7 May 2026, 14:40 UTC≈2,570 views43 reactionsread 7 August 2026 DHIIROOTA FI WALQUNNAMTII SAALAA…✍🏽
👉https://t.me/DrFiromsaDjibrilontelegram11like
Yeroo hedduu dubartoonni sababaa maaliif dhiirti walqunnamtii saalaa akka baay’ee jaalatu hubachuun rakkisaa itti ta’a.
Yeroo tokko tokko:
Yoo si gargaaruu barbaadan, walqunnamtii saalaa gaafachuu malu.
Yoo “si jaaladha” jedhan, fedhii saalaa qabaachuu malu.
Yoo mana kee bulaniyyuu, fedhii saalaa qabaachuu malu.
Yoo maallaqa si irraa …
❤33👍8😁2
5 May 2026, 13:21 UTC≈2,390 views11 reactionsread 7 August 2026 Dhukkuba Busaa/Busee/ (Malaria)
=========================
Busaan dhukkuba paaraasaayitii Pilasmoodiyeemii jedhamuun dhufu yoo ta'u, bookee busaa( Biimbee) dhaltuu Anoofilas jedhamtuun yeroo isiin dhiiga namaa xuuxxu namatti daddarba.
Paaraasaayitiin kun gosa adda addaa qaba. Kuniis
1.Plasmodiyeem falsiifaram
2. Plasmodiyeem vayvaksii
3. Plasmodiyeem oovalee
4. Plasmodiyeem malariyee
5. Plasmodiyeem knowleesii je'a…
👍7❤4
5 May 2026, 12:56 UTC≈1,720 views11 reactionsread 7 August 2026 Photo
Namoonni dafanii aaran yeroo baay'ee onneen isaanii qulqulluudha. Jaalalaanis dafanii kufu. Jaalala keessattis kan caalaatti miidhaman isaani. Haa ta'u malee, yeroo baay'ee miidhamanii miidhamanii erga jedhanii booda sababni miidhama isaanii dafanii aaruu ta'uu yoo baran obsa horachuu danda'u. Hunda caalaa, isaan hubachuun baay'ee barbaachisaadha!!!
Horaa Bulaa!!!
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!
❤9😢2
4 May 2026, 12:58 UTC≈1,810 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
Dubartoonni walqunnamtii saalarratti yeroo tokko tokko imimmaan buusanii boo'u. Sababoonni isaan boochisuu baay'eefii garaagarummaa qabaatus isaan keessaa ijoofii yeroo baay'ee kan isaan boochisu, yeroo nama jaalatan waliin wal-qunnamtii saalaa raawwatanii gammachuun liqimfamuun miira isaanii too'achuu dadhabuu irraa kan ka'e imimmaan dhangalaasanii boo'u. Ta'us sababoonni isaan boochisuu kan biroo kanneen akka dhukk…
❤4👍1
4 May 2026, 12:58 UTC≈1,670 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
Fayyaa keenya eeguf, gammachuun akkuma sooratatti murteessadha. Gammadaa ta'uuf ammoo jireenya keessatti waan dhabde odoo hin taane waan qabdutti gammaddi. Waan hin qabne ammoo gammachuufii tasgabbiin argachuuf carraaqi. Kun furmaata dhumaati qabadhu. Yoo waan hin qabnerratti xiyyeeffatte waan feete argattus ati hin gammaddu. Gammachuun bu'uura fayyaati.
Dr. Hamzaa Jamaal
https://t.me/DrFiromsaDjibrilontelegram11like…
❤4
2 May 2026, 14:39 UTC≈1,700 views5 reactionsread 7 August 2026 #WANTOOTA_KUDHA_JAHA_YEROO_WALQUNNAMTII_SAALAA_RAAWWACHUUF_JETTU_GOCHUU_HIN_QABNE
1. Yeroo walqunnamtii saalaa raawwattu sa'aatii ilaaluun hiriyyaa kee akka ati yeroo isaanii qisaasessaa jirtu wan itti fakkaatuuf sa'aatii ilaaluu hin qabdu
2. Yeroo walqunnamtii saalaa fedhii saala isa dhumaa(orgasm) irra yoo geesseyyuu hiriyyaa kee yoo yeroo dheeraa itti fudhate aariidhaan socho'uu. Kanaaf yoo isaan dura fixatte…
❤4👍1
2 May 2026, 14:32 UTC≈1,210 viewsread 7 August 2026 Ijoollee Dhiiraa dhaqna qabsiisuu Kan qabnu umurii meeqarratti?
Maatiin hedduun ilmi isaanii akka dhaqna qabatuuf umurii gaarii taʼe ni gaafatu. Umuriin dhaqna qabaaf filatamaa ta'e mucaan dhalatee guyyaa 8ffaa irraa kaasee hanga dhuma ji'a sadaffaattidha.
Sababiin isaas፡
1. Umurii kanatti daa'imman dhukkubbii xiqqaatu itti dhaga'ama
2. yeroo dhaqna qabaa sochii xiqqaa waan taasisaniif hin rakkisani
3. gara fuuld…
2 May 2026, 14:32 UTC≈1,180 views0 reactionsread 7 August 2026 ULFAA FI QULQULLINA AFAANII
Yeroo ulfaa jijjiiramni hormooniiwwan qaamaa ni dhufa. Kun immoo saaxilamummaa dhukkuboota ilkaanii dabala. Yoo qulqullina afaan keenyaa kan dur caalaa hin eeganne tahe dhukkuboota ilkee fi irgoo huduuf saaxilalulluuqachuuniYoo dhukkuboonni ilkaanii kun kan mudatu tahe ulfaratti dhiibbaa uumuu dandaya. Kanaaf of eegachuun akkaan gaariidha.
Qulqullina afaanii dubartoonni ulfaa hordofuu qa…
2 May 2026, 14:24 UTC≈1,160 views2 reactionsread 7 August 2026 Photo
Faayidaa qullubbii adii 10 kan saayinsiin mirkanaa'ee.
**********
1. Ol ka'insa dhiibbaa dhiigaa hir'isuuf.
2. Hamma cooma ykn koolestirooliiqaama keessaa to'achuuf.
3. Kaansarii tokko tokkoon carraa qabamuu ni hir'isa.
4. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa dabaluuf.
5. Madda viitaminii C, B, manganeezii fi faayibariiti.
6. Carraa dhukkuba alzimeerii fi dementian qabamuu ni hir'isa.
7. Xura'aa qaama keessaa q…
❤2
30 Apr 2026, 15:33 UTC≈1,520 viewsread 7 August 2026 #Cirracha_Kalee Ilaalchiisuun Waan Beekuu Qabdan
Cirrachi kalee kuufama albuudoota jajjaboo yoo ta’u, wantootni fincaan keessa jiran garmalee walitti qabamuu isaaniitin kan uumamu danda'uudha.
🔹 Maal Irraa Dhufu Danda'a (Sababoota)?
• 💧 Bishaan gahaa dhuguu dhabuu.
• 🍔 Nyaata – Soogidda baay’ee, sukkaara, ykn pirootiinii beeyladootaa yeroo baay’ee nyaachuu (foon, qurxummii, hanqaaquu).
• ⚖️ Furdinni qaamaa garmalee …
30 Apr 2026, 15:23 UTC≈1,090 views2 reactionsread 7 August 2026 Photo
FAAYIDAA TIRUU
*********
• Hir'ina dhiigaa dhoorkuu fi yaaluuf nyaata filatamaadha
• Jajjabina lafeetiif barbaachisaadha
• Fayyaa qaama walhormaataaf gaaridha
• Fayyaa sammuu fi sirna narvii akkasumaas guddina qaamaatiif gaariidha!
• Dhaangaalee nyaataa , albuudoota fi viitaaminoota gahaa of keessaa qaba
✍ Tiruu torbaan keessaa al tokko qofa nyaannaan gahaadha!
Dubartiin ulfaa immoo tiruu akka nyaattuuf hedduu hin …
❤2
30 Apr 2026, 15:17 UTC≈1,290 views3 reactionsread 7 August 2026 Mallattoolee 8 Sirni Ittisa Qaamaa Kee Laafaa Ta’uu Itti Agarsiisu
Sirni ittisa qaamaa (immune system) waraana qaama kee ti. Yeroo inni laaffatu, qaamni kee mallattoolee ifaa fi dhokataa siif agarsiisa.
👉 Mallattoolee armaan gadii sirriitti hubadhu:
1. Yeroo baay’ee dhukkubsachuu
Qorra, infekshinii fi ho’a qaamaa yeroo hunda qabaachuun “idilee” miti. Qaamni kee jeermoota of irraa ittisuu rakkachaa jira.
2. Madaan su…
❤3
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @DrFiromsaDjibrilontelegram11like. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.