8 Jul 2026, 14:44 UTC326 viewsread 9 August 2026 Namoonni yeroo baay'ee online irra turtan fi hojii online hojjechuu yeroo muraasa booda galii guddaa irraa argachuu barbaaddan keessaan na dubbisaa, baay'ee fayyada namoonni sirriitti of kennanii hojjetan galii guddaa irraa hojjechaa jiru @firaaol4
Signed Firaol T
12 May 2026, 10:31 UTC722 views8 reactionsread 9 August 2026 Namoota jibbuu jechuun, hantuuta tokko balleessuuf mana ofii gubuu wajjin wal fakkaata.
#Harry_Emerson_Fosdick
Jibbi ofuma nama jibbu sana balleessa jechuun yaada kana keessatti ibsameera. Aarii fi komii garaa keessa qabachuun nama biraa caalaa nama sana miidha. Jibbi humna sammuu nyaata; nageenya keessaa fi fayyaa miiraa balleessa. Murtii sirrii dhoowwee, yaada qulqulluu akka hin qabaannes taasisa.
Dhiifamni fi wa…
👍7❤1
Signed Getu Negasa🐾
1 May 2026, 04:31 UTC792 views7 reactionsread 9 August 2026 Namoonni yeroo baay'ee online irra turtan fi hojii online hojjechuu yeroo muraasa booda galii guddaa irraa argachuu barbaaddan keessaan na dubbisaa, baay'ee fayyada namoonni sirriitti of kennanii hojjetan galii guddaa irraa hojjechaa jiru @firaaol4
❤7
Signed Firaol T
29 Apr 2026, 17:16 UTC799 views8 reactionsread 9 August 2026 Photo
Mimeentoo Moorii (Memonto Mori)
Mimeentoo Mooriin gaalee afaan Laatiniirraa dhufe yoo ta'u, hiikaan isaa "Akka duutu yaadadhu" jechuudha.
Jechi kun falaasama Istooyisizimii keessatti shoora guddaa yoo qabaatu, jechoota istookiyoonni baayyinaan fayyadaman keessaa isa angafaati.
Dachee akka duunu nu dagachiisuu barbaaddu kana keessatti jechi kun baayyee nu barbaachisa. Sodaa du'aa mo'achuunimmoo dirqama nama dhugaa u…
❤8
Signed Getu Negasa🐾
6 Jan 2026, 19:32 UTC≈1,180 views7 reactionsread 9 August 2026 Photo
BAGA GEESSAN
Hordoftootni Amantaa kiristaana hundi keessanuu baga guyyaa dhalachuu gooftaa keenyaa iyyasuus kiristoos(Uummata oromoo biratti Ayyaana Qillee jedhamuun beekamu) nagaan geessan
Baga geessan baga waliin geenye
Ayyaana Gaarii 🙏🙏🙏
@haqummaaf
❤7
Signed Firaol Two2
3 Jan 2026, 13:10 UTC≈1,040 views6 reactionsread 9 August 2026 Barsiisaa tokkotu waa'ee marsaa jireenya kanniisaa utuu barsiisuu barattoota isaa gochaan isaan hubachiisuu barbaade.
Kanniisa fidee kutaa dhufee fuuldura barattoota isaa kaa'ee akkas jedheen barattoota isaatiin amma marsaan isaa kun jiisaa irra gaheeraa gara gaheessaatti jijjiiramuuf turtii sa'aatii lama itti fudhata waan ta'eef namni kamiyyuu akka itti hin buune jedheen.
Sana booda otuma barattootni daree keessa…
👍4❤2
Signed Getu Negasa🐾
2 Jan 2026, 06:34 UTC810 views3 reactionsread 9 August 2026 Gaafa dhalattu maqaa qabattee hin dhufne. Maqaan yoo kennameef maqaa sana taata. Yeroo dhalattu beekumsi tokkollee siif hin fidamne. Barachuuf mana barumsaa deemte, yuunivarsiitii yaadni hedduun sammuu kee keessatti dhangala'u tokkotti makamte. Beekumsa kanaan bocamte. Sana booda kun beekumsa keeti jettee yaaduu jalqabda.
Kana hunda keessatti wanti kan kee hin jiru. Waan hunduu ni liqeeffama.Maqaan kee kan kee miti.…
❤3
Signed Firaol Two2
2 Jan 2026, 06:33 UTC591 views1 reactionsread 9 August 2026 Jireenyakoo Keessatti Namoota Baayyee Amaneera, Namni Baayyenis Na Goyyomseera! Amantaan koo Garuu Waa Tokko! Goyyomsaan Isaanii, Amantaan Namoota Irraa Qabu Natti Hin Hir'isne! Hagam Ta'uyyuu Namni Hundi Ana Goyyomsuyyuu, An Amanamummaa koo Keessan Tura!
Nama Amanamaa Ta'uun koo, Nama Nama Goyyomsuu Waliin Walitti Dhufeenya Hin Qabu!
Kun Rakkoo Isaati, Ani Isarraa Komii Hin Qabu! Inni Waan Danda'u Godheera, Anis W…
❤1
Signed Firaol Two2
31 Dec 2025, 17:04 UTC628 views6 reactionsread 9 August 2026 Saaksii Namootaa kutaa 3ffaa
1. Breaking News " Oppereeshinii har'a geggeeffameen Jaal Marroo ajjeefneerra. 🎷Hayiluu Addunyaa.
2 "Birrii Miliyoona 2 osoon baadhee deemaa jiruu Darajjee Beeggii na saame" 🎷Taayyee Danda'aa.
3. "Taa'aa na ilaalaa! Biyya Itiyoophiyaa jedhamtu yeroo dhihoottin hurgufee diigee isin argisiisa" 🎷 Tsaggayee Araarsaa
4 Du'een bada malee Dr Ililliin ala Doktorri biraa natti dhiyaatee nan wa…
❤6
Signed Firaol Two2
31 Dec 2025, 17:04 UTC491 viewsread 9 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Firaol Two2
31 Dec 2025, 07:56 UTC589 views10 reactionsread 9 August 2026 Photo
........Elaa........
Warri Hacee ajjestanii
Maatii Hanbistan kophaa
Shaamaa ta’aa gubadhaa
Halkaniif guyyaa cophaa
~
Labooba gidduu ta’aa
Akka cileetti boba’aa
Agartuu waraanamaa
Dacheerratti lola’aa.
Kan dhalchitan hin guddatiin
Yoo guddate hin dubbatiin
Namaa gadi ta’aa,
Ilmoo saree da’aa
~
Dhalli keessan Dhara ta’ee
Gadameessatti haa du’u
Hortee gadadoo ta’ee
Qilee jallinaa haa bu’u
Kan facaastan hin margiin
Facaa…
❤6💔3🥰1
Signed Firaol Two2
30 Dec 2025, 17:41 UTC776 views6 reactionsread 9 August 2026 Saaksii Namootaa Kutaa 2ffaa🎷🎷
"Abiyyi Ahimed kophaatti na waamee Oromoon waggaa 1000f akka deebi'ee mataa ol hin qabannettin cabsa naan jedhee natti hime" 🎷Milkeessaa Miidhagaa.
"Leencota bira oolle. Kaaf leenca leenca urgoofne" 🎷Boontuu Baqqalaa Garbaa
"Akkan mootii ta'u dhaladhee waggaa 7 yoon gahu haati koo natti himte"🎷Xaqlaay Ministeer😎
"Waggaa 10n dura konkolaataan nama badhaase"jedhe. Eenyu badhaaste? je…
❤6
Signed Firaol Two2
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @haqummaaf. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.