf
Hunduu duuka bu'aa
Rahmatasaa argachuu
Tola…
❤67👍19🔥5
16 Feb 2026, 19:14 UTC≈10,600 views57 reactionsread 12 August 2026 Photo
Obbolummaa dhugaa
Kan rabbiin jaalatu
Dhaloonni nu duubaa
Numarraa sirraa laallatu!
Isin naaf qaamadha
Kanan ittiin jiruu
Hirkoo gaafa rakkoo
Dhiiga koo yaa tiruu!
Hidda koon siniin jedha
Madaa Koo naaf dhiigdu
Rakkina Koo furuuf
Na caala naaf fiigdu
Beela Koo beeloftanii
Okkoltu caba Koo
Of caala naaf yaaddu
Hin feetan dhaba Koo!
Dawoof wobii jiruu koo
Dibaabee roobaaf aduu
Oyiruun Kan keessan misee
Kiyya xolage…
❤42👍11👌2🔥2
3 Feb 2026, 17:23 UTC≈10,800 views70 reactionsread 12 August 2026 Photo
Dessee koo guddiftuu
Miti oolmaan kee laayyoo
Haadha koo harmee koo
Milkeessituu kaayyoo
Bonaaf gannan jettu
Rooba Aduun gubamaa
Qoreen si waraanaa
Guufudhaan hubamaa
Duuyidaaf garaa keerra
Dabareen na ka'attee
Dhiiga kee cobsitee
Asiin na ga'attee
Gola rakkinaaf gadadoo
Anaaf jecha lixxee
Simboof dhiiga ijoollummaa kee
Ana ilma keef fixxee
Bareedina kee ijoollummaa
Ofirraa daguu…
❤56👏8🥰6
12 Jan 2026, 19:03 UTC≈11,200 views68 reactionsread 12 August 2026 Photo
Boqonnaa sammuutiif
Gaafa feetu bakka
Kan baadiyyaa gitu
Jiraachuu nan shakka
Qilleensi qulqulluudha
Bosonni magariisa
Madda aara-galfiiti
Qalbii goggogde jiisa
Sagalee kilooleen
Simbiraaf bineensaa
“Hin deemin” siin jedhu
“Nuuf ta'i” miseensa
Yaa'iinsi qilleensaa
Mukkeen gaafa raasu
Sammuu si sooranii
Dharraa kee sibaasu
Ofii kee dhaggeeffattee
Miira kan kee dubbifta
Xiyyaara …
❤53👍6🥰5🔥2🙏2
12 Jan 2026, 19:02 UTC≈10,100 views19 reactionsread 12 August 2026 Photo
🔥 JAALATOOTA KUBBAA MIILAA QOFAAF! ⚽
💰 Mallaqa xiqqoodhaan kubbaa miilaa Karaa Tivii kessanin mana keessan tayun dawwadha !📺
✅ GSeek HD Sports sagantalee tamsasa isaa hordofa
✅ GSeek HD & 24H Sports yoo expired ta’e salphaan haaromsuf
yoo feetan ta'eef
✅ Decoderoota kubba miila agarsisu danda'an + software isaanii woliin argachuu yoo feetan ..
🛠️ Yeroo jalqabaaf hidhachuufis yoo hawwitan
❓ Gaaffii qabdan hun…
❤14👍2🔥2👎1
6 Jan 2026, 17:54 UTC≈10,300 views56 reactionsread 12 August 2026 Gaar tokkee qaama koo
Mi'eessituu jiruu
Yoomiyyuu yoo ta'ee
An siraa garaa hin hiruu
Ijji kee biiftuudha
Uumamni kee adda
Oggetii jaalalaa
Intaala abbaa gaddaa
Nyaari kee kuula
Funyaan kee qaraa
Addenyi ilkaan ketii
Nama raasa garaa
Yoomiyyuu yoo ta'ee
An siraan hiruu garaa
Bakka guddaa si ka'ee
Onnee koo walakaa
❤50👍6
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @jechoota. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.