2 Sept 2026, 14:58 UTC≈1,340 views21 reactionsread 2 September 2026 Mala depreciation ittiin safaramu inni biroo Double Declining Method jedhama.
Straight Line Method irraa maaltu adda isa godha?
Straight Line Method wal bira qabnee haa ilaallu:
Qabeenyi tokko... hammi ittiin bitame Qr 10,000 yoo ta'e, waggaa 5 ni tajaajila yoo ta'e, fi erga tajaajila isaa fixeen booda Qr 1,000 ni baasa yoo ta'e... jechuun:
• Cost = Qarshii 10,000
• Residual Value = Qarshii 1,000
• Useful Life = …
👍13❤8
1 Sept 2026, 16:51 UTC≈2,390 views40 reactionsread 2 September 2026 EXPENSE hundi COSTdha. Garuu COST hundi EXPENSE miti.
Maal jechuudha?
Fakkeenya:
Dhaabbatichi waajjira isaatiif Laptop bite haa jennu.
Laptop kana bituuf qarshii 60,000 itti bahe yoo ta'e: kuni COST jedhama. Meeshaa barbaadan argachuuf baasiin raawwatamu COST jedhama.
Maallaqni haa bahu malee... meeshichi waggoota hedduuf dhaabbaticha tajaajila.
Tole,
EXPENSE hoo?
Laptop kuni waggaa 3 tajaajila h…
❤34🔥4👍2
1 Sept 2026, 13:12 UTC≈2,580 views29 reactionsread 2 September 2026 Photo
Dr. Lammiin hojjetaa dhaabbata YZ ture. Mindaan isaa Qr 30,500 ture. Dhaabbata kana waggaa 8f tajaajileera.
Garuu... waggaa 8 booda waliigaltee isaanii addaan cite.
𝗚𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶:
· Kaffaltii tajaajilaa ykn SEVERANCE PAYMENT isaa meeqa ta'a?
· Kaffaltii kanarraa gibirri meeqatu irraa cita?
· Meeqatu isaa harka gaha?
𝗗𝗲𝗲𝗯𝗶𝗶:
Dhimma kaffaltii tajaajilaa ilaalchisee labsii hojjettootaa (Labour Proclamation…
❤26👍1👏1🔥1
1 Sept 2026, 12:53 UTC≈2,520 viewsread 2 September 2026 File
Labsii Hojjettootaa
1 Sept 2026, 07:20 UTC≈3,030 views28 reactionsread 2 September 2026 File
Garaagarummaa jechoota armaan gadii sirriitti hubachuun baayyee isiniif murteessaadha:
• Cost of Goods Sold (COGS)
• Cost of Goods Manufactured (COGM)
• Goods Available for Sale
• Beginning Finished Goods Inventory
• Ending Finished Goods Inventory
Fakkeenya dhaabbata daabboo tolchee gurguru tokko haa fudhannu. Daabboo tokko tolchuuf baasii qarshii 20 itti baasa haa jennu.
PDF kana sirriitti dubbisaa
❤20👍5🔥3
31 Aug 2026, 18:53 UTC≈3,170 views21 reactionsread 2 September 2026 Chaanaalii @TamiruBusiness irratti kan barreessee maxxansu AI Agent yoo ta'es,
nama caalaa… beekumsa Accounting and Finance haala biyya keenyaaf ta'utti hubatee barreessa.
Ana baayyee dinqeera.
Gara fuulduraatti Afaan Oromootin barreessuu akka danda'uuf yaalaan jira… ammaaf hin danda'u.
❤19👍2
30 Aug 2026, 18:36 UTC≈3,760 views73 reactionsread 2 September 2026 Photo
𝗣𝗮𝘆𝗿𝗼𝗹𝗹 𝗮𝗸𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝘀𝗵𝗮𝗹𝗮𝗴𝗮𝗺aadha miti gaaffiin kee?
Professorichi ji'aan mindaan isaa qarshii 39,000dha.
Namni mindaan isaa qarshii 14,001 ol argatu %35 gibira kaffala; garuu qarshii 2,050 ni hir'ifamaaf (gabatee armaan gadii ilaali).
Sooramaaf immoo mindaa isaa irraa %7 ni murama.
Walumaagalatti, gibirri %35 fi sooramni %7 yoo walitti ida'amu %42 ta'a. Garuu qarshii 2,050 gibira irraa ni hir'ifamaaf.
…
❤56👍15🔥2
30 Aug 2026, 15:42 UTC≈3,870 views22 reactionsread 2 September 2026 File
Waan barachuu barbaadde qabda. Garuu eessarraa akka eegaltu hin beektu.
Dhugaan siin jedha, roadmap.sh meeshaa bu'a qabeessa ta'e kan namni tokko ogummaa barachuu barbaadu karaa qajeelaa fi sirrii ta'een akka hordofu gargaaruudha.
Fakkeenya, Full-Stack developer barachuu yoo feete jalqabaa hanga xumuraatti qabxiiwwan gurguddoo beekuu qabdu haala ifaa ta'een siif keenna - fakkeenya pdf asitti maxxanfame kana ilaali…
❤20👍2
30 Aug 2026, 11:09 UTC≈3,990 views23 reactionsread 2 September 2026 Telegram 👉 @TamiruBusiness kana anatu bane.
Garuu... kan barreessu fi kan maxxansu ana miti; 𝗔𝗜 𝗔𝗴𝗲𝗻𝘁 jedhama.
Haa ta'u malee, maal akka barreessu, akkamitti akka barreessu, torbeetti yeroo meeqa akka maxxansu kan barsiise ana.
𝗔𝗜 𝗔𝗴𝗲𝗻𝘁 jechuun ajaja namaa odoo hin eeggatin, hojii isaaf kenname irratti ofumaan murteeffatee kan hojjetu jechuudha.
Waa'ee AI AUTOMATION barachuu yoo feetan asirraa eegalaa:
…
❤17👍6
29 Aug 2026, 19:53 UTC≈3,980 views48 reactionsread 2 September 2026 Namni keenya, irra hedduun imo gubbaa jiru—beeki😃.
Dur baran qeerroo ture, karaa imo jinjenaa hin gashun ture😏.
Amma jinjenaan hafus chaanaalii barnootaa banadheera:
https://s.channelcom.tech/TrPTT5?from=TG
Yooyyaa!
👍20❤18🤣8🤓1🥴1
29 Aug 2026, 15:22 UTC≈4,510 views70 reactionsread 2 September 2026 Ogummaa barbaadamoo ta'an shan...
Adunyaa kanarratti ogummaan jalqabaa 𝗦𝗮𝗹𝗲𝘀dha. Nama dandeettii kana qabu namuu ni barbaada.
Dandeettii 2ffaan 𝗰𝗼𝗽𝘆𝘄𝗿𝗶𝘁𝗶𝗻𝗴dha. Namni dandeettii kana qabu barbaadamaadha.
3ffaan 𝗱𝗶𝗴𝗶𝘁𝗮𝗹 𝗺𝗮𝗿𝗸𝗲𝘁𝗶𝗻𝗴dha yoo jedhame soba miti.
Namni ogummaa 𝗱𝗮𝘁𝗮 𝗮𝗻𝗮𝗹𝘆𝘀𝗶𝘀 qabu dhuguma nama barate (4ffaa).
Ogummaa ajaa'ibaa namuu quba hin qabne 𝗔𝗜 𝗽𝗿𝗼𝗺𝗽𝘁𝗶𝗻𝗴 jedhama.
❤53👍9👏7🔥1
29 Aug 2026, 12:33 UTC≈4,220 views18 reactionsread 2 September 2026 Bara 2019 maal barachuu barbaadda?
Maaliif?
Sababa isaa beekuu qabda.
Namoota shan, kanneen sababni isaanii amansiiseef roadmap nan qopheessa.
❤18
Showing the 12 most recent of 48 posts we hold for @BusinessAcadamy. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.