28 Sept 2026, 11:13 UTC498 views3 reactionsread 28 September 2026 Photo
Godaannisa seenaa bara dhibbaa beekuun,
isa bar-dhiyoo dagachuu hin qabnu.
Sirna maqaa jijjiirratee gudeelcha gabrummaa gita hin qabne, saba isaarratti fe'u caalmii gabroomsaan hin jiru.
Hayyuuf jagna saba ofii nyaachuun ol hammeenyummaan hin jiru.
Fakkeessuun ta'uu miti.
"Lafa citee dhukkuba." jedhama. Abbootii Gadaa Karrayyuu ajj**saa Uffata aadaa Kaarrayyuu uffachuun fafa.
🤣2💯1
21 Sept 2026, 08:08 UTC780 views14 reactionsread 28 September 2026 Qaama hin jiru badeera,eessayyu hin ga’u harka qullaa jira jechaa turteen,Ebaluu faana hiriire jettee qooddiroo hafattee boossa taanaan; silumaa situ hin jiru ture jechuudha! bo’ichi warra PP gidduu kanaa,qaawwi dadhabina isaanii akka jalaa muldhatu taasiseera.
Bo’ichi kun dhuguma ummata Oromoof moo qabsoo Oromoof yaadameeti ?
1. Oromoon biyyuma isaa irratti waraqaa eenyummaa ilaalamee hidhamaa hin turree?
2. Mootum…
❤10🔥3🙏1
15 Sept 2026, 05:10 UTC≈1,060 views9 reactionsread 28 September 2026 Olola diinni Ololtuun walqabate
XIINXALA FI BAL'INA YAADA KANAA (DEEP ANALYSIS & EXPLANATION)
1. Ololchi Diinaa Maaliif Nu Jabbeessa? (Psychological Rebound Effect)
Saayinsii waraana xiinsammuu (Psychological Warfare) keessatti, gaafa diinni olola guddaa afuufu, wanti inni godhaa jiru dadhabina isaa ibsachuudha. Diinni gaafa dirree irratti nu mo'uu dadhabu, dirree sammuu irratti "uuuu..." jedhee iyya.
Ibsa:…
🔥4💯3❤2
10 Sept 2026, 11:32 UTC≈1,100 views19 reactionsread 28 September 2026 Giddu Gala kanatti maqaan Laga Dullaa gaafa ka'u namni kamuu Ilfinash Qannoof Zarihuun Wadaajoo yaadata. Lolli guyyaa sanaas lola Dullaa jedhamee beekkama. Guyyaa sana Humni Diinaa Gama meettaa Roobii Qaxqaxoo fi jaldu Osoleerran itti duule. Gidduu jaldu osoleef meettaa Qaxqaxoo laga Dullaatu jira. Laftis ganna. Lola sana irratti Wareegama guddaatu kafalame. Ilfinashis gaafaas harkaa diinaa buute.
Humni Wayyaanes hi…
❤15👍2🔥2
10 Sept 2026, 11:31 UTC949 views3 reactionsread 28 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
🔥2🙏1
1 Sept 2026, 19:04 UTC≈1,660 views11 reactionsread 28 September 2026 Bara 1961, Fulbaana 1 (guyyaa akka har'aa) qabsoon walabummaa Eertiraa gonfachiisuuf taasifamu ifatti dhaaba ELF'n labsame. Waggaa 65n har'aa jechuudha. Qabsoo hidhannoo waggaa 30 booda bara 1991 injifannoo argattee bara 1992 galmee biyyoota walabaa UN biraa beekamtii qabaniirra galte.
Adeemsi qabsoo hidhannoo impaayera sana keessatti taasifamaa ture bu'aa ba'ii baayyee keessa darbe. Riphe loltoonni cabanii wal waraa…
❤7🔥4
1 Sept 2026, 10:30 UTC≈1,210 views3 reactionsread 28 September 2026 Bilxiginnaatti lubbuun dhufuu argaa jirra. Kana jalaa ooluufis daa'immanii fi ga'eessota maatii horatan osoo hin hafne humnan gara leenjiitti guuraa jira. Seerri waraana isaanii kan hanga UNtti beekamu kan biraa ta'us, mootii isaanii Abiy Ahimediin aangoo irra tursuuf garuu faallaan seeraa raawwachaa jiru.
Loltoota humnaan bakka deggersi uummataa hin jirretti-faallaa qajeeltoo kaadhimamaa waraanaa argachuu ta'e kan…
🔥3
23 Aug 2026, 09:07 UTC≈1,570 views7 reactionsread 28 September 2026 ~Yaadamni Faayidaa Addaa Waloon, Itti Waamama Magaalaa Finfinnee Federaalaaf Jedhu Labsii Saamicha Eenyummaati, Argi!
Tumee kaleessa heeraan ka'ame faayidaa addaa Oromiyaan Finfinnee irraa seeraan argachuu qabdu haqanii faayidaa waloo hundi irraa qixa argachuu qabutti luuccessuun akkasumas, itti waamama magaalaa Finfinnee kaleessa mootummaa naannoo Oromiyaaf ture har'a akkuma qoosaatti abbeentaa Oromoo irraa molqani…
❤4🤣2🫡1
19 Aug 2026, 08:23 UTC≈1,660 views14 reactionsread 28 September 2026 Ummata weerara Faannoo irraa ittisuuf “Komaandoo” bobbaasuu hinbarbaachisu.
Tarkaanfiin akkasii rakkoon naannoo sanaa daran akka walxaxaa deemu godha. “Komaandoon” OPDO gaafa drama isaa xumuru naannoo sana gadhiisee akka bahu beekamaa dha.
Furmaata waaraa fiduun yoo barbaadame, ummatuma hiikkachiiftanii harka qullaa hambisuun rakkoof saaxiltan deebiftanii hidhachiisuu dha.
Ummatni sun akka of ittisuu dandahutti …
❤7🔥7
18 Aug 2026, 20:15 UTC≈1,580 views9 reactionsread 28 September 2026 ~Humnicha Sadarkaa Diinni Eeguuf Akka Firri Abdatu Gararraa Roga Maraan Humnoome Jabeeffachuun Faloo Xumura Gabrummaati!
Faloon waaraa nagaaf tasgabbii Oromoof Oromiyaa, waanfalli qabsoo qulqulleettii Oromoo gabrummaa Impaayeera dullatiitti xumura tolchuuf ammatti aboo roga maraan qabu humnicha abdatamaa irreef gaachana cunqurfamaa Oromoo gooticha WBO-ti, argi. Ammatti, qorsi harqoota gabrummaa faloon bilisummaaf wa…
❤7🔥2
18 Aug 2026, 19:19 UTC≈1,190 views7 reactionsread 28 September 2026 Akkam Jirtan mararfatton qabsoo kan biyya keessaaf alaa?
Yeroo dhiyoo kaase social media platform ani fayyadamaa ture keessumaa Facebook dabalatee hundii diinaan barbadayee wan jiruuf akka hubattan fedha.
Gaafan sarara koo tottolfadhe deebi'u karaa kanaan kanan issin beeksisu ta'u hubattani qaama maqaa kootin fake account banate isiin quunnamu irraa akka of qusattan dhaammadha.
Horaa Bulaa
Deebanaa
🫡4🔥2❤1
8 Aug 2026, 19:23 UTC≈1,980 views16 reactionsread 28 September 2026 Warri Makane Yesus Central Office keessaa aangoof wal nyaachaa jrtaanii fi raayyaan midiyaa isaanii, isa waraana Marrootu isaan keessaa ebeluun sochaachisee yookaan ebeluu isaan keessa waraana Marroo deggera maarree maarree jettan kana dhiisaa. Waluma keessan nyaadhaa akka aadaa godhattaniiti malee, WBO dhimma kana keessa hin fidina, WBOn "Card" keessa mitii! Silas waraana Marroo kan jedhamu hin jiru! Kan jiru Waraan…
❤9😁4👍2🖕1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @irbu1973. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.