Ergaa OBU Barattoota Sagantaa Remedial Program tiif🔊🔊🔊 Bu'aa qormaata keessanii waliin walqabatee barattoonni hedduun bu'aan barnoota Maths 'Disqualified' kan jalaa tahee fi akkasumas barattoonni tokko tokko bu'aan barnoota isaanii guutumaan guutuutti 'Disqualified' jalaa tahee akka jiru hubanneerra. Dhimma kana Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaatiif akkasumas Ministeera Barnootaatiif(MoE) beeksisnee jirra. …

Channel
Yooyyaa Media
@YooyyaaMedia
On this record: Growth · Engagement · Reactions · Posts · Citations · Telegram's recommendations · Cite this entry
3,094subscribers
+1 since we began measuring on 5 September 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of 1,000–3,162.
Register entry
| Telegram ID | -1002013766236 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @YooyyaaMedia |
| Created | Between 1 November 2023 and 31 May 2024 — estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 5 September 2026 |
| Last confirmed live | 9 September 2026 |
| Measurements held | 3 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 9 September 2026 |
| On Telegram | t.me/YooyyaaMedia |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 9 Sept 2026, 04:36 | 3,094 | +1 |
| 5 Sept 2026, 22:22 | 3,093 | no change |
| 5 Sept 2026, 21:47 | 3,093 | first reading |
Engagement
19 posts held, back to 28 July 2026 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 page of Telegram’s post history, 20 posts per page.
- ERR · 30 days
- 4.97%
- avg views ÷ 3,094 subscribers
- Avg views / post
- 154
- 13 posts measured
- Reaction rate
- 0.601%
- reactions ÷ views · ER floor
- Posts in window
- 13
- of 19 held
ERR is average views per post over the last 30 days divided by subscribers, the definition TGStat uses, so this figure is comparable with the one you will see elsewhere. It falls structurally as a channel grows: a high ERR on a small channel and a low one on a large channel describe reach mathematics, not quality. We publish the figure and the sample it came from and pass no verdict on it.
ER is defined industry-wide as (forwards + reactions + comments) ÷ views — note the denominator is views, not subscribers. Telegram’s public web preview carries views and reactions but not forward or comment counts, so the reaction rate above is the reactions term only and is therefore a floor: the true ER for this channel is higher by an amount we have not measured and will not estimate. It is computed over the 7 of 13 measured posts that carry a reaction reading, and over those same posts' views.
| Window | Rolling 30 days · latest post in window 3 September 2026 |
|---|---|
| Posts held | 19 (28 July 2026 – 3 September 2026) |
| Views total | 2,001 |
| Reactions total | 8 |
| Forwards / comments | not exposed by the public surface — not measured, not estimated |
| Readings taken | 5 Sept 2026, 22:22 UTC |
Views are a single reading per post, taken at the time above. A post published in the last day or two is still accumulating views, which pulls the 30-day average down slightly. That is a property of the standard definition rather than a fault in it, so we keep the definition rather than “correcting” the number into something nobody can reproduce.
Precision. Telegram publishes view counts on its public widget in short form — 8.12K, 3.7M — so any reading at or above 1,000 reaches us rounded to three significant figures, and only counts below 1,000 are exact. Averages and rates derived from them are shown to the same precision rather than to the unit: a figure like 3,701,250 would assert digits nobody measured.
Reaction counts are published per emoji and rounded the same way, so a total below 1,000 is exact and a larger one is a sum that may carry a rounded component from each emoji above 1,000. Because it is a sum, it does not look rounded — read a large reaction total as three significant figures per contributing emoji rather than as the figure it prints.
Reaction mix
10 reactions across 8 posts, in 4 distinct kinds. The most used accounts for 70.0% of them.
| Reaction | Count | Share | Share, drawn |
|---|---|---|---|
| ❤ | 7 | 70.0% | |
| 👍 | 1 | 10.0% | |
| 👏 | 1 | 10.0% | |
| 🥰 | 1 | 10.0% |
No sentiment is inferred, and none should be read in. This table is ordered by count and by nothing else. Emoji do not carry stable meaning across languages or communities — 🙏 is thanks in one channel and mourning in another — so we publish which ones were pressed and how often, and pass no judgement on what an audience meant by them.
Precision. Telegram publishes reaction counts per emoji and short-forms each one — 4.34K, 1.2M — so any single kind at or above 1,000 reaches us at three significant figures, and only counts below 1,000 are exact. The shares above are ratios of those figures and carry the same error. This is also why the total here can differ slightly from a reaction total printed elsewhere on the page: both are sums of the same rounded parts, taken over samples with different edges.
Coverage. Reactions were read on 9 of the 19 sampled posts in this sample. Summed by Telegram’s own count on each post — not by adding up the per-emoji breakdown above — those same posts carry 10 reactions in total: the kind of figure the paragraph above means by “a reaction total printed elsewhere on the page”.
Measured over the 19 most recent posts we hold, published 28 July 2026 to 3 September 2026, using the newest reading held for each. Telegram Stars are excluded: they are a payment, not a reaction, and they have their own section.
Recent posts
Qormaati Ba'uufi Wanti Barattooti Dubbisan Wal Hin Argu Jedhame. Barattootni hedduunis qormaatichi jireenya keenya dukkaneesseera jechuun komii isaanii ibsataniiru. Qorannoon haaraa dhiheenya kana Ministeera Barnootaa fi Yuunivarsiitiiwwan gurguddoo biyyattii tiin qophaa'e akka ifoomsetti, Qormaatni Ba'umsaa (Exit Exam) dhaabbilee barnoota olaanoo keessatti kennamaa jiru qabxii barattootaa fi sanadoota dubbisaaf ken…
Carraa 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' Addaa Yunivarsiitii Finfinnee! Yunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019 barattoota ciccimoodhaaf carraa barumsa bilisaa addaa, 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' (Presidential Scholarship) iddoo 200 qopheessuu isaa ifoomseera. Carraa kanaaf kan dorgomuu danda'an barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii qabxii 500 fi isaa ol galmeessan, ulaa…
Umrii Waggaa 66tti Qormaata Kutaa 12ffaa Qabxii 320 Fiduun Kan Darban Qees Sayifuu Tasfaayee! "Barnootaaf fedhii fi kakaumsi yoo jiraate umriin gufuu hin ta'u" dhugaa jedhu hojiin kan agarsiisan Qees Sayifuu Tasfaayee, qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaan qabxii 320 fiduun barattoota yunivarsiitii galuuf eeggachaa jiran keessaa tokko ta'aniiru. Qees Sayifuun jiraataa Naannoo Tigraay, Godina Kibbaa, Aanaa …
Yunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Haaraa Bara 2019'f Simachuuf Galmee Eegale! Yunivarsiitiin Finfinnee sagantaa barnootaa idilee (iskoolaarshiippii mootummaa fi kaffaltii dhuunfaatiin), akkasumas sagantaa galgalaa fi walitti fufaatiin (extension) barattoota haaraa digirii jalqabaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) simatee barsiisuu akka barbaadu beeksiseera. Ulaagaaleen galmee kanaaf taa'an, barattoota qormaata biyyaa…
👍1
#BAGA_GAMMADDAN ❗️ Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!! Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka ta’e ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5% - 49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan…
Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu Nu Dhaqqabeera! Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegaltanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna. Dabalataanis, barataan qabxii isaa ilaallatee komii ykn gaaffii qabu kamiyyuu qaamaan iddoo tokkoyyuu deemuu osoo hin barbaachisin, marsariitii dhimma kanaaf addatti qop…
❤2
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Qabxii Olaana Fidan! Barattoonni kun magaalaa Adaama fi Dodola irraa Damee laamaaninuu akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan. Jaalal Girmaa Damee Saayinsii Uumamaan qabxii 591.6 fiduun akka biyyaalessaatti sadarkaa 1ffaa qabateera. Saayinsii Hawaasaan immoo Barataa Saadam Abdulaaziiz Umar Mana Baruumsaa Bultii Addaa Dodolaa irraa qabxii 576.25 galmeessuun sadarkaa 1ffaarratti ar…
🥰1
Akkuma Firii Keessan Gadhiifameen Link Armaan Gadiin illaallattu 👇👇👇 https://result.eaes.et/ https://result.eaes.et/ Share,Forward Godhaafii Hiriyoottan Keessaniif Carraa Gaarii❤ @Yooyyaamedia
#Update #Kutaa_12ffaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaatiin naannoleen barattoota meeqa dabarsan? Ibsa Ministeerri Barnootaa guyyaa kaleessaa waa'ee bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 kenneen, naannoleen barattoota isaanii qormaata fudhatan keessaa parsantii meeqa akka dabarsan ibsameera. ✓ Finfinnee :- 32.3% ✓ Hararii :- 22.67% ✓ Affaar :- 15.6% ✓ Amaaraa :- 15.56% ✓ Dirree Dawaa :- 11…
❤1
Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf barattoonni 563,960 galmaa’anii, isaan keessaa barattoonni 550,210 qormaata fudhataniiru. Barattoota qormaata fudhatan keessaa %12.8 kan ta’an qabxii %50 fi isaa ol galmeessuu danda’aniiru. Bara kana waliigalaan, barattoota qormaata fudhatan keessaa 70,544 qormaata darbaniiru. Barattoota qormaata darban keessaa: * 🧪 Saay…
❤2
Ati Deggeraa Kilaba kamiiti? Odeeffannoo waa'ee Kilaba keetii Ilaaluuf Bakka kilaba kee tuqii hordogi!
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @YooyyaaMedia. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Forward network
Republishes
Channels on the register whose posts this channel has forwarded.
Built only from forwarded posts we have actually read, on both sides. Coverage is early and deliberately incomplete: a missing link means we have not read the post that would prove it, never that the relationship does not exist. Counts are distinct forwarded posts observed, so they only ever go up as we read more.
Appears in Telegram’s recommendations for other channels
The reverse of the list above, and a different kind of signal. This does not require this channel to have ever been asked about directly — each row below is a channel we DID ask Telegram about, whose Telegram-generated list happened to include this one. A channel can appear here with an empty list above it, because being named by someone else’s query is independent of having been queried itself.
@Jaalalaa_Dhugaa · 41,243
Telegram ranks this channel #24 of 60 here — alongside 59 others — read 5 September 2026
This channel appears in 1 seed channel's Telegram-generated recommendation list in total. Each is Telegram’s list for THAT channel, not this one — see how this is measured.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 9 September 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“Yooyyaa Media” (@YooyyaaMedia), 3,094 subscribers as measured 9 September 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/YooyyaaMedia.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.