26 Sept 2023, 20:55 UTC≈2,610 views15 reactionsread 7 August 2026 #inbox
"☆《Kiiramuu,Giddaa Ayyaanaa》☆
•••Dhaamsa Of eegannoo•••
uummanni,keessumaa
Jaangir , Konnojjii,Haroo,
Akka Jaallan achii deeman dhageessee ppn miloshoota bakka kana hunda beekan Qindeeffattee jirti.sabboontota keessa deemanii qabuuf Ajandaa kana Qindeessaa oolte guyyaa hardhaa. warra WBO nyaachisaa ture illee Tarkaanfii irratti fudhadhaa jettee har'a Giddaatti kana Qindeessaa oolte ..
Akkasumaa sakkata'insa ma…
👍9❤4👏2
Signed Amex
26 Sept 2023, 14:45 UTC≈2,440 views10 reactionsread 7 August 2026 Xiyyeeffannoon Keenya Kaabinoota Maallaqaaf jecha Lammiilee keenya ajjeesisaa, qe'ee keenya balleessaa jirtu irra waan jiruuf malee, Hattoota maqaa qabsootiin WBO fakkaattee qotee bulaa darartee maallaqa gurrattu waliinis wal hin dhiifnu. Hattoonni kun gar-jabeenyi isaanii Nafxanyaarra caalu. WBO'n tarkaanfii isaan irratti fudhachuu eegallaan walakkaan Kaabineetti harka kennatte, kaan ammoo magaalaa galtee maallaqa s…
👍8❤2
Signed Amex
24 Sept 2023, 14:00 UTC≈2,000 views9 reactionsread 7 August 2026 Photo
Ormi Irreecha ayyana Afriikaa guddicha godhee simatee beekamtii kennaa jira . Keenya moo Irreecha tti Maqaa baasa.
Alberta premier Danielle Smith and Edmonton city Mayor Amarjeet Sohi proclaimed Irreecha as African indigenous festival
👍8❤1
Signed Amex
23 Sept 2023, 12:06 UTC≈1,600 views2 reactionsread 7 August 2026 𝘼𝙗𝙪𝙪𝙣𝙖 𝙂𝙞𝙣𝙙𝙚𝙗𝙖𝙧𝙖𝙩
Ganama kana magaala 𝙌𝙖𝙡𝙖𝙖𝙭𝙚𝙚 irraa gara 𝙁𝙪𝙧𝙭𝙤𝙤𝙩𝙞 Oraalii tokkoon fiigaa kan turte haxxee hidhuun biyyooti ishee makeera.
#𝙒𝘽𝙊_𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣_𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
#𝙊𝙧𝙤𝙢𝙞𝙮𝙖𝙖𝙣_𝘽𝙞𝙮𝙮𝙖
👍2
Signed Amex
22 Sept 2023, 06:01 UTC≈1,540 views10 reactionsread 7 August 2026 Dhaamsa kana Uummata Godinoota Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallagga Bahaa jiraatuuf qoodaa!
Finxaaleyyiin Amaaraa(Faannoon) Qindoomina guddaan walitti qabamanii lolaaf of qopheessaa jiru. "Humni Addaa Oromiyaa nu loluuf Uummata Amaaraa gara Qe'ee isaaniitti galchina Ejjennoo jedhuun nu loluu dhufaa jiru, nutis ofirraa deebisuuf qophiidha yoo dadhabne Uummatuma nagaa akka barame duguuggaa Sanyii raawwanna" jechaa jir…
❤8👍2
Signed Amex
16 Sept 2023, 18:20 UTC≈1,470 views5 reactionsread 7 August 2026 Hogganaan Paartii Bilxiginnaa Aanaa Kiiramuu Hunanyaa Darajjee Tafarii Kaasaa Hayiluu Eenyu?
Nafxanyaan tokko hidhattee ummata keenya Ajjeefti, qabeenya qotee bulaa keenyaa saamti. tokkommoo Oromoo of fakkeessitee Angoo maqaa Oromootiin qabatteen dirqama Faannoon itti kenne bahataa jirti.
Hunanyaa Darajjee Tafarii Kaasaa Nafxanyaa Abbay Gamaa dhufee Oromoo fakkaattee dhiiga Uummata keenyaa dhangalaasisaa jirtudha.
G…
👍3❤2
Signed Amex
16 Sept 2023, 18:20 UTC≈1,730 views10 reactionsread 7 August 2026 Garee kana keessatti Sadarkaa sadarkaadhaan dheebuu angoo fi maallaqaaf qabaniin Oromoo ajjeesisaa, saamsisaa fi lafa abbaa isaa irraa buqqisaa kan jiran Godina Wallagga Bahaa irraa Gammadaa Tafarraa, Oljirraa Bayyanaa (I/G Paartii Bilxiginnaa GW Duraanii ammaa Ilu Abbaa Boor kan jiru) Darajjee Toleeraa, Zalaalem Hayiluu, Darajjee Abarraa (I/A Duraanii) Aaanaa Kiiramuu Irraa Ammoo Biraanuu Fiqaaduu Bulchaa Aanaa, Hu…
❤7👍2🤩1
Signed Amex
16 Sept 2023, 18:20 UTC≈1,160 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Amex
16 Sept 2023, 15:13 UTC≈1,230 views4 reactionsread 7 August 2026 Eenyutti himannaa?
Humnoonni Amaaraa aanaa Kiiraamuu, Giddaa ayyaanaa fi Amuruu keessatti nama ajjeessaa turanii fi qabeenya uummataa saamaa turan qofaatti walitti qabamanii aanaa Kiiramuu jalatti kan argamtu bakka #Haaroo jedhamutti walitti qabamanii jiraachaa jiru. Oromoo bakka sanaa kaan ajjeesanii kaan ammoo qe'eef qabeenya isaa barbadeessanii achii ari'anii humnaan lafa isaa qabatanii jiraachaa jiru. Jarri kun …
👍3😢1
Signed Amex
16 Sept 2023, 15:13 UTC≈1,050 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Amex
15 Sept 2023, 14:36 UTC≈1,160 viewsread 7 August 2026 Dhumaatii ummaata #wallaagaf sababnii #waraana_faqaadaa_abdiisaadha.
Ummattichi lolee mitii maqaa isaayyu diini waamuu akkanni soodaatu sinuu beektu!
Itti gaafatama seenaa jaalaa hinbaatu!
Signed Amex
Channel photo updated
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @Oromia1post. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.